Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA
Guyyaa guyyaadhaan wantoota hedduu kanneen nu aarsan, nu dhiphisan ykn nu mufachiisan ni mudatu. Garuu yeroo miira badaa akkanaa keessatti of galchitu, wantoota ofiin alaa jiran akka gammachuu kee to'atan carraa kennuu kee ti. Wantoonni xixiqqoon nagaa sammuu kee akka si hin dhabsiisne filachuu ni dandeessa. Waan hundumaaf hin aarin; wantoota xixiqqoodhaaf gammachuu kee hin kennin. 👍 — Joel Osteen ━━━━━━━━━━━ @Jechootahayyoota
Open in Telegram