👌 Ibaadaaf jecha akka uumamte hin dagatin. Sirreessitee isiin dhaabbataa jiraachuu keetiis of herregaa deemi👌.
Open in TelegramPosts of 🔊KEYRAL-UMMA-TUBE
🌅أذكار الصباح🌅 🌹🌹Start your day with the remembrance of Allah🍀🍀 🍀🍀Guyyaa kee zikrii Rabbiitiin jalqabi🌹🌹🌹. 🍂🍂ابدأ يومك بذكر الله، ودع قلبك يجد السكينة في كلماته، وروحك تجد الراحة في رحمته، وليبدأ يومك ببركات🌾🌾🌾🌹. من أذكار الصباح 👇👇 🌹اللَّهُمَّ إِنِّي أَسْأَلُكَ الْعَفْوَ وَالْعَافِيَةَ فِي الدُّنْيَا وَالْآخِرَةِ🌹 https://t.me/addiinunasiiha48h
Open in Telegram✍️Maasiyaan balaa akkasii namatti fiddi👇 👉Argaa qalbii jaamsiti 👉Ifa isiidhaa balleessiti 👉Daandii ilmii cufti 👉Lubbuu namichaa salphisti 👉Boiji'amaa shayixaanaa akkasuma hidhamaa fedhiisaa gooti 👉Qalbiim akkuma rabbirraa fagaattuun balaan isiitti ariifata 👉Kabajaa fi jaalala inni khaaliqaaf makhluuqa irraa qabu kuffisti 👉Maqaa faaruu fi kabajaa irraa fuutee maqaa fokkataa itti uffisti 👉Aqlii namaa hir'isti 👌Dhukkubni qalbii fedhii ishee hordofuudha dawaan isheemmoo fedhii lubbuu faallessuudha👌. 🌱Kanaaf inshaa Allah lubbuu keenya faallessuu yoo masiyaan nutti argamemmoo tawbaan gara isaa deebiu qabna🍂 🍂Yaa rabbi gosa maasiyaa hundarraa nu tiksi🍂 https://t.me/addiinunasiiha48h
Open in Telegram🌅لا تنسوا أذكار الصباح 🌷 🍀Zikrii ganamaa hin dagatinaa 🌅 سبحان الله وبحمده (100×) 🌹Namni yeroo ganamaa ykn galgalaa zikrii kana yeroo 100 jedhe guyyaa qiyaamaa namni isa caalee dhufu hin jiru yoo namuma zikrii kana jedhe ykn irra dabale malee (ergamaa rabbii SAW ) https://t.me/addiinunasiiha48h
Open in Telegram✨🌤 عليكم بأذكار الصباح بارك الله فيكم… فهي نورٌ للصدر، وطمأنينةٌ للقلب، وحفظٌ من كل سوء. لا تبدأوا يومكم قبل أن تبدأوه بذكر الله… ففيه البركة، وفيه السعادة، وفيه القوة بإذن الله. ✨ “واذكر ربك كثيرًا” ☘️Zikrii ganamaa hin dagatinaa isiin ifa qomaati, tasgabbii qalbiiti, barakaa qabdi sababa hamtuurraa nama tiksuuti, milkiitu keessa jira, humna namaaf taati fedhii rabbiitiin... 🥀Warra rabbiin faarsuu heddummeessuurraa rabbiin nuhaa taasisu🥀 🌿Rabbiin nuyiif isinillee haa waffaqu🌿 🥀وفقنا الله واياكم ☘️
Open in TelegramForwarded from نصيحة اليومية
✍️Har'i halkan jumu'aati salawaata ergamaa rabbii irratti buusuu haa baayisnu inshaa Allah🌿 🌷اللهم صلى وسلم وبارك على سيدنا و حبيبنا محمد وعلى آله وصحبه أجمعين 🌷
Open in TelegramForwarded from نصيحة اليومية
🌹Reminder 🌄 Don't forget your evening azkar🌹 ☘️Yaadachiisa ☘️ 🥀Zikrii galgalaa hin dagatinaa🌄 🌹آيَةُ الْكُرْسِيِّ🌹 بِسْمِ اللَّهِ الرَّحْمَٰنِ الرَّحِيمِ اللَّهُ لَا إِلَٰهَ إِلَّا هُوَ الْحَيُّ الْقَيُّومُ ۚ لَا تَأْخُذُهُ سِنَةٌ وَلَا نَوْمٌ ۚ لَهُ مَا فِي السَّمَاوَاتِ وَمَا فِي الْأَرْضِ ۗ مَنْ ذَا الَّذِي يَشْفَعُ عِنْدَهُ إِلَّا بِإِذْنِهِ ۚ يَعْلَمُ مَا بَيْنَ أَيْدِيهِمْ وَمَا خَلْفَهُمْ ۖ وَلَا يُحِيطُونَ بِشَيْءٍ مِنْ عِلْمِهِ إِلَّا بِمَا شَاءَ ۚ وَسِعَ كُرْسِيُّهُ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضَ ۖ وَلَا يَئُودُهُ حِفْظُهُمَا ۚ وَهُوَ الْعَلِيُّ الْعَظِيمُ.
