Forwarded from Waa'ee Jaalalaa
Jaalalli hamma gadi fagaatu namni tokko sirriitti kan hubatu yeroo addaan ba’iinsi ga’u qofa.” — Khalil Gibran 💞@Kilinika_Jaalalaa❤️ 💞@Kilinika_Jaalalaa❤️
Open in TelegramForwarded from Waa'ee Jaalalaa
Jaalalli hamma gadi fagaatu namni tokko sirriitti kan hubatu yeroo addaan ba’iinsi ga’u qofa.” — Khalil Gibran 💞@Kilinika_Jaalalaa❤️ 💞@Kilinika_Jaalalaa❤️
Open in TelegramOnneen koo bakka ati jirtu qofatti nagaa argatti. @JTrue_Love @JTrue_Love @JTrue_Love
Open in TelegramNama si kabaju kabaji; nama si jaallatu immoo hin tuffatin. @JTrue_Love @JTrue_Love @JTrue_Love
Open in TelegramJaalalli kee kennaa ani gatii isaa hin tilmaamne dha @JTrue_Love @JTrue_Love @JTrue_Love
Open in TelegramJaalalli dhugaan jechaaan "si jaalladha" jechuu caalaa hojii keessatti mul'ata. @JTrue_Love @JTrue_Love @JTrue_Love
Open in TelegramSi jaallachuun koo filannoo miti, miira Onnee kooti. @JTrue_Love @JTrue_Love @JTrue_Love
Open in TelegramJaalalli onnee walitti fida; amanamummaan immoo Onnee walitti hidha. @JTrue_Love @JTrue_Love @JTrue_Love
Open in TelegramOnneen jaalala dhugaa argatte bakka biraa hin barbaaddu. @JTrue_Love @JTrue_Love @JTrue_Love
Open in Telegram❤️ JAALALLEE KOO ❤️ Yeroo si argu gammachuun na guuta, Yeroo si yaadu onneen koo si barbaada, Ati urjii jireenya kooti, Jaalalli siif qabu yoomuu hin jijjiiramu . ❤️🌹 @JTrue_Love @JTrue_Love @JTrue_Love
Open in TelegramForwarded from Waa'ee Jaalalaa
Ragaan jaalalaa hundarra gaariin wal amantaa dha. 💞@Kilinika_Jaalalaa❤️ 💞@Kilinika_Jaalalaa❤️
Open in Telegram"Jaalalli dhugaan of kennuu malee of barbaadu miti." @JTrue_Love @JTrue_Love @JTrue_Love
Open in TelegramAti harka koo qabadhu; ani gonkumaa gadi si hin dhiisu. @JTrue_Love @JTrue_Love @JTrue_Love
Open in Telegram“Jaalala jechuun nama tokko waliin jiraachuu qofa osoo hin taane, isa malee guyyuu guutuu dadhabuu dha.” @JTrue_Love @JTrue_Love @JTrue_Love
Open in Telegram