Karaa Baankii keenyaa Fudhadhaa,Sharafadhaa ; Kennaa dabalataa Qar. 10 argadhaa! በባንካችን ይቀበሉ፤ ይመንዝሩ፤ ተጨማሪ 10 ብር ጉርሻ ያግኙ! Receive,exchange and enjoy an extra ETB 10 bonus #Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan #EMPOWERED_TOGETHER
Open in TelegramPosts of Siinqee Bank
Maallaqa biyya alaa karaa Baankii Siinqee fudhadhaa,Sharafadhaa ; gatii jijjiirraa guyyaa irratti dabalataan kennaa Qar. 10 argadhaa! የውጭ ሀገር ገንዘብዎን በሲንቄ ባንክ ይቀበሉ፤ ይመንዝሩ፤ በዕለቱ የምንዛሪ ተመን ላይ ተጨማሪ 10 ብር ጉርሻ ያግኙ! Receive and exchange your foreign currency at Siinqee Bank and enjoy an extra ETB 10 bonus on top of the day’s exchange rate! #Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan #EMPOWERED_TOGETHER
Open in TelegramKaraa Baankii keenyaa Fudhadhaa,Sharafadhaa ; Kennaa dabalataa Qar. 10 argadhaa! በባንካችን ይቀበሉ፤ ይመንዝሩ፤ ተጨማሪ 10 ብር ጉርሻ ያግኙ! Receive,exchange and enjoy an extra ETB 10 bonus #Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan #EMPOWERED_TOGETHER
Open in Telegram👉 Kaardiiwwan Baankii Siinqee fayyadamaa, kaffaltii keessan haala salphaan Raawwadhaa! Bittaa rawwatanii fi kaffaltii tajaajilaa keessan Kaardii Baankii Siinqee fayyadamuun haala saffisaan, salphaa fi amansiisaan raawwadhaa. ❇️Giddugala daldalaa keessatti bittaa raawwachuuf ❇️ Kaffaltii tajaajilaa keessan haala salphaa ta’een kaffaluuf ❇️ Kaffaltii keessan saffisaa, salphaa fi mijataa taasisuuf! TOKKUMMAAN GARA MILKAA’INAATTI! 👉 በሲንቄ ባንክ ካርድ በቀላሉ ይክፈሉ! ግዢዎን እና የዕለት ተዕለት ክፍያዎን በሲንቄ ባንክ ካርዶች በፍጥነት፣ በቀላሉ እና ያለምንም ውጣ ውረድ ይፈጽሙ። ❇️ በገበያ ማዕከላት ሲገዙ ❇️በተለያዩ የአገልግሎት ማዕከላት ሲከፍሉ ❇️ ፈጣንና ምቹ የክፍያ አማራጭ ! በአንድነት ወደ ስኬት 👉 Pay. Enjoy! Make every purchase quick, easy, and effortless with your Siinqee Bank Card. ❇️ Shop with ease at shopping centers ❇️ Pay conveniently at service centers ❇️ Enjoy fast and seamless payments wherever cards are accepted. Siinqee Bank Cards — your easy way to pay. EMPOWERED. TOGETHER! #Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan
Open in TelegramKaraa Baankii keenyaa Fudhadhaa,Sharafadhaa ; Kennaa dabalataa Qar. 10 argadhaa! በባንካችን ይቀበሉ፤ ይመንዝሩ፤ ተጨማሪ 10 ብር ጉርሻ ያግኙ! Receive,exchange and enjoy an extra ETB 10 bonus #Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan #EMPOWERED_TOGETHER
Open in Telegramየሲንቄ ባንክ የባለአክሲዮኖች 7ኛ መደበኛ ጠቅላላ ጉባዔ ጥሪ የተከበራችሁ የሲንቄ ባንክ አ.ማ ባለአክሲዮኖች በሙሉ! የሲንቄ ባንክ አ.ማ የባለአክሲዮኖች 7ኛ መደበኛ ጠቅላላ ጉባዔ ቅዳሜ ታህሳስ 03 ቀን 2019 ዓ.ም ከጠዋቱ 2፡00 ጀምሮ በአዲስ አበባ፣ ስካይ ላይት ሆቴል የሚካሄድ በመሆኑ ባለአክሲዮኖች ወይም ህጋዊ ወኪሎቻቸዉ በተባለው ቀን፣ ሰዓት እና ቦታ በአካል ተግኝታችሁ በጉባዔው ላይ እንድትሳተፉ የባንኩ የዳይሬክተሮች ቦርድ በአክብሮት ጥሪዉን ያቀርባል፡፡ #Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan #EMPOWERED_TOGETHER
