Fuula Feesibuukii Bankii keenyaa irratti Tilmaamuun Badhaafamaa! Tapha Premier League Ingilizii torbee 12ffaatiin, walmorkiin Arsenal fi Manchister City gidduutti taasifamu tilmaama olaanaa argateera. Taphni kunis Dilbata galgala sa’atii 1:30’tti taphatama. Baankiin Oromiyaa hordoftoota bu’aa tapha kanaa dursanii tilmaama sirrii tilmaamaniif badhaasa addaa qopheessera. Hirmaadhaa! Seera dorgomiichaa: 1. Fuula Feesibuukii Bankii keenya “follow” gochuun, tilmaama sirrii taphichi meeqaa fi meeqaan akka xumuramu sanduuqa yaadaa keessatti barreessuu. 2. Tilmaama yeroo tokko barreessitan ‘’Edit’’ gochuu fi yeroo lama tilmaamuun badhaasa kana hin argamsiisu. 3. Maxxansa kana namoota biroof qooduu. Carraa Gaarii!
Open in TelegramViews growthHide views growth
Views growth
Hours after publication
Show as table
| Hours after publication | Views |
|---|---|
| 0 h | 0 |
| 3 h | 1,560 |
| 5 h | 2,070 |
| 8 h | 2,490 |
- After 6 hours2,070
- Total to date2,490