Open in Telegramhttps://t.me/+jB4wmgaJRg83ZDg8 https://chat.whatsapp.com/BmRY1y5ma2gHMQVfBU0sC8?s=cl&p=a&iam=2
Open in Telegram🥀Guyyaatti mindaa nama gabra bilisoomsee argachuu ni barbaadduu? Kanaafuu zikrii kana yeroo kudhan jedhaa guyyaa guyyaatti. 👌Namni rabbi laaffiseef immoo yeoo 100 haa jedhu sun mindaa nama gabra 10 bilsoomsee argata waan taeef🌾 لَا إِلَهَ إِلَّا اللَّهُ وَحْدَهُ لَا شَرِيكَ لَهُ، لَهُ الْمُلْكُ وَلَهُ الْحَمْدُ، وَهُوَ عَلَى كُلِّ شَيْءٍ قَدِيرٌ. https://t.me/addiinunasiiha48h
Open in Telegram🌄من أذكار المساء 🌿أَمسينا وَأَمسى الْمُلْكُ لِلَّهِ، وَالْحَمْدُ لِلَّهِ، لَا إِلَََٰهَ إِلَّا اللَّهُ وَحْدَهُ لَا شَرِيكَ لَهُ، لَهُ الْمُلْكُ وَلَهُ الْحَمْدُ، وَهُوَ عَلَى كُلِّ شَيْءٍ قَدِيرٌ🌿 🍀اللَّهُمَّ إِنِّي أَسْأَلُكَ مِنْ خَيْرِ هَذِهِ اللَّيْلَةِ وَخَيْرِ مَا بَعْدَهَا، وَأَعُوذُ بِكَ مِنْ شَرِّ هَذِهِ اللَّيْلَةِ وَشَرِّ مَا بَعْدَهَا🍀
Open in Telegram🌿Don't forget your daily zikr 🌿 🍀Zikrii keessan guyyaa guyyaa hin dagatinaa🍀 🌄من أذكار المساء 👇 Zikrii galgalaa irraa👇 🥀بِسْمِ اللَّهِ الَّذِي لَا يَضُرُّ مَعَ اسْمِهِ شَيْءٌ فِي الْأَرْضِ وَلَا فِي السَّمَاءِ، وَهُوَ السَّمِيعُ الْعَلِيمُ(3×)☘️🥀 https://t.me/addiinunasiiha48h
Open in TelegramForwarded from نصيحة اليومية
🌅 من أذكار الصباح – Zikrii Ganamaa irraa👇👇 ☘️أَصْبَحْنَا وَأَصْبَحَ الْمُلْكُ لِلَّهِ، وَالْحَمْدُ لِلَّهِ، لَا إِلَٰهَ إِلَّا اللَّهُ وَحْدَهُ لَا شَرِيكَ لَهُ، لَهُ الْمُلْكُ وَلَهُ الْحَمْدُ، وَهُوَ عَلَى كُلِّ شَيْءٍ قَدِيرٌ☘️
Open in Telegram✍️Hamtuu nama tuffachuun qabdu 👇👇 قال النبي صلى الله عليه وسلم: "بحسب امرئ من الشر ان يحقر أخاه مسلم" رواه مسلم Ergamaan rabbii SAW akkas jedhan: "nama tokkoof sharriirraa isaaf gahaadha; obboleessa isaa muslimaa tuffachuun" Akkasuma hadiisa biraa keessatti akkas jechuum dubbatan ergamaan rabbii SAW: "لا يدخل الجنة من كان في قلبه مثقال ذرة من كبر" "namni boonni hanga firii xiqqoo qalbiisaa keessa jiru jannata hin seenu jechuun yoo dubbatan; sahaabonni boonni maal akka tae irra yeroo gaafatan akkas jechuun deebisaniif: 👌Boona jechuun haqa diduu fi nama tuffachuudha "jedhan👌 🥀Ayibii namarra barbaaduu nama tuffachuurraa of qusachuu qabna Inshaa Allah rabbiin sharrii fi gosa isii hundarraa nuhaa tiksu🤲. https://t.me/addiinunasiiha48h
Open in Telegram