Account

Posts of Jawar Mohammed

newest first

#7547Photo
Views2,860−61%vs avg
Forwards—
Reactions140
Comments—
Views growthHide views growth

Views growth

Hours after publication

Show as table
Hours after publicationViews
0 h0
2 h2,420
4 h2,860
  1. After 1 hour2,420
  2. After 6 hours2,860
  3. Total to date2,860
#7545Text
Views8,800+19%vs avg
Forwards—
Reactions127
Comments—
Views growthHide views growth

Views growth

Hours after publication

Show as table
Hours after publicationViews
0 h0
2 h3,550
6 h6,570
9 h8,800
  1. After 6 hours6,570
  2. Total to date8,800
#7544Photo
Views6,140−17%vs avg
Forwards—
Reactions208
Comments—
Views growthHide views growth

Views growth

Hours after publication

Show as table
Hours after publicationViews
0 h0
4 h4,120
6 h6,140
  1. After 6 hours6,140
  2. Total to date6,140
#7541Photo
Views9,640+30%vs avg
Forwards—
Reactions27
Comments—
Views growthHide views growth

Views growth

Hours after publication

Show as table
Hours after publicationViews
0 h0
22 h8,930
24 h9,640
  1. After 24 hours9,640
  2. Total to date9,640
#7540Text
Views9,360+26%vs avg
Forwards—
Reactions51
Comments—
Views growthHide views growth

Views growth

Hours after publication

Show as table
Hours after publicationViews
0 h0
22 h8,650
24 h9,360
  1. After 24 hours9,360
  2. Total to date9,360
#7538Photo
Views7,4200%vs avg
Forwards—
Reactions56
Comments—
Views growthHide views growth

Views growth

Hours after publication

Show as table
Hours after publicationViews
0 h0
22 h6,780
24 h7,420
  1. After 24 hours7,420
  2. Total to date7,420
#7537Text
Views8,150+10%vs avg
Forwards—
Reactions149
Comments—
#7525Text

JILA KARRAYYUUN qaburratti barreeffama Lemi Worku Bogale kana dubbisaa. Anis ka’ee rifeensa kiyya akka duraa sanitti guddifadhuu laata? Garuu arrii hoo akkaman godha? ====••••••========= Sirni Gadaa aadaa, bulchiinsaa, siyaasaa, hawaasummaa fi seeraa uummata Oromooti. Sirni kun jireenya hawaasaa qindeessuu, nageenya tikfachuu, walitti bu'iinsa hiikuu, qabeenya uumamaa kunuunsuu, dhaloota barsiisuu fi duudhaa aadaa dhalootaa dhalootatti dabarsuuf gahee guddaa qaba. Sirni Gadaa Oromoo Karrayyuutis sirna warri aangoo harkaa qaban, ittiin uummata bulchan, itti gaafatamummaa itti fudhatan, marsaa isaanii yeroo xumuran jaalalaa fi jabajaan aangoo itti waliif dabarsanii fi seera hawaasaa itti kabachiisaniidha. Sirni Gadaa Oromoo Karrayyuu caasaa fi seera hawaasaa irratti hundaa'a. Sirni Gadaa Oromoo Karrayyuu tuuta Gadaa shan qaba. Tuutti Gadaa tun aangoo fi itti gaafatamummaa marsaan wal jijjiiruun sirna bulchiinsaa itti fufu. Haaluma kanaan wagga lamaaf walitti aansun sirni buttaa qalaa, ka Irreessa hoofkaltii Goobaa tuuta Gadaa itti aantuf(Halchiisaf) dabarsuuf geggeeffame, Tuuta Gadaa Michilleetin Tarree Luugoo (Dullacha) fi Leedii (Baaso)tti wal duraa duuban gaggeeffamuun isaa ni yaadatama. Sirni buttaa qalaa kun lamaan sirna Gadaa Oromoo keessumaa Oromoo Karrayyuu biratti sirna gurgurdaa fi uummanni guutun osoo hin hafin irratti hirmaachun wal gargaaree geggeeffatuudha. Uuummanni Oromoo bal'aan kutaalee Oromiyaa garaagaraa irraa dhufes argamuun sirna kana midhaagsaa ture. Bu'uuruma kanan sirni Gadaa Oromoo Karrayyuu ji'a Muddee Bara 2019 keessa Tuuti Gadaa Michillee, kan Gabalaa Dullachaa marsaa gulantaa isaa kan waggaa saddeetii xumuruun, aangoo fi itti gaafatamummaa isaa guutummaatti tuuta Gadaa Halchiisaattif dabarsee kennuuf qophii xumuree jira. Kun jijjiirama marsaa Gadaa qofa osoo hin taane, seenaa, eenyummaa, aadaa, duudhaa fi sirna bulchiinsa uummata Karrayyuu dhaloota irraa dhalootatti dabarsaa dhufe keessaa kutaa guddaadha. Sirni Gadaa Karrayyuu mallattoo eenyummaa, tokkummaa, safuu, seera, walqixxummaa fi itti gaafatamummaa hawaasaati. Marsaan Gadaa waggaa saddeet saddeetin darbu kunis beekumsa, muuxannoo fi aadaa abboota irraa dhaloota haaratti dabarsuuf gahee olaanaa qaba. Aadaa ofii beekun, kabajuun, kunuunsuu fi dhaloota itti aanuf dabarsuun dhaala dhaloonni tokko dhaloota biraatif dhiisuudha! Gadaan Gadaa Roobaa Nagayaa, Barri Gadaa Kun Bara Quufaa Gabbinaa Nuu Haa Tayu!

Open in Telegram
Views6,450−13%vs avg
Forwards—
Reactions43
Comments—