Posts of Musa.H.Ⓜ️.Law Room
Forwarded from Fuula Hubannoo Seeraa
Murtiilee Dirqisiisaa Dhaddacha Ijibbaataa MMWF, Kanneen Dhimmoota Yakkaa qofa Ilaallatan, Haala Iftoomina Qabuufi Gabaabinaan (gabatee keessa teechifamuun) Abbaa Alangaa Waliigalaa Federaalaatiin kan Qophaa'eedha. Credit to Bisrat T. Hubachiisa: Haala Itti Ogeessi Gabaabsee Gabatee Keessatti Barreessu Hubannoo Dhuunfaa Isaa Irratti Hundaa'uu Waan Danda'uuf Qabiyyee Murtichaa Guutummaa Isaa Dubbisuu Hin Dagatinaa! Desalegn B.
Open in Telegram#Beeksisa_Qaacarrii_Hojii Biiroon Leenjii Teeknikaa fi Ogummaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee, kolleejjiiwwan leenjii teeknikaa fi ogummaa biiroo kana jalatti argamaniif, iddoo hojii banaa jiran irratti leenjistoota muuxannoo hojii waggaa zeeroo (0) irraa eegalee hojjatoota baayyina isaanii dhibba sadii fi shantama ol (350) dorgomsiisee qacaruu waan barbaaduuf galmeenis karaa online waan taheef liinkii online ittin galmooftanii fi odeeffannoo dabalataa guutuu isaa liinkii armaan gadii kanaan seenuun argachuu dandeessu 👇👇 https://www.facebook.com/profile.php?id=100083879241632
Open in TelegramForwarded from Desalegn B.
Falmii Mirga Abbaa Qabiyyummaa Lafa Baadiyyaatiin Walqabatee Osuma Himatamaan Mormii Sadarkaa Duraa Darbiinsa Yeroo Kaasee Jiruu Bira Darbamee Haala Argannaa Kee Mirkaneessi Jechuun Ni Danda'amaa? (Hiikkoo Dirqisiisaa Dhaddacha Ijibbaataa MMWFfi Hiikkoo Mana Maree Federeeshinii Tilmaama Keessa Galchuun) °°°°✓✓✓✓°°°°°✓✓✓✓°°°°°✓✓✓✓ 👉Barreeffama kana keessatti qabxiilee jajjaboo ta'an hedduu kaasee waanan jiruuf dubbisaa irratti yaada kennaa. Dubbistanii waan xumurtaniif galatoomaa 🙏 🙏 🥂 Join:-@desberofMM Desalegn B.
Open in Telegram#Beeksisa_Qaacarrii Dhaabbanni Safariikoom Fi Warshaa Sibiilaa AMG steal factory gitoota hojii baayyee irratti beeksisa qaacarrii baasanii waan jiraniif warri fedhii qabdan dorgoomuu dandeessu. Galmeen online waan taheef liinkii karaa online ittin galmooftanii fi odeeffannoo dabalataa guutuu asii argachuu dandeessu 👇👇 https://ethiojobshub.com/safaricom-ethiopia-job-vacancy-5/ https://ethiojobshub.com/amg-holdings-job-vacancy-2026/
Open in Telegram#Beeksisa_Qaacarrii Imbaasiin Canada Itiyoopiyaa beeksisa qaacarrii baasanii waan jiraniif warri dorgoomuuf fedhii qabdan akkaataa galmee fi odeeffannoo guutuu asii argachuu dandeessu 👇👇 https://ethiojobshub.com/embassy-of-canada-vacancy/
Open in Telegram#Beeksisa_Qaacarrii Dhaabbanni Ethio Telecom beeksisa qaacarrii baasanii waan jiraniif warri dorgoomuuf fedhii qabdan akkaataa galmee fi odeeffannoo guutuu asii argachuu dandeessu 👇👇 https://ethiojobshub.com/ethio-telecom-job-vacancy-4/
Open in Telegram