﴿قُلْ إِنَّ ٱلْفَضْلَ بِيَدِ ٱللَّهِ يُؤْتِيهِ مَن يَشَآءُ ۗ وَٱللَّهُ وَٰسِعٌ عَلِيمٌ﴾ @tafak_or
Open in TelegramPosts of 𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
✰✰﷽✰✰ 💫اللهم صل على صاحب التاج والمعراج،صاحب الوجه الأنور،والجبين الأظهر،سيد ولدآدم رسول رب العالمين عليه أفضل الصلاة وأتم التسليم السلام عليكم ورحمة الله وبــركاتــــــــــــــــــــــه 🌿Ahbaabii yeroo baay'ee yeroo Ani ergaa wahii isiniif dabarsu jalqabumaan Gara ergaa dubbisuutti hin seeninaa 👆 Jechoonni jalqabarratti barreefaman jecha barakaa Fi ajirii guddoo qabaniidha 🌸Basmalaa Fi slawaata Jalqaba dubbisaa...ok @tafak_or
Open in TelegramSeequu ganamaa Namni gabaabaan Badawii tokko intala tokko kaadhimachuuf gaafii akka dhiheesse himama. “Gabaabina isaa malee mudaa hin qabu” jechuu ishee waan dhaga’eef. Kanaaf guyyaa tokko garee hiriyyoota isaa keessaa, hundi isaanii isa caalaa gaggabaaboo ta’an filatee, karaa mana intalli sun jiraattu fuuldura darbe. Yeroo isa argitu isaan hunda keessaa inni dheeraa ta’uu isaa waan argatteef isa qeebalte jedhan… Akka sanii….😂 @tafak_or
Open in Telegram✰✰﷽✰✰ 💫اللهم صل على صاحب التاج والمعراج،صاحب الوجه الأنور،والجبين الأظهر،سيد ولدآدم رسول رب العالمين عليه أفضل الصلاة وأتم التسليم 🍂Nama Hamtuu sitti dalagu keyrii itti ooli...! ✨Nama si aarsu gammachiisi ✨Nama si dhahe dhungadhu😄 ✨nama si arrabse faarsiin ✨Nama si hamate irra dabriif ✨Miidhamtee akka ati miidhamaa taatellee osoo if beektu #dursii @Dhifm jedhi...! 🍂🍂Nama Hamtuu sitti yaadu irratti maloota kana yoo fayyadamte fira ofii caalaa si jaalata...! 🙈Haaaa...fira ofii caalaa?! Eeee anaa miti ka jedhe👇 🪴ادفع بالتي هي أحسن فإذا الذي بينك وبينه عداوة كأنه ولي حميم ♥️ Halkan@gaarii 😴 @tafak_or
Open in Telegram✰✰﷽✰✰ 💫اللهم صل على صاحب التاج والمعراج،صاحب الوجه الأنور،والجبين الأظهر،سيد ولدآدم رسول رب العالمين عليه أفضل الصلاة وأتم التسليم 💥Akka waan har'a yeroo ati jaalala isaatirra yoo waa'ee isaa si biratti dubbatan osoo hin beekin imimmaan dhangalaaftu kana agree wahiitti........osoo sin argin argama keetuu hin beekin siyaadee siif booye😔💔 ♥️@innahuu_habiibullaah @rasulallaah_sallaallaahu @Aleyhi_wesellam ♥️ ✨Sallu Alaa rasulallaah...!? 🌸 اللهم صل وسلم وزد وبارك على سيدنا محمد وعلى آله وصحبه أجمعين ✨ @tafak_or
