Gamtaan siiviilii Sudaan fi mootummaan ce'uumsa RSF'n durfamu waamicha marii Abiy simachuu ibsan. Ibsi isaan baasan maal jedha? ⤵️⤵️ https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/c84gnd6yqrzyo?at_campaign=ws_whatsapp
Open in TelegramPosts of BBC News Afaan Oromoo
Pirezidaantiin Somaaliyaa Hasan Sheek michuu Itoophiyaa kan taate UAE biyya isaanii qoqqoduun himatan. UAE'nis himata kanaaf deebii kenniteerti. https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cq33g468zx8po?at_campaign=ws_whatsapp
Open in TelegramDirooniwaan irbaata siniif dhiheessuuf wal jala qaxxaamuru. Konkolaattonni shufeera maleeyyiin muuziqaa sinii bananii isin bashannansiisaa bakka feetaniin isn ga'u. Robootonni kaappuchuunoo qofa isiniif dhiyeessanii hin ta'aan... dinqiidha! https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cry86pqgen93o?at_campaign=ws_whatsapp
Open in TelegramNamni gariin waayee rakkoo gaa'elli isaa keessa jiruu hubannoo nam-tolchee (AI)tti hima. Kaan rakkoo fayyaa irratti gorsa barbaada. Hedduun karaa aappiiwwan nama waliin haasa'an akka chatGPT fi kaaniin odeeffannoo dhuunfaa akka malee qooda. Rakkoon guddoo inni fidee dhufu kunooti. 👇👇 https://bbc.in/4iKdJcW?at_campaign=ws_whatsapp
Open in TelegramBiyyoonni Awurooppaa godaantota gara biyya biraa sadaffaatti dabarsuuf murteessan shanan isaan kami? Maaliif kana murteessuu barbaadan? 👇👇 https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/c6rmgnk7dn79o?at_campaign=ws_whatsapp
Open in TelegramHuutii ulaa Galaana Diimaa to'adhee jedhe. Humnoonni gamtaa Sa'udii Arabiyaan deeggaraman ammoo ibsa baasaniiru Guutuun isaa kunooti⤵️⤵️ https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/crd91xnwvwnpo?at_campaign=ws_whatsapp
Open in TelegramLolli baranaa akka durii miti. Akkitti lolanis jijjiiramaa jira. Fakkeenyaaf meeshaaleen waraanaa haaraa bahaa jiran kunneen afaan nama qabachiisu jedhu ogeeyyiin. https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/clyj46py56vo?at_campaign=ws_whatsapp
Open in TelegramAkkam bultan! Sagantaa BBC Afaan Oromoo har'a mammaaksa kanaan eegalleerra. 'Afaan balbalaa taa'aniif abbaa warraa hin ta'an'. - Hiikni mammaaksa kanaa isiniif maali? Gaaffiifi yaada qabdan nuuf qoodaa - dhiyaadhaa. https://bbc.in/4iGIoqs
Open in TelegramRaayyaan Ittisa Biyyaa Itoophiyaas gara sanatti sochii taasisaa akka jiru namoonni ijaan argine jedhan BBC'tti himaniiru. Ertiraan ammoo ummmataaf waamicha taasisteetti. 👇👇 https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/c3n0lezr10glo?at_campaign=ws_whatsapp
Open in TelegramLolli Moyyaalee keessatti eegalame ji'a tokkoof dhiyaatus ammallee hin dhaabbanne. Dhukaasni itti fufuun jiraattotaa fi maatiiwwan qe'ee isaanii irraa buqqa'anii gara Keeniyaa baqatan rakkoo hamaa keessa galcheera. Hanga ammaatti mootummaan Itoophiyaa dhimma kana irratti ibsa ifa ta'e hin kennine. Amma maaltu ta'aa jira? Asuun daawwadhaa! 👇👇 https://www.youtube.com/watch?v=tQoLaXndx18?at_campaign=ws_whatsapp
Open in Telegram*Ashamaa!* Jaalalli cimaadha. Namoonni bebbeekamoon kunneen garuu harka hin taane keessa bu'an. Kiyyoo jaalalaan icciitii biyyaa golaa baasanii basaastotaaf kennan. Eenyu isaan? ➡️ https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cmd7132zy35go?at_campaign=ws_whatsapp
Open in Telegram🇪🇹 MM Abiy Yaa'ii Jijjiirama Qilleensaa dureewwan addunyaa irratti argamanirratti ergaa dhaaman. https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/ckzd9pmd9gp9o?at_campaign=ws_whatsapp
Open in TelegramAangawaan olaanaa US doorsisa Iraaniin mana jireenyaa jijjiiran 👇 https://bbc.in/4jbuwWu
Open in Telegram☀️ Ashamaa! "Ollaarraa ibidda malee durba hin fuudhan,’’ jedha mammaaksi keenya har'aa. Isin maal jettu?
Open in TelegramHaleellaan saayiberii dhiheenya Faransaayitti raawwatame jireenya guyyuu dhala namaa miidhuu akka danda'u sirriitti mul'iseera. Itoophiyaa waan akkanaa hangam yaaddessa? Maaltu fala? ⬇️ https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cqp9dr13d990o?at_campaign=ws_whatsapp
Open in Telegram🇸🇩 Waraanni waan hamaa dha. Zaahir daa'ima lafaa dhufa. Waraana Sudaaniin miila lamaan dhabe. Taphataa collee Riyaal Maadriid Viinishiyees Juniyeer dinqisiifata. Kaayirootti bakka waldhaansarra jirutti Viinishiyees ergaa viidiyoo ergeefii jajjabeesse. https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cmrrgl0j1ylvo?at_campaign=ws_whatsapp
Open in Telegram''Daanaa, adaraa koottu hojjedhu!'' Tiraamp osoo aangoo guddaa qabanii 'loltuu jabaa' maaliif kadhataa jiru? ➡️ https://bbc.in/3Wpyx0I
Open in TelegramDr. Israa'el Daggafaa, biliyeenara buna Itoophiyaa biyyoota addunyaatti erguun sadarkaa jalqabaa qabate. Israa'el sadarkaa kana gahuuf ''badhaasa akkookootu bu'uura naaf ta'e' jedha. Muuxannoosaa dubbata 👉 https://bbc.in/48Eg96Z
Open in Telegram🇵🇾Pirezidantiin Paaraaguway aangoorraa buqqifamuun manatti hidhaman. Paaragaayitti maaltu ta'e? 👉 https://bbc.in/3Uzv0fH
Open in Telegram🇪🇹 "Maal akka balleessee fi seera isa kam akka cabse" osoo itti hin himamiin sabaa himaaleen akeekkachiifni itti barreeffame hin jiru jedhe. Kun yaada Amb.Reedwaan miidiyaalee Itoophiyaarratti kenne keessaayi. ⬇️⬇️ https://bbc.in/4z9ovOF
Open in Telegram