Akkaata ittiin application birr irraa itti hojjattan kana ittiin banattan step guutuu isaa link kanaan laala app buufadhaa yaala family ๐ฅ๐ฑ https://t.me/Success_win1/208?single&comment=1307
Open in TelegramPosts of SUCCESS๐
Forwarded from BEEKKUMSA WALII GALAA ๐
๐ฅLink gadii kana irratti tuquun app kana buufadhaa birr irraa hojjadhaa. WAANNI KUNI 100% DHUGAADHA.๐ฑ๐ฑ 1. Jaqlqaba app link gadii irratti tuquun download gootu. 2. App erga buuftanii booda bantanii keessa seentanii email keessanii ๐๐ฎ๐น๐ถ๐ถ๐ป ๐๐ฎ๐น qabsiifattu achiin booda game ๐ฎ taphachuuniifi hiriyoota keessan itti afeeruun birr irraa hojjattu ๐๐ข๐ช๐ก๐๐ข๐๐ ๐๐ฃ๐ฃ ๐ฅWarri isiniif hin galin iddoo comment irratti naaf barreessa ๐ https://playbb.fun/u/29776427
Open in TelegramDHIIRA JABAA JACHUUN ******** Dhiira Jabaa jachuun, kan Galgala booyee, ganama akka nama kaleessa homaa hin tahiniitti seequu kan danda'uudha. Dhiphina keessa isaa dhookfatuus, garuu abdii isaa hin awwaallu. Yeroo jireenyi isa qoru, obsaan dabarsa. yeroo kufu of kaasa, yeroo namni hundi isa dhiisee deemu, ofitti amanee itti fufuu kan danda'uudha. Hubadhu ! Dhiira jabaa jachuun ,nama hin boonyee miti. nama booyuus imimmaan isaa keessattillee abdii hin murannee dha malee. Jabinni dhiiraa humna qaamaa qofa osoo hin taane, obsa, itti gaafatamummaa, of to'achuu fi rakkoo keessa darbee ka'uu danda'uu isaati. Adeeroo ! Namni hundi fuula kee irratti seeqicha arguu danda'a. garuu hammam akka of qabdee rakkoo keessa darbaa jirtu si malee namni hin beeku. Rakkoo fi haala hammata kamuu keessatti , si caalaa namni si jajjabeessuu danda'u hin jiru. Yeroo kuftelle kan dura harka qabee ,lafaa si kaasu. Suma mataa keeti. Yeroo mara seeqqadhu adeeroo, irraa bareeddaa bar wly, seeqi mee ammayyu. Dhiira ta'uun salphaa miti. garuu abdii hin kutatin. Boruun kee har'a caaluu danda'a! Maaltu beeka jateeti. Yeroo Amma bareeffama kana dubbisaa jirtutti haala hamaa keessa jirta tahuus mala, namoonni Haala keetiin wal fakkaata keessa jiraniis hedduudha . Dhaabbachuu caalaa tarkaanfachuuf yaali. Something is better than nothing! ๐ ATIS JABAADHA @Success_win1
Open in TelegramI survived too Many storms alone, Now they are offering me Umbrella for Rain๐ง @Success_win1
Open in TelegramForwarded from BEEKKUMSA WALII GALAA ๐
๐ฅLink gadii kana irratti tuquun app kana buufadhaa birr irraa hojjadhaa. ๐ฑ๐ฑ 1. Jaqlqaba app link gadii irratti tuquun download gootu. 2. App erga buuftanii booda bantanii keessa seentanii email keessanii ๐๐ฎ๐น๐ถ๐ถ๐ป ๐๐ฎ๐น qabsiifattu achiin booda game ๐ฎ taphachuuniifi hiriyoota keessan itti afeeruun birr irraa hojjattu ๐๐ข๐ช๐ก๐๐ข๐๐ ๐๐ฃ๐ฃ Blockbuster. Fun. Friends. Now. โจ https://playbb.fun/u/29776427
