Account

Posts of Gadaa Isportii™®

newest first

#47453Photo
Views969−12%vs avg
Forwards—
Reactions1
Comments—
#47429Photo
Views1,860+69%vs avg
Forwards—
Reactions2
Comments—
#47401Photo
Views2,490+126%vs avg
Forwards—
Reactions3
Comments—
#47373Photo
Views3,170+188%vs avg
Forwards—
Reactions1
Comments—
#47344Photo
Views3,700+236%vs avg
Forwards—
Reactions5
Comments—
#47321Text

. ■Piriimiyer liigiin warra Ingilaandi torbeen 6ffaan sanbattan lamaan itti fufuun Wiixata xumurama. ●Shaampiyoonaan Piriimiyer liigii Ingilaandi Arsenaal waggoota 6 lakkoofsise Liidsi Yunaaytidiin utuu hin moo'amin. Ah ●Bireentifoordi torbeewwan jalqabaa shanan darban tapha tokkos hin moo'amne. Aston Viilaa injifachuun seenaa waggaa 20 duraa irra deebi'uuf. ●Mootiin London Cheelsiin Piriimiyer liigii Ingilaandi taphoota saglan darban Boornimawuziin hin moo'amne (0). ●Tohootinaam Hospar Oolditiraafoorditti imaluun guddicha Ingilaandiin si'a 25 injifatameera jedha haasaan lakkoofsaa. ●Maanchistar Siitiin Anfiildi Rooditti imaluun taphoota walitti aansuun Liivarpuuliin erga injifatee waggoonni 23 lakkaawwaman. ●Turtii waggoota 11 booda taphni Gaardiyoolaafi Yergan kilooppi hin dursine Liivarpuulifi Maanchistar Siitii gidduutti gaggeeffamu. ●Piriimiyer liigii Ingilaandi tapha tokkos (0) utuu hin moo'amin Liivarpuul akkasuma Piriimiyer liigii torbeewwan hunda kan injifate Maanchistar Siitii gidduutti. ■Sanbata Duraa ●08:30 Arsenaal. [ vs ] Liidsi Yunaaytid ●11:00 Aston Viilaa [ vs ] Birentifoordi ●11:00 Cheelsii. [ vs ] Bornimawuz ●11:00 Ispiwiich T. [ vs ] Fuulhaam ●11:00 Sandarlandi [ vs ] Biraaytan ●01:30 Ma.Yunaytid[ vs ] Tohootinaam ■Dilbata ●10:00 K.Paalaas. [ vs ] Nootiingihaam ●10:00 Haal Siitii. [ vs ] Eevartan ●12:30 Liivarpuul. [ vs ] Maan.Siitii ■Wiixata ● 04:00 Koventarii. [ vs ] Niiwkaastil Yun. ♤Torbeen kan itti milkooftan isaniif haa tahu ilmaan Oromoo cufti. ■■kubbaa miilaa @Gadaaisport @Gadaaisport

Open in Telegram
Views3,440+212%vs avg
Forwards—
Reactions6
Comments—
#47315Photo
Views3,150+186%vs avg
Forwards—
Reactions—
Comments—
#47286Photo
Views4,190+280%vs avg
Forwards—
Reactions6
Comments—
#47283Text
Views3,440+212%vs avg
Forwards—
Reactions6
Comments—
#47258Photo
Views4,120+274%vs avg
Forwards—
Reactions—
Comments—
#47250Text

🟢Taphoonni Pirimeer Liigii Inglaand torbee 5ffaan Har'a irraa jalqabuun magaloota addaa addaa keessatti itti fufuun kan taphatamu ta'a... 🖍Jimaata har'aa tapha darbii magaalaa Landaniin Chelsiin dirree isaa irratti Brentford kan simatu ta'a ..dandeettii ajaa'ibaa agarsiisaa kan jiru Jowaa'oo Pedroo miidhama irraa bayyanachuun isaa hanga ammaa hin beekkamne.. 🖍Boru yeroo laaqana isaanii sa'aa 8:30 kilabiin qabxii dhabee rakkataa jiru Tottenham Aston Villa simata.. 🖍Shaampiyoniin bara Darbee Arsenal rikordii tapha hunda injifachuu isaa 100% itti fufsiisuuf gara Isteediyamii Ameekis imaluun Biraaytan waliin falmata. 🖍Dilbata Liverpool gara isteediyamii Comunity imaluun Bornmaawuz waliin falmata. 🖍Siitiin The citizens dirree fi deeggartoota isaa fuuladuratti Sandarlaand simata. 🖍Taphoota 2 dirree fi deeggartoota isaa fuulduratti morkatoota isaaf harka kan kenne yunaaytid Gara london imaluun fulham waliin falmata Kaariik dhiibbaan akka malee itti dabalaa jira.. 🗓Jimaata 04:00 🔰 Cheelsii Bireentfoord waliin 🗓Sambata 08:30 🔰 Tootenhaam Astonvilaa waliin 11:00 🔰 Biraayteen Arsenaal waliin 11:00 🔰 Eveerteen Iswiich Taawuun waliin 11:00 🔰 Niiwkaastil Haal Siitii waliin 01:30 🔰 Nootinghaam Kooveentrii waliin 🗓Dilbata 10:00 🔰 Boornmaawuuz Livarpuul waliin 10:00 🔰 Liids Kiristaal Paalaas waliin 10:00 🔰 Maanchister Siitii Saandarlaand waliin 12:30 🔰 Fulhaam Maan Yunaayitid waliin Kilaba deeggartaniif carraa gaarii.. Filanno keessan 💪 @Gadaaisport @Gadaaisport

Open in Telegram
Views3,220+192%vs avg
Forwards—
Reactions2
Comments—