Open in Telegram✰✰﷽✰✰ 💫اللهم صل على صاحب التاج والمعراج،صاحب الوجه الأنور،والجبين الأظهر،سيد ولدآدم رسول رب العالمين عليه أفضل الصلاة وأتم التسليم 🌱Eee yeroo baay'ee dhageette yeroo baay'ees dubbiste....garuu yeroo xiqqoo qofa sihii daleydu si arge....maalinni beytaa...?! 🕊Kitaabonnii dubnistuu Fi social media irrattillee sitti himama "Jechi lama arrabatti👅 laaftuudha,miizanarratti⚖ ulfaattuudha,Rahmaaniin biratti jaalaramtuudha💟:#subhaanallaahi_wabihamdihi @subahaanallaahil_عziim ⚛ كلمتنا حبيبتان إلى الرحمن❣ خفيفتان على اللسان 👅 ثقيلتان في الميزان ⚖: سبحان الله وبحمده✨ سبحان الله العظيم ✨ 🌿Amma immoo akka dubbiste qofa cal'istu SII hin hayyamu calqabi waan mara yeroo tokko dhiisi rabbiin ofirratti yaadadhu qalbii tasgabbiitiin yeroo dhibba💯 jecha kana jedhaa ifii lakkaahi ! Haa jalqabnu🙄1...2....3 Hey yeroo jettu qulqullummina rabbii Fi guddina isaa yaadaa jedhi.....!😃 @tafak_or
Open in Telegram✰✰﷽✰✰ 💫اللهم صل على صاحب التاج والمعراج،صاحب الوجه الأنور،والجبين الأظهر،سيد ولدآدم رسول رب العالمين عليه أفضل الصلاة وأتم التسليم 🍂Cabnana qalbii nama tokkoo DHIFAMNI suphuu hin danda'u 🫀❤️🩹 🫀 👇Yaa nama yoo qoma kootirra na murte na waraante mana yaalaatti na yaaltee na fiyyisuu ni dandeetta...! 🍁🍁Garuu yoo qalbii na cabsite argitee naa hin suphitu jecha naan jettuu Fi gocha narratti daleydu keessatti if eeggadhu...! @tafak_or
Open in TelegramInnaa lillaahi wa innaa ileyhi Raaji’uun guyyaa hardhaa aalimni guddaan biyya keenyaa, islaamummaa tanaaf jecha dararaa hedduu dhandhamaa ture gara ganda irraa hafiinsi hin jirreetti godaanee jira. Sh/ #Abdullaxiif sharafuddiin (Abaa salaamaa) Rabbiin itti haa araaramu, maatii fi firoottan isaa, akkasuma muslimoota hundaaf obsaa fi jajjabinna haa kennu. https://t.me/tafak_or
Open in Telegram#Gaza fi qorra Ummata qubsumaa fi iddoo boqonnaa hin qabne hunda ija Rahmataatiin ilaali…!! يارب ارحمهم وكن معهم 🌸 @tafak_or
Open in Telegram✰✰﷽✰✰ 💫اللهم صل على صاحب التاج والمعراج،صاحب الوجه الأنور،والجبين الأظهر،سيد ولدآدم رسول رب العالمين عليه أفضل الصلاة وأتم التسليم #Daa'ii Fi #Mu'allimtootaaf...!☑️ 🍂 Barumsi ykn ilmiin nama Aklaaqa gaarii qabu irraa namaa galti....Eee gaafa Aa'araabni masjida rasuulatti salawaatu rabbii wa selamuhuu aleyhi fincaaye sahaabonni itti iyyanii lolanii xixanii ifiillee nama haala badaa tahanii isaafillee fincaan itti kutanii dhukkuba itti tahanii masjidaafis najisni akka babal'atuuf sababa tahanii oolan osoo #Jamaalli Aaminaan deesse isaan wajjin hin jiraatinii 🌿Rasuulli salawaatu rabbii wa selamuhuu aleyhi eega akka inni fincaayee geeffatuu ajajnii booda "masjida wanni akkanaa isaaf hin malu....jedhanii akka ijoolletti gorsuunii eegalan namtichis haala keessa dabre lamaan laalee haala sahaabaa Fi rasuula rabbii sallaallaahu Aleyhi wesellam "Yaa rabbi anaaf muhammadii rahmata godhii...nu waliin nama tokkoofuu rahmata hin godhin jedhe"...! 