Posts of Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo
Oromo Studies Association Mid-year Conference 2027 Beyond Borders, Toward Peace:Advancing Dialogue,Reconciliation and Sustainable peace building in Oromia’s bordering areas.
Open in TelegramYakka Sukkaneessaa Oromiyaa lixaa tti faannoon dalagde😭😭 Aanaa Kiiramuu ganda Guddinaa Jireenyaatti nama Taganyee Jaallataa jedhamu erga ajjeesanii qaama isaa qottoon cicciruun biraa deeman . Mataa isaa irraa kutanii fudhatanii deeman😭😭
Open in Telegram#Gadda😭😭 Baha Oromiyaa Harargee Lixaa keessatti qaamolee mootummaa dargaggoota 4 mana keessatti ajjeesuun dhagahame. Namni mana isaa keessa nagaan jiraachuu hin dandeenye. Qaamoleen nageenyaa ummataa kabachiisuuf dirqama qaban namoota nagaa mana isaanii cabsee itti ol seenuun Harargee keessatti ajjeechaa sukkanneessaa raawwatan. Oromiyaa bahaa Harargee Lixaa, Aanaa Habiroo, Araddaa 10 fi 8 keessatti namoonni 4 kunneen qaamolee mootummaan nageenya ummataa haa tiksaniif hidhachiiseen ajjeefaman.
Open in TelegramGaraagarummaa Ilaalcha siyaasaa keessaa olaantumman yaadaa bahee sirni jabaan ijaaramuu qaba . Obbo Gurmeessaa Ayyaanoo
Open in TelegramBarattoonni Yuunivarsiitii Amboo ummata Oromoo Aanaa Kiiramuu fi Abee Dongorootti finxaaleyyiin miidhamaniif mootummaan akka nageenya isaanii tiksuu qabuuf sagalee isaanii karaa nagaa dhageesisan
Open in TelegramOromoon eessayyuu jiraatu garaagarummaa Ilaalcha siyaasaa qabaatus waan tokko isa taasisu keessaa tokko Irreechadha.
Open in TelegramBarattoonni Mana barumsaa sadarkaa 2ffaa Biiftuu Naqamtee Ummata Oromoo Kiiramuutti finxaaleyyiin miidhamaa jiraniif sagalee isaanii dhageesisaniiru
Open in Telegram