Open in TelegramNot every environment deserves access to your ambition. Protect your peace, elevate your standards, and surround yourself with people who understand growth, value discipline, and respect your vision. Your future is too valuable to be compromised by the wrong circle. ๐๐ค @Success_win1
Open in Telegramแดดแดผแดผแดธแดฌแดฌแดบ แตแดนแตแดฟแดตแดตหขแดฌแดฌ แดณแตแตแตแตแดนแดนแดฌแดฌ แตแดฑแดฑแตแตแดตแตแต แดบแดฌ แดบแตแดฌแดฌแตแดฌ แดถแดฑแดฐแดดแดฑแดฑ แดผแถ หขแดผแดฐแดฌแดฌแตแดฌ.๐ค #แดณแดฌแดฟแตแต แดฐแดดแตแดนแดฌแดฟแดฟแดฌแตแตแดต แตแดตแดทหขแดฑแดฑ แดตหขแดฌแดฌแตแดตแดตแดบ แดบแตแดฌแดฌแตแดฌแดนแดฌ. โ แดฌแตแดตหข แดฐแดตแดตแดบแดฌแดทแดฑแดฑ หขแดผแดฐแดฌแดฌแถแดดแดฌ แดถแดตแดฟแดฌแดฌแถแดดแต แถแดฌแดฌแดธแดฌแดฌ แตแดตแดทแดฑแดฑแดทแดฑแดฑ แถ แดต แดดแดตแดฟแดตแตแดฌแดฌ หขแดตแตแตแดต แดฐแดดแดตแดดแดผแดผ แดตแดฟแดฟแดฌแดฌ แดผแถ แดฑแดฑแดณแดต.๐ซ แตแดผแดผ แดบแดฌ แดฐแดดแดฌแดณแดฑแดฑหขหขแดฑแดฑแถ แดฑแดฟแดณแดฌแดบ แดทแตแดบ แตแดฑแดฟแดผแดผ แดดแตแดบแดฐแดฌแดฌ หขแดต แถ แดฌแตแตแดฌแดฐแดฌแดฌ.๐โโ Join ๐๐ https://t.me/Success_win1
Open in Telegramโบโบโบโบโบโบโบโบโบโบโบโบโบโบโบโบ โป๏ธ๐ฏ๐๐๐๐ ๐จ๐๐๐ ๐ธ๐๐๐ ๐ฌ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ซ๐๐๐๐๐! โ ๐ต๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐:๐ฐ โป๏ธ"๐๐จ๐จ ๐ฆ๐๐๐ฅ๐ฅ๐๐ช๐ ๐๐ซ๐ ๐๐๐ก๐ ๐ช๐จ๐๐๐๐ง ๐ ๐๐ฆ๐ฆ๐๐๐..." โป๏ธ"๐๐จ๐จ ๐ก๐๐๐ฅ๐ฅ๐ข ๐ง๐๐๐ ๐ญ๐จ๐ฅ๐ ๐ช๐จ๐๐๐๐ง ๐ก๐จ๐ฃ๐ฃ๐๐๐ก๐..." โป๏ธ "๐๐จ๐จ ๐ง๐๐ฆ๐จ๐จ๐ง๐ง๐ข ๐ง๐ ๐ฃ๐๐๐ฅ๐ฅ๐๐ญ๐๐ง ๐ช๐จ๐๐๐๐ง ๐จ๐ ๐๐ฆ๐๐ง๐..." โ ๐๐ฎ๐น๐ฎ๐ฎ๐๐ฎ๐บ๐ป๐ถ ๐ฑ๐ต๐๐ด๐ฎ๐ฎ ๐ด๐ฎ๐ฟ๐๐ ๐ธ๐ฎ๐ป ๐ท๐ฒ๐ฑ๐ต๐:๐ฐ โ "๐๐ฎ๐ฎ๐น๐น๐ถ ๐ฎ๐ธ๐ธ๐ฎ ๐๐ถ๐ถ๐ณ ๐๐ผ๐น๐ ๐ต๐ถ๐ป ๐ฒ๐ฒ๐ด๐ถ๐ป; ๐ฎ๐๐ถ ๐ฑ๐๐ฟ๐ฎ ๐ธ๐ฒ๐ฒ๐๐๐ฎ ๐ธ๐ฒ๐ฒ๐๐ถ๐ถ๐ป ๐๐ผ๐น๐ถ, ๐ฒ๐ฒ๐ด๐ฎ๐๐ถ๐ถ ๐ต๐ฎ๐ฎ๐น๐น๐ถ ๐ฎ๐น๐ฎ๐ฎ ๐ฎ๐ธ๐ธ๐ฎ ๐๐ถ ๐ต๐ผ๐ฟ๐ฑ๐ผ๐ณ๐ ๐ด๐ผ๐ฑ๐ต๐ถ."๐ฏ ๐ฐ๐ฎ๐๐๐๐๐๐๐๐๐, ๐๐๐๐, ๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐โ๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐, ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐. สแดส'แดแดา สแดษดษขแดษดแดแดแดโ ๐ฐ๐๐ถ๐ธ๐ฒ โค๏ธโค๏ธ๐๐ ๐ฐ๐๐ผ๐ถ๐ปโ๏ธโ๏ธ @Success_win1 @Success_win1 โ สแดแดแด แดแดาโ @Beinstein_6โ
Open in TelegramNama qalbisuufiin waa ja'a...๐ Karaan qarshii itti hojjatan ka lakkaawwamee hin dhumneetu jira. Garuu karaan hundi keetii miti. Karaa dhibba tokko eegaltee dhibbanuu irratti kufaa hin tahin, karaa si wajjiin deemuufi dandeeytii irra qabdu filadhu, san booda achirra imali. Warra karaa keetiin ala jiru akkuma beekkumsa walii galaatti hordofi malee hunda ija cufattee waan sitti himameen ariyaa hin oolin. Bara kana namni ogummaa takkaafii lama irratti focus godhee jijjiiramaa dhufu argu jirra, kan kana irraa hafe garuu oduma hunda ariyuuti bara isaa fixe. Bara haaraya dhufaa dabraa kanaas akkasuma hunda ariyuuf yaalaa jirtaa ? Yeroo hunda waan takka beeki, durummaan sirrii yeroo fudhatti!!