🍁🍁Nutis har'a nama Waa nuti himu hin dhabne nama nu gorsus hin dhabne garuu waan nutti himanii Fi nu gorsan keessaa gaarommina isaanii hin agarre ifnana fuula isaanii dhabne Gara laafinaa nuuf qabaachuu isaanii isaanirraa dhabne....! 📿 Gara Karaa rabbii keetittii yoo yaamtu Hikmaa Fi Gorsa gaariin waami ..! 🧬ادع إلى سبيل ربك بالحكمة والموعظة الحسنة Meetu garomminni Fi bareedinni gorsa keessanii...?! 🔺 nuti gorsa keessan dura Arraba isinirraa dhaghutti jirra gorsa dura fuula guurinsa isinirraa argutti jirra من كمثل محمد..؟!ﷺ💜ﷺ♥️ﷺ Eeennu kan akka isaa اللهم اصلح علماء ودعاة المسلمين 🤲 @tafak_or
Open in Telegram✰✰﷽✰✰ 💫اللهم صل على صاحب التاج والمعراج،صاحب الوجه الأنور،والجبين الأظهر،سيد ولدآدم رسول رب العالمين عليه أفضل الصلاة وأتم التسليم 🌱osoo akka jedhan San qiyaamaan buutee ati warra jannataati moo jahannam taha jettee yaadda?..! 😢Mee Hojiin kee balbala tamiin si gaha....! فريق في الجنة وفريق في السعير 🥺 🪴Maal qaba osoo tawbadhee osoo soomadhee salaatee qara'ee zakkaree jechuun maal sii godha....! يومئذ يتذكر الإنسان وانى له الذكرى.😰! ياليتني قدمت لحياتي....😫 😔Eee qiyaamaan hin buune kijiba garuu ati gorfamtee if yaadattee....tawbattee.....lakkii taa'ii lakkii if yaadadhu kijibni anmbi ooftu gorsa sii haa tahu waan rabbi oduu tana fideef hin beektu Eessa jira akka jettuufi... dhiyaatuu isii si beeksisuuf taha😢 قل إن ادري اقريب ما توعدوناام يجل له ربي امدا🥹 Qiyaamaan nama tokko du'uma isaati osoo har'a duutee namoota hafantu jira malee sitti qiyaamaan buute jechama guddoo sanis tahuu baatu....ka na yaachisu maaluma qaba waan rabbi jaalachiisu jechaaf gocha irraa....?!!!! Yaa allaah nu qajeelchi💔 https://t.me/tafak_or
Open in TelegramIslaamummaan bar ✍️ Amantiin kun saanii meetii ykn warqii irratti osoo hin taane, saanii rakkinaa fi dadhabbii irratti nu qaqqabe! Qaama Sahaabaa eeboodhaan wawwaraanamee, billaadhaan ciccitee nu gahe! Laggeen dhiiga isaanii guutamee fi gaara hambaa reeffa isaaniitiin tuulame irratti nu gahe! Qabeenya isaanii, godaansa isaanii, qabsoo isaanii, fi jabina isaaniitiin nu gahe! ✍️ Haala fooyya’aa ta’een jireenya isaanii beeksisa jedheen abdadheen ture, garuu bakka dhiigni jirutti inkiin/qalamni ni callisa. Garuu laaluu kana duubaan gaarummaa guddaa malee hammeenyi biraa hin jiru. Rabbiin isaan irraa haa jaalatu ( Radiyallaahu anhum wardaah). @tafak_or
Open in TelegramAssalamualeykum Wantoota lama, yoo beekte itti dalagde, duniyaa fi aakhirattis milkii argatta: Waan sitti hin tolle yoo Rabbiin gammachiise obsitee baaldhachuu fi, . Waan jaallattu immoo yoo Rabbiin mufachiise dhiisuu keeti. @tafak_or