Open in TelegramWaamicha Yaa’ii Waliigalaa Abbootii Aksiyoonaa Idilee 7ffaa Baankii Siinqee Kabajamtoota Abbootii Aksiyoonaa Baankii Siinqee Hundaaf, Yaa’iin waliigalaa abbootii aksiyoonaa Idilee 7ffaa Baankii Siinqee Mudde 03, 2019 ganama sa’aatii 2:00 irraa eegalee Magaalaa Finfinnee Hoteela Iskaayilaayiititti bakka abbootiin aksiyoonaa ykn bakka bu’oonni seeraa isaanii argamanitti waan gaggeeffamuuf, walgahii kana irratti akka argamttan Boordiin Daayirektaroota kabajaan waamicha isiniif dhiheessa. #Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan #EMPOWERED_TOGETHER
Open in TelegramKaraa Baankii keenyaa Fudhadhaa,Sharafadhaa ; Kennaa dabalataa Qar. 10 argadhaa! በባንካችን ይቀበሉ፤ ይመንዝሩ፤ ተጨማሪ 10 ብር ጉርሻ ያግኙ! Receive,exchange and enjoy an extra ETB 10 bonus #Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan #EMPOWERED_TOGETHER
Open in TelegramMilkaa'inni keessan kaayyoo keenya! Torbeen hojii haaraan kun, torbe nu waliin hojjettanii itti milkooftan isiniif haa ta'u! Torbee Hojii Gaarii! የእርስዎ ስኬት የእኛ ዓላማ ነው! በጋራ የስኬት ጉዞ የምንቀጥልበት መልካም ሳምንት ይሁንልዎ! መልካም የስራ ሣምንት ! Your Success Is Our Purpose! Wishing you a wonderful week as we continue our journey towards shared success! Have a great week ahead! #Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan #Financial_Inclusion #EMPOWERED_TOGETHER
Open in TelegramGuyyoota boqonnaa eebbifamaa, waan gaarii hundaan guutame isiniif haa ta'u! መልካሙ ሁሉ የሚያጋጥምዎ ብሩክ ሰንበት ይሁንልዎ! Have a Blessed weekend! #Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan #Financial_Inclusion #EMPOWERED_TOGETHER
Open in TelegramKaraa Baankii keenyaa Fudhadhaa,Sharafadhaa ; Kennaa dabalataa Qar. 10 argadhaa! በባንካችን ይቀበሉ፤ ይመንዝሩ፤ ተጨማሪ 10 ብር ጉርሻ ያግኙ! Receive,exchange and enjoy an extra ETB 10 bonus #Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan #EMPOWERED_TOGETHER
Open in TelegramKaraa Baankii keenyaa Fudhadhaa,Sharafadhaa ; Kennaa dabalataa Qar. 10 argadhaa! በባንካችን ይቀበሉ፤ ይመንዝሩ፤ ተጨማሪ 10 ብር ጉርሻ ያግኙ! Receive,exchange and enjoy an extra ETB 10 bonus #Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan #EMPOWERED_TOGETHER
Open in TelegramJuma'aa toltuun guutame kan Ibaadaan keessaan itti qeebalamu isinif haa ta'u! ኢባዳችሁ መቅቡል የሚሆንበት በበረካ የተሞላ ጁምዓ ይሁንላችሁ! #Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan #Financial_Inclusion #EMPOWERED_TOGETHER
Open in TelegramBurjaajessitoota irraa of eeggadhaa! Kabajamtoota maamiltoota keenya, Lakkoofsa icciitii (Password), Jecha icciitii al-tokke(OTP) fi Maqaa fayyadamaa (User name) Siinqee Dijiitaal keessan nama birootti tasumaa dabarsitanii hin kenninaa. Burjaajessitootni tajaajilli keessan waan isin jalaa cufameef isiniif sirreessina ykn haaraa isiniif banna, akkasumas dorgommii mo’attaniittu qarshii isiniif galchina jechuun bilbila bilbiluunis ta’e karaa ergaa gabaabaa, akkasumas karaa toora miidiyaa hawaasaa hidha(link) sobaa isiniif erguun irra deddeebiin odeefannowwan armaan olii kana argachuuf yaalii