Views growthHide views growth
Views growth
Hours after publication
Show as table
| Hours after publication | Views |
|---|---|
| 0 h | 0 |
| 2 h | 943 |
| 6 h | 1,920 |
| 8 h | 2,090 |
- After 6 hours1,920
- Total to date2,090
Hours after publication
| Hours after publication | Views |
|---|---|
| 0 h | 0 |
| 2 h | 943 |
| 6 h | 1,920 |
| 8 h | 2,090 |
Forwarded from Dr.Bultoosaa Hirkoo
#Adeemsa_Seensa_Pilaatfoormii_DOW_ykn_CPD ✅ Pilaatfoormii kana seenuun fayyadamuuf adeemsa armaan gadii kana hordofuu dandeessu. 1. Jalqaba 'browser' 'Google Chrome' jedhamu banaa 2. Itti aansuun liinkii 'https://cpd.oeb.gov.et' jedhu kana browser irratti galchuudha. 3. Erga iddoon Username fi Password gaafatu isiniif dhufeen booda, 4. Iddoo Username jedhu sanatti - Username 'Teacher Management Information System' gaafa iyyannoo jijjirraaf isiniif kennamee ture itti galchaa. 5. Iddoo Password jedhu sanatti - cpd@2026 galchuun 'sign In' jechuun seentu jechuudha.
Open in Telegram