๐ซก Tanaaf yeroon hanga wal geeysuu ykn wal gartuu karaa sii wajjiin deemuufi dandeeytii fi ogummaa itti qabdu filadhu, san booda achirra deemi ykn imali. ๐ฐ๐๐ถ๐ธ๐ฒ โค๏ธโค๏ธ๐๐ โ ๐๐ผ๐ถ๐ป @Success_win1 โป๏ธYaadaafใ @Beinstein_6โ
Open in Telegramโง ๐ป๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐ฑ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ด๐๐๐๐'๐๐๐ ๐ฑ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ 1. ๐ต๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐ย ๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐. ๐ 2. ๐ฑ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐'๐ ๐๐๐๐๐.๐ค 3. ๐ฑ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐.๐ 4. ๐ต๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐. ๐จโโค๏ธโ๐จ 5. ๐น๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐. ๐คฏ 6. ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐'๐.๐ช 7. ๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐๐.๐น ๐ณ๐๐๐๐ ๐ณ๐๐๐โค๏ธ @Success_win1 โ
Open in Telegram#Kanneen hojjiitti hikkii #WAA SADII OBSI 1 MIDHAMAA KEE 2 RAKKINAA KEE 3 DHUKKUBBA KEE WAA SADII 3 DHOKSI 1KAROORAA KEE 2 KUFAATII KEE ICCIITI KEE WAA SADII 3 SIRREESSI 1 AMALA KEE 2 OOLMAA KEE 3 DEDEBBII KEE Like๐ Likeโค๏ธ @Success_win1
Open in Telegram๐ฅ"Kuniis numa dabra!" yeroo jedhamu, waan yeroo rakkinaa qofaaf jedhamu miti. Gammachuu fii sadoon, gaarii fii hamtuun, humnaa fii aangoon, yeroo fi qabeenyi, rakkinaa fi hiyyummaan, bilisummaa fii gabrummaan... walumaa galatti wanti hundinuu akka arra jiran kanatti hin haftu, ni jijjiiramti! Yeah, hundi ni dabarti! ... Like๐ Likeโค๏ธ @Success_win1
Open in TelegramโJalqabni haaraan bakka haaraa miti; ilaalcha sammuu haaraa dha.โ โ๐๐๐๐โค๏ธ โโโโโโโย ย ย ย ย โ๐๐๐๐๐๐โโโโโโ โ๐๐๐๐๐ โโโโโโโ https://t.me/Success_win1
Open in Telegramโจ๐ป HAPPY NEW YEAR 2019! ๐ปโจ ๐ป May 2019 take away your worries and bring you peace. ๐ป May it take away your sadness and bring you happiness. ๐ป May it take away your struggles and bring you success. ๐ป May it take away your fears and fill your heart with courage. ๐ป May it bring abundance, prosperity, love, and blessings into your life. ๐โค๏ธ HAPPY NEW YEAR ๐ผ๐บ๐ชท @Success_win1
