#WAU | #Call_for_Remedial Yuunivarsiitiin Wallaggaa Barattoota bara 2019tti haaraa sagantaa riimiidiyaaliitiin Yuunivarsiitichatti ramadamaniif waamicha taasisee jira. 📅 Guyyaan seensaa:- Muddee 1 fi 2 /2019 📍 Iddoon Galmee:- ● Barattoonni Saayinsii Uumamaa Maqaan keessan Qubee A - E irraa eegalu, Kaampaasii Shaambuutti, ● Barattoonni Saayinsii Uumamaa Maqaan keessan Qubee F - Z irraa eegalu ammoo, Kaampaasii Naqamteetti. ● Barattoonni Saayinsii Hawaasaa Maqaan keessan Qubee A - C irraa eegalu, Kaampaasii Naqamteetti ● Barattoonni Saayinsii Hawaasaa Maqaan keessan Qubee D - Z irraa eegalu ammoo, Kaampaasii Gimbiitti. Barattoonni yommuu gara mooraatti deeman; ➜ Ragaalee kutaa 8-12 hunda orjinaalii fi kooppii ➜ Suuraa qomaa lama (2) ➜ Waraqaa eenyummaa dijitaalaa ➜ Uffata qorraa, Uffata Ispoortii, Ansoolaa fi, Huccuu boraatii qabachuu qabdu. @Oromia_University
Open in TelegramViews growthHide views growth
Views growth
Hours after publication
Show as table
| Hours after publication | Views |
|---|---|
| 0 h | 0 |
| 8 h | 92 |
| 25 h | 193 |
- After 24 hours193
- Total to date193