Account

Posts of Rammis Bank ራሚስ ባንክ

newest first

#4418Photo
Views491−36%vs avg
Forwards—
Reactions4
Comments—
Views growthHide views growth

Views growth

Hours after publication

Show as table
Hours after publicationViews
0 h0
4 h317
11 h491
  1. After 6 hours317
  2. Total to date491
#4417Photo
Views550−28%vs avg
Forwards—
Reactions4
Comments—
#4416Photo
Views767+1%vs avg
Forwards—
Reactions2
Comments—
#4415Text

Baankiin Raammis sagantaa Hundeeffama Majliisa Kibba Lixa Oromiyaa kan Magaalaa Jimmaatti haala ho’aan gaggeeffame irratti Spoonsera Sadarkaa 1ffaa ta’uun hirmaachuu isaatti gammachu guddatu itti dhaga’ama! Baankiin keenya hawaasa keenya waliin dhaabbachuun, dhaabbilee amantaa fi hawaasummaa, akkasumas tokkummaa hawaasaa cimsan deeggaruu kaayyoo ijoo isaa godhatee hojjachuu irratti argama. Guyyaa seena-qabeessa kana irratti hirmaannaa ol’aanaa taasisuun cinaatti, hoggantoota haaraa Majliisa Godina Kibba Lixa Oromiyaatti muudamaniif bara hojii milkaa’aa fi bu’a-qabeessa hawwina. ራሚስ ባንክ በጅማ ከተማ በደመቀ ሁኔታ የተካሄደውን የደቡብ ምዕራብ ኦሮሚያ ዞን መጅሊስ የምስረታ በዓል የ1ኛ ደረጃ ስፖንሰር በመሆኑ ታላቅ ደስታ ይሰመዋል። ባንካችን ከማህበረሰቡ ጎን በመቆም የህዝብን አንድነት፣ ሰላምና ልማት የሚያጠናክሩ ተቋማትን መደገፍ ቀዳሚ ተግባሩ አድርጎ በመስራት ላይ ይገኛል። በዚህ ታሪካዊ የምስረታ ዕለት በመገኘታችን ታላቅ ደስታ እየተሰማን፣ ለአዲሱ የደቡብ ምዕራብ ኦሮሚያ ዞን መጅሊስ አመራሮች መልካም፣ ውጤታማ እና የተሳካ የስራ ዘመን እንዲሆንላቸው ከልብ እንመኛለን። #RammisBank #RammisBankSC #SouthWestOromiaZoneMajlis #Jimma #CommunityDevelopment

Open in Telegram
Views984+29%vs avg
Forwards—
Reactions13
Comments—