Open in TelegramJECHOOTA MILKAA'INA: 1. "Milkaa'inni furtuu gammachuu miti. Gammachuun furtuu milkaa'inaati. Waan hojjettu yoo jaallatte milkaa'ina argatta." 2. "Milkaa'inni waan qabdu osoo hin taane, eenyu akka taate keessa jira." 3. "Milkaa'inni kan dhumaa miti, kufaatiin kan nama ajjeesu miti: Kan lakkaa'amu hamilee itti fufuudha." 4. "Milkaa'inni kufaatii dhabuu miti; kufaatii keessa darbuudha." 5. "Milkaa'inni waa'ee bakka itti geessu osoo hin taane, waa'ee imalaati." 6. "Milkaa'inni maallaqaan osoo hin taane dhiibbaa ati namoota biroo irratti qabduun madaalama. 7. "Milkaa'inni nama hunda caalu ta'uu osoo hin taane, ofii kee isa hunda caalu ta'uudha. 8. "Milkaa'inni hammam akka galmaan ga'u osoo hin taane, akkamitti namoota biroo akka galmaan ga'an kakaastudha. 9. "Milkaa'inni carraa osoo hin taane hojii cimaa fi of kennuudha. 10. "Milkaa'inni harka rukutuu osoo hin taane, waan hunda kee akka kennite beekuun quufa. 11. "Milkaa'inni yeroo ati kufte osoo hin taane, yeroo ati deebitee kaatudha. 12. "Milkaa'inni mudaa kan hin qabne ta'uu osoo hin taane, mudaa kee hammachuudha. 13. "Milkaa'inni waan qabdu osoo hin taane, adeemsa keessa eenyu akka taatudha. 14. "Milkaa'inni guddina herrega baankii keetii osoo hin taane, guddina onnee keetii ti. 15. "Milkaa'inni waa'ee bakka itti geessan osoo hin taane, barumsa karaa irratti argamudha. 16. "Milkaa'inni lola hunda injifachuu osoo hin taane, lola lolaaf malu filachuudha. 17. "Milkaa'inni waa'ee galata osoo hin taane, dhiibbaa ati namoota biroo irratti geessistudha. 18. "Milkaa'inni qabeenya ati kuufattu osoo hin taane, yaadannoo ati uumtudha. 19. "Milkaa'inni waa'ee mata duree osoo hin taane, dhiibbaa ati namoota biroo irratti qabdudha. 20. "Milkaa'inni baay'ina osoo hin taane, qulqullina hariiroo keessaniiti. 21. "Milkaa'inni waa'ee beekkamtii osoo hin taane, kaayyoo kee jiraachuu galmaan ga'uudha. 22. "Milkaa'inni waa'ee bakka itti deemtu osoo hin taane, nama adeemsa keessa taatudha. Like ๐ Share ๐ซฏ JOIN ๐๐ @Success_win1 @Success_win1
Open in Telegram#แดษชสแดแดแด าแดแดษชสส๐ โMilkaaโinni walitti qabama carraaqqii xixiqqoo, guyyaa guyyaan irra deddeebiโameedha.โ โSuccess is the sum of small efforts, repeated day in and day out.โ โ Robert Collier สษชแดแด โค๏ธ sสแดสแด๐ฒ แดแดษชษด๐๐ @Success_win1 @Success_win1
Open in TelegramQabeenya Sooreyyiin Itti Xiyyeeffatan, Kan Hiyyeeyyiin Bakka Hin Kennineef ~~~โขโขโขโข~ Hayyuun Robert T. Kiyosaki jedhamu kitaaba isaa "Rich Dad Poor Dad" jedhamu keessatti amala, ilaalchaa fi beekkomsa abbaan dureessii fi abbaan hiyyeessi maallaqaaf qabu bal'innaan barreesseera. Bal'inna isaa yeroo biraa itti deebina. Mee har'aaf qabeenya sooreyyiin hundi Itti Xiyyeeffatanii fi namootni hiyyeessa ta'an bakka hin