Your chance to win one of 100 free Umrah for two in the Nusuk challenge 🕋! Use the code to support me, sign up via the link, and start the challenge — your next journey to Umrah could be yours. #nusukapp https://services.nusuk.sa/app?p=27&id=NG-BYiMRYov
Open in Telegram
Kureeth Institute 🌏
Latest posts
Forwarded from Hakaan Bakri
Dhabbanni Qaxaleen lafaa dhufaan Account Isaa Gara Facebook -iin dhufee jira. Follow godhaa, Hordofaa. Facebook.com/Kureeth12
Open in TelegramForwarded from Hakaan Bakri
https://vt.tiktok.com/ZSVdKk7yt/ Du’aa’ii Tana Aaamiin Ja’aa wallah Du’aa’ii ajaa’ibaa. Eng, Munshid, Ustaaz Abdurahmaan Huseentu Live TikTok irratti eda nuuf godhe. Rabbiin nuuf haa qeebalu 🤲
Open in TelegramKeessummaa Kureeth🤝 Eng. Munshid, Ustz, Daa’ii Abdurahman Hussen Guyyaa Khamisaa, Keessummaa K u r e e t h ta’uun Isaan afeeruu keenyatti Gammachuu Guddaatu nutti dhaga’ama. Guyyaan Kun gaafa ga’u Platformii TikTok Irratti Kitaaba “Jireenya Keetitti Gammadi” ja’u Kutaa 1ffaa bu’ureeffachuudhaan yeroo baruumsaa fi Muuxannoo gaarii Isaanirraa fudhannu akka ta’u abdiin qaba. Stay tune 🙏 Aug 13 #Share tolchaa
Open in TelegramForwarded from Hakaan Bakri
Facebook kiyyarratti ergaalee gaggabaaboo Dhaamsa guddaa if keessaa qaban maxxansaa jira. Dhaqaatii Daawwadhaa. https://www.facebook.com/share/r/19MRZscuB7/?mibextid=wwXIfr
Open in TelegramForwarded from Hakaan Bakri
Warri yeroo dheeraa Telegram kanarratti wal beeynu Hundi Keessanuu TikTok banachuu kiyya quba qabduu Laata? Liinkii armaan gadii kana dhaqaa Matii ta’aa 🙏 https://www.tiktok.com/@jemalsheikhbakri1?_r=1&_t=ZM-923dIufvAbc
Open in TelegramForwarded from Hakaan Bakri
https://youtu.be/F5abnUkQBg4?si=aIaRjJ7H77MVokPn Yeroo haasoytu harka kana maaliif akkas goota? Kuni Style Rastafarian bar warreen naan jettan sun akkam nagumaa? 😁 Hundaafuu Vidiyicha liinkii armaan oliitiin daawwadhaa warri hin daawwatin 🙏
Open in TelegramConnections
Similar channels
بوی نرگس عطریاس شیعیان مقیم آمریکا@booyenarges_atre_yassReligion8.86K
👑🕰معــاً الـــى الـــجــنـــة7r🕰👑@lmasttReligion8.84K
أذكار💘@adhkar4127Religion8.84K
العلم والدعوة أحمد بن ناصر الطيار@alelm_waldawahReligion8.89K
С попом обо всем!@s_popom_obo_vsemReligion8.83K
دلتنگ کربلا🕊@karbalaye_moalaReligion8.9K
ڪ نقاء اليا๛مين@aseeleaReligion8.91K
لأنك_الله♥️@lankallahReligion8.81K