Waaqayyo abbaan keenya gooftaan keenya Yesus Kristosis ayyaana, nagaas isiniif haa kennu! 1 Qorontos 1:3 Akkam jirtuu obboloota jaallatamo🥰 qormaatni akkam isin gochaa jira, jabaachaa akka jirtan ni amanna! Guyyaa har'aas sagantaan keenya dhaabbataan akkuma itti fufetti jira, har'as yeroo itti waliin Waaqayyoon; ● Kadhannu, Waaqeffannuufi ● Dubbii Waaqayyoo torbee jalqabne itti fufnee barannu ni qabaanna! Kanaaf obboloonni hundi yeroodhaan argamnee waliin akka waaqeffannu jaalala Waaqayyoon isin yaadachiisna! Obboloota keessan affeeraa! ⏰️ 12:00 LT 📌 Waldaa jimaata itti Waaqeffannu #FRIDAY_SERVICE #EEBBIFAMAA #ISIN_JAALANNA #AASTU_FOCUS_FELLOWSHIP Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb
Open in TelegramPosts of AASTU FOCUS
Kadhata keessan ittuma fufaa malee hin dhiisinaa! 1Tasaloniiqee 5:17 Ayyaanniif araarri Gooftaa keenya Yesuus kiristoos isiniif ha baayatu jaallatamtoota maatii AASTU FOCUS FELLOWSHIP 🥰 Qormaatni akkam isin gochaa jira🤔, jabaachaa akka jirtan shakkii hin qabnu! Egaan guyyaa boriis kadhannaan ganamaa itti fufee jira, kanaaf teamonni guyyaan borii isiniif kenname ( Action, Eleos, media) hundi harcaatii malee argamuun Waaqayyoon akka wajjin kadhannu isiniin jenna! Miseensa kan taataan, obboloonni hundinuus obboloota keessan kaasuun akka waliin dhuftan jaalala Waaqayyoon isin yaadachiisna! Obboonni haaraanis(Garee-B) argamuudhaan wajjin akka kadhannu isin yaadachiisna! ⏰️12:00 LT 📌 Church jimaata itti Waaqeffannu #Morning_pray #Eebbifamaa #AASTU_FOCUS_FELLOWSHIP Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb
Open in TelegramHojii kee hundumaa Waaqayyotti kennadhu, wanti ati yaaddus fiixaan siif in ba'a; Fakkeenya 16:3 Ayyaanniif nagaan Waaqayyoo hunduma keessaniif ha baay'atu jaallatamtoota maatii AASTU FOCUS 🥰 Guyyaa har'aa Obboloonni qormaata(mid-exam) jalqabdan hundinuu Waaqayyoo isin ha gargaaru. Kanuma keessaas Waaqayyoon yaaduuf yeroo hundumaa Waaqayyo irratti of gatuun isiniif ha ta'u! Eebbifamtaniittu! #ISIN_JAALANNA #AASTU_FOCUS_FELLOWSHIP Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb
Open in Telegram👑 AASTU FOCUS CUP 2026 CHAMPIONS!🔥 🥇 Second Batch came, played, conquered, and collected the trophy! 🏆 Congratulations, Champions! 🎉 The trophy has found its home! 😎🔥 Baga gammmaddan Guys Obboloota jaalatamo akkuma beekamu taphni jaalala kubba miila keenya haala ajaabsiisaa fi bashannasiisa taeen jaalalaaf tokkummaa keenya cimsuudhaan akkasuma walii walii keenya walbaruu irratti akka nu cimsee abdii keenyadha . ➡️Hundumtii keessanu hirmannaa hooaa 🔥 gootaniif waaqayyoo ayyaana isiniif haa baayisu eebbifamaa . Warrii suuraa baayinaan focus cupin walqabate ilaaluu barbaadanu group focus cup irraa argachuu dandeessu https://t.me/+xFDqeF3o5jk0OGI0 kottaa karaa hundumaan gara isa mataa nuuf ta'ee, gara Kristositti in guddannaa! ... Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb
Open in TelegramAkkam nagaa jirtuu obboloonni feeloo hundumti keessanuu🤝 Nagaa fi ayyaanni Waaqayyoo isiniif haa baayyatuu🙌🙌 Inni nagaa isaa nuuf baayy'ise gooftaan bara baraan haa ulfaatu! 🎚Egaa sagantaan keenya torbee torbee har'as akkuma itti fufetti kan jiru yoo ta'u, walii wajjin yeroo itti Waaqayyoo gooftaa keeenya Waaqeffannu fi dubbii sagalee Waaqayyoo isa jiraataa barannu ni ta'a. ✍️ Kanaafuu obboloonni yeroo keessan eeguun argamtanii walii wajjin haa Waaqayyeffannu isiniin jenna. ⏱️Sa'aatii: 12:00 📍Bakka: Walduma jimaata jimaata itti Waaqeffannu #EEBBIFAMA #ISIN_JAALANNA #AASTU_FOCUS .. Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb
Open in Telegram#Freshman_Batch_Program Simoon Phexros deebisee, “Ati Masiihicha, ilma Waaqayyoo jiraataa ti” jedhe. Maatewos 16:16 Ayyaanniif nagaan Waaqayyoo isiinf haa baay'atuu 🙌 Akkuma beekamu barumsi obboloota keenya waggaa 1ffaaf qophaa'e itti fufee jira, har'as mata duree ''EENYUMMAA YESUUS KIRISTOOS'' jedhu irratti waan baratamuuf obboloonni waggaa tokkoffaa harcaatii tokko malee akka argamtan jaalalaan isin gaafanna🤗 EENYUMMAA YESUUS KIRISTOOS beekuun jireenyadha! EENYUMMAA YESUUS KIRISTOOS beekuun hundee amantii keenyaa beekuudha! EENYUMMAA YESUUS KIRISTOOS beekuun filannoo osoo hin taane dirqama kiristaana hundaati! Kanaafuu obboloota waggaa 1ffaa dabalatee akkasumas warri kaan macaafaa fi qabsiisa keenya qabannee argamnee akka barannu isin yaadachiisna. 🔑Mentorsonnis family keessan jajjabeessaa wajjin kotta! ⏰️ Har'a 12:00 tti 📌 Waldaa jimaata itti Waaqeffannu #Batch_program #Eenyummaa_kiristoos #Irraa_hin_hafamu #AASTU_FOCUS_FELLOWSHIP Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb
Open in Telegram#Freshman_Batch_Program Simoon Phexros deebisee, “Ati Masiihicha, ilma Waaqayyoo jiraataa ti” jedhe. Maatewos 16:16 ⏰️ Kamisa 12:00 tti 📌 Waldaa jimaata itti Waaqeffannu #Batch_program #Eenyummaa_kiristoos #Irraa_hin_hafamu #AASTU_FOCUS_FELLOWSHIP Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb
Open in Telegram...Waaqayyoon kadhachuuttis cimaa! Roomaa 12:12 Ayyaanniif araarri Gooftaa keenya Yesuus kiristoos isiniif ha baayatu jaallatamtoota maatii AASTU FOCUS FELLOWSHIP 🥰 Akkuma beekamu guyyaa boriis kadhannaan ganamaa itti fufee jira, kanaaf teamonni guyyaan borii isiniif kenname ( Action, Ebenim, BSC,Fundraising) hundi keessan argamuun Waaqayyoon akka wajjin kadhannu isin yaadachiisna! Miseensa kan taataan obboloota keessan kaasuun harcaatii malee argamnee akka waliin kadhannu isiniin jenna! 🔑Obboloonni haaraanis guyyaa borii irra akka kadhattan kan isinitti himame(Garee A) argamtanii akka kadhattan jaalalaan isin yaadachiisna! Mentorsonnis family keessaniif bilbiluun jajjabeessaa! #Morning_pray #Eebbifamaa #AASTU_FOCUS_FELLOWSHIP Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb
Open in TelegramWaaqayyo isa yeroo hundumaa karaa Kristos akka warra mo'ee duulaa galuutti nu adeemsisuuf, Kristosin beekuus akka foolii urgaa'uutti harka keenyaan iddoo hundumaan isa ga'uuf galanni haa ta'u. 2 Qorontos 2:14 Ayyaanniif araarri Gooftaa keenya Yesuus kiristoos isiniif ha baay'atu obboloota keenya🥰 Akkuma beekamu guyyaa har'aa Waaqayyo nu gargaaree mini mission magaalaa galaan irratti hojjechaa turreerra, hojii kanaanis namoonni; 👉 250 dubbii fayyinaa kana dhaga'aniiru. 👉 30 Abdii kennaniiruu 👉 9 Gooftaa Yesusitti amananiiru!🥰 Hojii ulfina qabuuf ergamoota Waaqayyoo iyyuu lafaa kaasu kanatti inni nu waame gooftaan keenya ha eebbifamu, nutis jara kanaaf waaqayyoon galateeffachaa isaaniifis akka kadhannu jaalalaWaaqayyoon isin yaadachiisna! #Eebbifamaa 😍 #Gelan_mission #Wangeelli_itti_fufa #AASTU_FOCUS_FELLOWSHIP Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb
Open in TelegramAkkam nagaa jirtuu obboloonni feeloo hundumti keessanuu🤝 Nagaa fi ayyaanni Waaqayyoo isiniif haa baayyatuu🙌🙌 Inni nagaa isaa nuuf baayy'ise gooftaan bara baraan haa ulfaatu! 🎚Egaa sagantaan keenya torbee torbee har'as akkuma itti fufetti kan jiru yoo ta'u, walii wajjin yeroo itti Waaqayyoo gooftaa keeenya Waaqeffannu fi dubbii sagalee Waaqayyoo isa jiraataa barannu ni ta'a. ✍️ Kanaafuu obboloonni yeroo keessan eeguun argamtanii walii wajjin haa Waaqayyeffannu isiniin jenna. ⏱️Sa'aatii: 12:00 📍Bakka: Walduma jimaata jimaata itti Waaqeffannu #EEBBIFAMA #ISIN_JAALANNA #AASTU_FOCUS .. Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb
Open in Telegram#kennaa_jiaa Akkam jirtu? Obboloota jaallatamoo maatii AASTU FOCUS. Ayyaanniif nagaan Waaqayyoo isiniif haa baay'atu🤗 Akkuma yeroo darbe isin beeksifne turre, gaafa jimaataa kennaa ji'aa keenya hamma kennuuf murtoo goone qabannee akka argamnu jaalalaan isin yaadachiisna. Kennuudhaan feeloo keessan bira dhaabbadhaa🤗 Akkasumas obboloonni kennuu hin jalqabne, waan qabnurraa kennuudhaan hojii Waaqayyoo waliin haa hojjennu! ✨Dabalataanis account asiin gadii fayyadamuun kennaa keessan kennuu dandeessu. 👉1000682602698 AASTU FOCUS ykn Focus mini 👉Screenshot isaa username asiin gadii irratti nuu ergaa. @Fibaa @Jo_shib Eebbifamaa. #kennaa_jiaa #AASTU_FOCUS Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb
Open in Telegram#Freshman_Batch_Program Egaa ati si'achi karaa Waaqayyoo garbicha miti, ilma malee; erga ilma taatees qabeenya abbaa keetti darbitee argachuuf jirta. Galaatiyaa 4:7 Ayyaanniif Nagaan Waaqayyoo hunduma keessaniif ha baay'atu obboloota keenya jaallatamo akkam jirtuu...Waaqayyo inni Ayyaana nuuf baay'ise ha eebbifamu 🙏 Egaan guyyaa har'aas barumsi obboloota keenya waggaa 1ffaaf qophaa'e itti fufee jira, har'as mata duree " Ijoollee Waaqayyoo " jedhu irratti waliin waan barannuuf qabsiisaafi macaafa qulqulluu keessan qabattanii akka argatan jaalala Waaqayyoon isin yaadachiisna! Obboonni kaanis argamuun barachuu dandeessu! 🔑Mentorsonnis family keessan jajjabeessitan waliin akka argamtan isin yaadachiisna! ️ ⏰️ Har'a 12:00 LT 📌 Waldaa jimaata itti Waaqeffannu #Batch_program #Ijoollee_Waaqayyoo #Irraa_hin_hafamu #AASTU_FOCUS_FELLOWSHIP Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb
Open in TelegramNagaa fi ayyaanni gooftaa keenyaa Yesuus Kiristoos isiniif haa baay'atu🙌 Faarfannaa Obboleessa keenya, faarfataa Merga Bekele kana dhaggeeffachuun itti eebbifamaa😊 Ayyaanni siif haa baay'atu Margaa🔥 Like and subscribe gochuunis tajaajila obboleessa keenyaa bira dhaabbadhaa!
Open in Telegram#Freshman_Batch_Program Egaa ati si'achi karaa Waaqayyoo garbicha miti, ilma malee; erga ilma taatees qabeenya abbaa keetti darbitee argachuuf jirta. Galaatiyaa 4:7 ⏰️ kamisa borii 12:00 LT 📌 Waldaa jimaata itti Waaqeffannu #Ijoollee_Waaqayyoo_ta'uu #Freshman_Batch_Program #AASTU_FOCUS_FELLOWSHIP Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb
Open in TelegramKadhata keessan ittuma fufaa malee hin dhiisinaa! 1Tasaloniiqee 5:17 Ayyaanniif araarri Gooftaa keenya Yesuus kiristoos isiniif ha baayatu jaallatamtoota maatii AASTU FOCUS FELLOWSHIP 🥰 Qormaatni akkam isin gochaa jira🤔, jabaachaa akka jirtan shakkii hin qabnu! Egaan guyyaa boriis kadhannaan ganamaa itti fufee jira, kanaaf teamonni guyyaan borii isiniif kenname ( Action, Eleos, media) hundi harcaatii malee argamuun Waaqayyoon akka wajjin kadhannu isiniin jenna! Miseensa kan taataan, obboloonni hundinuus obboloota keessan kaasuun akka waliin dhuftan jaalala Waaqayyoon isin yaadachiisna! Obboonni haaraanis(Garee-B) argamuudhaan wajjin akka kadhannu isin yaadachiisna! ⏰️12:00 LT 📌 Church jimaata itti Waaqeffannu #Morning_pray #Eebbifamaa #AASTU_FOCUS_FELLOWSHIP Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb
Open in Telegram