kennineef haa ilaalluu. Qabeenya Sooreyyiin Itti Xiyyeeffatan, Kan Hiyyeeyyiin Bakka Hin Kennineef 1. Beekkomsa Maallaqaa ( Financial Knowlage): โข Qabeenyi kan eegalu beekkomsaa fi ogummaa bu'a qabeessa ta'eeni. โข Sooreyyiin beekkomsa barnoota idilee hin qabnes, beekkomsa maallaqaa guddifachuuf boqonnaa hin qaban. โข Hiyyeeyyiin garuu barnoota idilee malee barnoota maallaqaatiif iddoo hin kennan. 2. Qabeenya galii maddisiisu (Income producing asset): โข Sooreyyiin maalaqa argataniin qabeenya galii galchuu danda'u (Assets) irratti xiyyeefatanii bitu. โข Kanaaf akkuma maddi galii isaanii dabalaa deemuun qabeenyi isaanii dabalaa deema. โข Hiyyeeyyiin garuu qabeenya baasii malee galii hin galchine (Liabilities) irratti xiyyeeffatanii bitu. โข Fkn. Uffata faashina, bilbila qaalii, nyaataa fi dhugaatii qaalii alaa fayyadamuu, haala jireenyaa galii isaaniitii ol ta'e jiraachuu....kkf. 3. Invastimentii (Investments): โข Sooreyyiin maallaqa argame Invasti gochuudhaan maallaqni mallaqa biraa akka fiduuf hojjatu. โข Haala kanaan maallaqni isaanii yeroo gara yerootti akka guddatu taasisu. โข Hiyyeeyyiin garuu galii argatan baasanii fixu, liqiidhaan ji'a itti aanu eeggatu. 4. Hariiroo Cimaa (Strong Network): โข Carraawwan kan dhufan hariiroo bu'aqabeessa ta'eeni. โข Sooreyyiin kana sirritti waan hubataniif namoota isaan barbaachisu hunda waliin hariiroo cimaa uumu. โข Hiyyeeyyiin kanaaf dhimma hin qaban. Namoota waliin kolfan, taphatan, bashannanan argannaan ga'aadha. 5. Yeroo (Time): โข Sooreyyiin yeroo isaanii sirnaan bulchu, sirrittis itti fayyadamu. โข Hiyyeeyyiin garuu yeroo isaanii akka qabeenyaatti hin ilaalan. Sirnaan itti hin fayyadaman. Yeroon irraa hafee bakka itti dabarsan barbaadan. 6. Maqaa Gaarii (Personal Brand): โข Maqaan gaariin humnaa fi carraa gaarii uuma. โข Kanaaf sooreyyiin maqaa gaarii qabaachuu qofa osoo hin taanee maqaan gaariin isaanii amanamummaan akka turu hojjatu. โข Hiyyeeyyiin kanaaf dhimma hin qaban. ๐ Ati sooressa ta'uu ni barbaaddaa?? #Sooressa ta'uu yoo barbaadde: โข Beekkomsa maallaqaa horadhu. โข Galii kee irraa yoo xiqqaate %30 qusadhu, โข Qabeenya galii siif galchuu danda'u biti. โข Bu'aa argame nyaattee hin fixin invastinentii /business ittiin jalqabi. โข Namoota si fayyadan waliin hariiroo cimaa uumi. โข Yeroo kee sirnaan fayyadami. โข Obsaa fi kutannoo qabaadhu. โข Amanamummaa gaarii qabaadhu. #Kana goonaan ni sooromta!!!! #Waan dubbistaniif galatoomaa. #Like, #Share gochuu hin dagatinaa. #Beekkomsa walfakkaatu argachuuf #join godhaa. ๐๐๐๐ @Success_win1 @Success_win1
Open in Telegram