Open in Telegram✍️ Addunyaan guutuun si dagachuu dandeessi, garuu keeyyatni/Aayanni Qur’aanaa tokko hamilee sitti horuu danda’a... 🌸 إن مع العسر يسرى Cinqaa wajjiin baldhinnatu jira. @tafak_or
Open in Telegram✰✰﷽✰✰ 💫اللهم صل على صاحب التاج والمعراج،صاحب الوجه الأنور،والجبين الأظهر،سيد ولدآدم رسول رب العالمين عليه أفضل الصلاة وأتم التسليم 🌸Nama saalihaa tokkoon "Mee waan jannatatti nu hawwisiisurraa nutti himu jennaan.....?" ✨ Jannata keessa bar"Rasuula rabbiitu jiraa jedheen✨🕊" ♥️ صلى الله على صاحب التاج والمعراج سيد ولد آدم رسول رب العالمين عليه افضل الصلاه واتم التسليم 💦 🩷💛💜 قالوا لأحد الصالحين:ـ "هل لنا من الجنة شيئاً يشوقنا إليها..؟!" قال:ـ فيها رسول الله 🌸✨ 💚🧡💙 Sallallahu Aleyhi wessellem @tafk_or
Open in TelegramErgamaan Rabbii (SALLALLAAHU ALEYHI WASALLAM) akkana jedhan: “Amaloota sadiitu jira, namni isaan kana qabaate mi’aa Iimaanaa argatee jira : Rabbii fi Ergamaan Isaa (SAW) waan hunda caalaa isa biratti jaallatamaa ta’uu isaanii;Rabbiif jecha nama tokko jaallatuu;akkasumas akkuma ibiddatti darbatamuu jibbutti kufriitti deebi’uu jibbuu.” [Al-Bukhaariin odeesse (6941)]. https://t.me/tafak_or
Open in TelegramSeenaa dhala namaa keessatti dhimma gudeeddii dubartootaa fi ijoollee keessaa inni guddaan tokko!! ✍️ Waraana Addunyaa Lammaffaa irratti Jarmaniin erga mo'amtee booda, #Michoonni dubartoota Jarmanii miliyoona lama gudeedan, reeffi namoota hedduus daandii irratti faca'ee hafe. Loltoonni michuuwwanii dubartii gaaffii isaaniif bitamuu didde kamiyyuu ajjeesuuf yeroo tokkoof illee duubatti hin jenne. Hanga walakkeessa bara 1950mootaatti Jarmaniin ijoollee 37,000 maqaa haadholii isaaniitiin galmeessuun fudhatteetti. ✍️ Raashiyaan dubartoota miliyoona tokkoo ol gudeedan. Ameerikaanonni dubartoota: 190,000 gudeedan. Ingilizoonnis: 45,000. Faransaayiin: 50,000. ✍️ Warri yakka kana raawwatan warra har'a waa'ee mirga namoomaa fi mirga dubartootaa nu barsiisaa jiranidha! Maddi: Ogeettiin seenaa Jarmanii Miriam Gerhardt, kitaaba ishee "When the Soldiers Came" jedhu irraa. @tafak_or
Open in Telegram✍️ Namni tokko Salaata Uzrii Shari’aan hayyamtuuf (daguu, hirribaa fi uf wallaaluu ykn maraatuma) malee yeroo isaa yoo dabarse, towbaa qulqulluu yoo deebi’e malee qadaa kafaluu hin danda’u. Hanga fedhes osoo salaatee irraan kuftuu beekaa, hamma dandeenyeen yeroo isaa haa eeggannuu. @tafak_or
Open in Telegram🍃 Namoota badii fi hanqinna ofii wallaalan malee, waan hundaa beekaniin rakkachaa jirra. ከራሳቸው ጉድለት በስተቀር ሁሉንም ነገር የሚያውቁ ሰዎች ያጋጥሙናል። Isin mudatanii beekuu 🤔 @tafak_or
Open in TelegramYeroo kamuu qarqaarsa Rabbii irraa duroomuu hin dandeenyu… Rabbitti qarqaarsifadhaa…! @tafak_or
Open in Telegram