የ Freshman Ethiopia አፕሊኬሽን ተጠቃሚዎች፣ አፕሊኬሽናችሁን ከአዳዲስ ኖቶች (Notes) ጋር ነገ ወይም ሰኞ (Update ማድረግ) ትችላላችሁ። ከዚህ በኋላ ኖቶችን እዚህ ቴሌግራም ላይ አንለቅም፤ ሁሉንም ኖቶች በቀጥታ ከአፕሊኬሽኑ ውስጥ ማግኘት ትችላላችሁ። በተጨማሪም፣ ከነገ ጀምሮ የጥያቄ ውድድር (Challenge) በአፕሊኬሽኑ ውስጥ ይጀመራል።
Open in TelegramPosts of FRESHMAN ETHIOPIA
Fayyadamtoonni Application Freshman Application keessan Haarawaa Note Haarawaa Waliin Boru Yookin Monday Kan Haaromfattan Ta'a. Kana booda note as Telegram Gubbaatti Hin Gadhiisnu,Note Hundasaa Application Keessaa Argattu Jechuudha. Lammata ammoo Gaaffi Challenge Boru irraa Eegalee Kan Eegalamu Ta'a Karaa Application Keessaatin
Open in Telegramየ Freshman Ethiopia አፕሊኬሽን ተጠቃሚዎች፣ እባካችሁ ስለ አፕሊኬሽኑ ያላችሁን አስተያየት (Feedback) ስጡን። እዚህ ላይ እየለቀቅንላችሁ ያለው ኖት (Note) እንዴት ነው? ተመችቷችኋል? በአፕሊኬሽኑ ውስጥ ያሉት ኖቶች እና እዚህ የምንለቃቸው አንድ ዓይነት ቢሆኑ ትፈልጋላችሁ? ከታች ባለው አስተያየት መስጫ (Comment) ላይ ንገሩን!
Open in TelegramFayyadamtoonni Application Freshman Ethiopia Mee Feedback Waayee Application Nuuf Laadhaa Mee Akkami Note As irratti siniif Gadhiisaa jirruhoo Maal Fakkaata sinitti toleeraa Osoo Note Application keessa Kana Waliin Tokko Ta'ee Barbaadduu? Comment Jalatti.nuuf Himaa
Open in TelegramBarattoota Psychology Chapter 2 and Geography Chapter 2 siniif Gadhiifameera❤ 👇👇👇 freshmanethiopia.netlify.app
Open in TelegramPsychology Chapter 1✅ Geography Chapter 1✅ General Physics Chapter 1✅ Logic Chapter 1 and 2✅
Open in TelegramLogic and Critical Thinking Chapter 1 and 2 Already Done✅ 👇👇👇 freshmanethiopia.netlify.app Irraa dubbisadhaa
Open in TelegramየFreshman Ethiopia አፕሊኬሽንን የምትጠቀሙ ተማሪዎች፤ በአፕሊኬሽኑ ውስጥ ያሉት ማስታወሻዎች (Notes) ሁሉም በጣም ጥሩ ስለሆኑ ከዚያም ተጠቀሙ። እኛ እዚህ ላይ ማስታወሻዎችን(note) የምንለጥፈው አፕሊኬሽኑን የማይጠቀሙ ተማሪዎች በደንብ እንዲጠቀሙበት፣ ለሚጠቀሙትም ደግሞ ተጨማሪ እንዲሆናቸው ብለን ነው ✅ ስለዚህ ለሚድ ፈተና (Mid exam) ራሳችሁን በደንብ አዘጋጁ።
Open in TelegramBarattoonni Application Freshman Ethiopia Fayyadamaa Jirtan Note Hundumtuu Baayyee Babbareedaadha Kanaaf achirraas Fayyadamaa. Nuti Note as irratti Maxxansaa Jirru Barattoota Application fayyadamaa Jiran Ni qabu waan Ta'eef Barattoota Application fayyadamaa Hin Jirree sirritti Haa Fayyadaman Jenneeti,Warraa Fayyadamaa Jiranis Dabalata Haa Tauuf jenneet✅ Kanaafuu Sirritti Mid exam dhaaf Of qopheessaa
Open in Telegramአሁን እነዚህ ትምህርቶች ተለቀውላችኋል፦ ➡️ Geography ምዕራፍ 1 ➡️ Logic & Critical Thinking ምዕራፍ 1 እና 2 ➡️ Physics ምዕራፍ 1 ➡️ Psychology ምዕራፍ 1 ገብታችሁ እንደ ተጨማሪ ማንበብ ትችላላችሁ። 👇👇👇 freshmanethiopia.netlify.app freshmanethiopia.netlify.app
Open in TelegramAmma Barnoonni Kunneen siniif Gadhiifamaniiru. ➡️Geography Chapter 1 ➡️Logic & Critical Think Chapter 1 and 2 ➡️Physics Chapter 1 ➡️Psychology Chapter 1 Seentanii akka dabalataatti dubbisuu dandeessu 👇👇👇 freshmanethiopia.netlify.app freshmanethiopia.netlify.app
Open in Telegramተማሪዎቻችን፣ ይህንን ማስታወሻ (ኖት) የምንለቅላችሁ እንደ ተጨማሪ እገዛ እንዲሆናችሁ እንጂ እነዚህ ሁሉ ማስታወሻዎች አፕሊኬሽኑ ውስጥ የሚገኙ፣ በጣም ያማሩና ደስ የሚሉ ናቸው፤ ከአፕሊኬሽኑም ውስጥ ማንበብ ትችላላችሁ።
Open in Telegram