godhu waan ta’eef, dammaqinaan irraa of-eegadhaa! Baankiin keenya bilbilaanis ta’e karaa ergaa gabaabaa odeefannoo akkasii tasumaa kan isin hin gaafanne ta'uu isin hubachiisaa , yeroo taateewwan akkasii isin mudatan gara wiirtuu tajaajila maamiltootaa Baankii keenya 871tti bilisa bilbiluun ykn damee isinitti dhiyoo jiru daawwachuun eeruu kennuu fi odeefannoo dabalataa argachuu kan dandeessan ta'uu isin beeksifna. ራስዎን ከአጭበርባሪዎች ይጠብቁ! ውድ ደንበኞቻችን የሲንቄ ዲጂታል የይለፍ ቃል (Password), ፣ የአንድ ግዜ የሚስጥር ኮድ (OTP) እና የተጠቃሚ ስም(User name) በፍፁም ለሌላ ሰው አታጋሩ። አገልግሎታችሁ ስለተቋረጠ እናስተካክልላችህኋለን ወይም አዲስ እንከፍትላችኋለን እንዲሁም በባንካችን ተሸላሚ ሆነዋል በማለት ስልክ በመደወል ፣አጭር የፅሑፍ መልዕክት በመላክ እንዲሁም በማህበራዊ ድህረ-ገፆች የውሸት ሊንኮችን በመላክ ከላይ የተጠቀሱት ግላዊ መረጃዎችን ለማግኘት በተደጋጋሚ ከሚሞክሩ አጭበርባሪዎች በንቃት ራሳችሁን ጠብቁ። ባንካችን እንደዚህ አይነት ግላዊ መረጃዎችን በስልክ ፣በአጭር የፅሁፍ መልዕክት እንዲሁም በማህበራዊ ድህረ-ገፆች በፍፁም የማይጠይቃችሁ መሆኑን እያሳወቅን እንደዚህ አይነት ችግሮች ሲያጋጥሙያችሁ ወደ ባንካችን የደንበኞች አገልግሎት ማዕከል 871 በነፃ በመደወል ወይም አቅራቢያችሁ ወደሚገኝ የባንካችን ቅርንጫፍ በመሄድ ጥቆማ መስጠት እና ተጨማሪ መረጃ ማግኘት የምትችሉ መሆኑን እናሳውቃለን። #Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan #EMPOWERED_TOGETHER
Open in TelegramKaraa Baankii keenyaa Fudhadhaa,Sharafadhaa ; Kennaa dabalataa Qar. 10 argadhaa! በባንካችን ይቀበሉ፤ ይመንዝሩ፤ ተጨማሪ 10 ብር ጉርሻ ያግኙ! Receive,exchange and enjoy an extra ETB 10 bonus #Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan #EMPOWERED_TOGETHER
Open in TelegramGaaffii, yaada, komii ykn Eeruu qabduu? 📞Gara Giddugala Tajaajila Maamiltootaa keenya lakkoofsa bilbilaa 871 irratti bilisaan bilbiluun Hojjettoota giddugalichaa yeroo hunda isin tajaajiluuf qophii ta’an qunnamaa. ❇️ Gaaffiiwwan keessaniif deebii saffisaa fi sirrii ❇️ Waa’ee tajaajiloota keenya irratti odeeffannoo wayitaawaa fi amanamaa ❇️ Yaadaa fi eeruu keessan saffisaan dhiyeessuuf ❇️ Komii ykn dhimma kamiyyuu irratti deeggarsaa fi furmaata saffisaa argadhaa. Isin tajaajiluuf yeroo kamiyyuu caalaa qophiidha! ጥያቄ፣ አስተያየት፣ ጥቆማ ወይም ቅሬታ አለዎት? 📞ወደ 871 የደንበኞች አገልግሎት ማዕከላችን በነጻ ይደውሉ፡፡ ሁል ጊዜ ዝግጁ እና ብቁ የሆኑትን የማዕከሉ ሰራተኞችን ያነጋግሩ። ❇️ ለጥያቄዎችዎ ፈጣንና ትክክለኛ ምላሽ ❇️ ስለ አገልግሎቶቻችን ወቅታዊ እና ተዓማኒ መረጃ ❇️ ጥቆማዎችዎን እና አስተያየቶችዎን ፈጣን መቀበያ ❇️ ለማንኛውም ቅሬታ ወይም ጉዳይ ፈጣን ድጋፍ እና መፍትሔ እርስዎን ለማገልገል ሁሌም ዝግጁ ነን! #Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan #EMPOWERED_TOGETHER
Open in TelegramKaraa Baankii keenyaa Fudhadhaa,Sharafadhaa ; Kennaa dabalataa Qar. 10 argadhaa! በባንካችን ይቀበሉ፤ ይመንዝሩ፤ ተጨማሪ 10 ብር ጉርሻ ያግኙ! Receive,exchange and enjoy an extra ETB 10 bonus #Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan #EMPOWERED_TOGETHER
Open in TelegramKaraa Baankii keenyaa Fudhadhaa,Sharafadhaa ; Kennaa dabalataa Qar. 10 argadhaa! በባንካችን ይቀበሉ፤ ይመንዝሩ፤ ተጨማሪ 10 ብር ጉርሻ ያግኙ! Receive,exchange and enjoy an extra ETB 10 bonus #Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan #EMPOWERED_TOGETHER
Open in Telegram