Account

Posts of Gadaa Bank

newest first

#4267Text

Baankiin Gadaa fi Waldaan Hojii Gamtaa Qusannaa fi Liqii ‘Yenyaa’ waliigaltee waliin hojjechuuf isaan dandeessisu mallatteessan.   Dhaqqabummaa isaa guutuu biyyattiitti bal’isuun hawaasa bal’aa tajaajilaa kan jiru Baankiin Gadaa dhaabbilee Faayinaansii fi Misoomaa hedduu waliinis hariiroo isaa cimsee hojjechaa jira. Kanuma bu’uura godhachuun Baankiin Gadaa, Waldaa Hojii Gamtaa Liqaa fi Qusannaa itti gaafatamummaan isaa murtaa’e ‘Yenyaa’ jedhamu waliin waliigaltee waliin hojjechuuf isaan dandeessisu mallatteessaniiru. Waliigalteen kun bakka Manaajimantiin dhaabbilee lamaanii argamanitti kan mallattaa’e yoo ta’u, Baankii Gadaa irraa Hogganaa Olaanaan Tajaajila Maamiltootaa Obbo Isheetuu Dheeressaa fi hoji-raawwachiisaa Olaanaan ‘Yenyaa SACCO’ Obbo Daani’eel Taaddasaa waliigalticha mallatteessaniiru. Akkaatuma waliigaltee kanaatiin, dhaabbileen lamaanuu waliin guddatanii kaayyoo hundaa’aniif  bira gahuu qabu kan jedhan Obbo Isheetuun, Baankiin Gadaa Dameewwan isaa babal’isuun hawaasa bal’aa fi dhaabbilee hedduu waliin hojjechaa waan jiruuf, har’as Waldaa hojii Gamtaa ‘Yenyaa’ waliin kallattii barbaachisu hundaan hojjechuuf qophiidhaa jedhan.   Hoji-raawwachiisaa Olaanaan ‘Yenyaa SACCO’  Obbo Daani’eel Taaddasaa, dhaabbanni isaanii miseensota 4000 olii fi Dameelee 5 kan qabu ta’uu himuun, Baankii uummataa kan ta’e Baankii Gadaa waliin hojjechuuf waliigaluu isaatti gammachuu qaban ibsaniiru. Baankii Gadaa Baankii Dhaloota Haaraa !   ገዳ ባንክ እና የኛ ገንዘብ ቁጠባና ብድር ህብረት ስራ ማህበር በጋራ ለመስራት የመግባብያ ስምምነት ተፈራረሙ። በመላ ሀገሪቱ ተደራሽነቱን በማስፋት ሰፊውን ማህበረሰብ እያገለገለ የሚገኘው ገዳ ባንክ፣ ከተለያዩ የፋይናንስ እና የልማት ተቋማት ጋር ያለውን ግንኙነት እያጠናከረ ይገኛል። በዚህም መሰረት፣ ገዳ ባንክ ከ የኛ የብድር እና ቁጠባ ህብረት ስራ ማህበር ጋር ስምምነት ተፈራርሟል። ስምምነቱ የተፈረመው የሁለቱ ተቋማት አመራሮች በተገኙበት ሲሆን፤ በገዳ ባንክ በኩል የደንበኞች አገልግሎት ቺፍ ኦፊሰር አቶ እሸቱ ዴሬሳ እና የ የኛ ገንዘብ ብድርና ቁጠባ ህብረት ስራ ማህበር ዋና ስራ አስፈፃሚ አቶ ዳንኤል ታደሰ ስምምነቱን ፈርመዋል። ስምምነት መፈራረም ብቻው በቂ ስላልሆነ፤ ሁለቱ ተቋማት በጋራ አድገው ለተቋቋሙለት ዓላማ መድረስ አለባቸው ያሉት አቶ እሸቱ፤ ገዳ ባንክ ቅርንጫፎቹን በማስፋፋት ከሰፊው ማህበረሰብ እና ከበርካታ ተቋማት ጋር እየሰራ እንደሚገኝ ገልጸው፤ዛሬም ከ የኛ ገንዘብ ብድርና ቁጠባ ህብረት ስራ ማህበር ጋር አብሮ ለመስራት ዝግጁ መሆኑን ተናግረዋል። የ Yegna SACCO ዋና ስራ አስፈፃሚ አቶ ዳንኤል ታደሰ በበኩላቸው፤ ተቋማቸው ከ4000 በላይ አባላት እና 5 ቅርንጫፎች ያሉት መሆኑን ጠቅሰው፣ የህዝብ ባንክ ከሆነው ከገዳ ባንክ ጋር በጋራ ለመስራት በመስማማታቸው የተሰማቸውን ደስታ ገልጸዋል።   ገዳ ባንክ የአዲሱ ትዉልድ ባንክ

Open in Telegram
Views3,080−15%vs avg
Forwards—
Reactions25
Comments—
Views growthHide views growth

Views growth

Hours after publication

Show as table
Hours after publicationViews
0 h0
14 h2,280
33 h3,080
  1. Total to date3,080
#4264Photo
Views2,790−23%vs avg
Forwards—
Reactions—
Comments—
Views growthHide views growth

Views growth

Hours after publication

Show as table
Hours after publicationViews
0 h0
14 h2,090
33 h2,790
  1. Total to date2,790
#4254Photo
Views2,730−25%vs avg
Forwards—
Reactions6
Comments—
Views growthHide views growth

Views growth

Hours after publication

Show as table
Hours after publicationViews
0 h0
14 h2,050
33 h2,730
  1. Total to date2,730
#4253Photo
Views2,860−22%vs avg
Forwards—
Reactions8
Comments—
#4252Photo
Views4,110+13%vs avg
Forwards—
Reactions10
Comments—
Views growthHide views growth

Views growth

Hours after publication

Show as table
Hours after publicationViews
0 h0
48 h3,830
67 h4,110
  1. Total to date4,110
#4251Text
Views4,750+30%vs avg
Forwards—
Reactions22
Comments—