MAKMAAKSA ✍🏼Ollaa fi aduutti gadi ba'u. ✍🏼Afaan bal'aa walitti qabanii dhungatu. ✍🏼Bara rakkoo fi mana farsoo achumaa mataa raasu. ✍🏼Rigaa oolaniif eeleen hin addaatu. ✍🏼Bareedina nama gurraacha fi dubbi nama gamnaa abba bira gaahee hubatetu beeka. ✍🏼Muka irraan muka koru tokko irraa kuma horu. ✍🏼Hudduun guddateef rooba itti hin dheessan. Kamtu isinitti tole komentii jala kaa'aa. @baacoowwan
Open in TelegramPosts of HAQA,BAACOO FI TAPHAWWAN.
𝐇𝐚𝐦𝐦𝐚𝐦 𝐃𝐡𝐮𝐠𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚? 𝐅𝐢𝐫𝐝𝐢𝐢𝐧 𝐤𝐚𝐧 𝐤𝐞𝐞𝐭𝐢𝐢! 🌍 (𝔐𝔞𝔡𝔡𝔦: 𝔚𝔞𝔫𝔱𝔞 𝔟𝔞𝔯𝔯𝔢𝔢𝔣𝔣𝔞𝔪𝔢𝔢 𝔧𝔦𝔯𝔲 𝔦𝔯𝔯𝔞𝔞) 𝗦𝗮𝗮𝘄𝘄𝗮 𝗹𝗮𝗺𝗮 𝘆𝗼𝗼 𝗾𝗮𝗯𝗮𝗮𝘁𝘁𝗲, 𝘀𝗶𝗿𝗻𝗮 𝗸𝗮𝗺𝗶𝗶𝗻 𝗷𝗶𝗿𝗮𝗮𝗰𝗵𝘂𝘂 𝗳𝗶𝗹𝗮𝘁𝘁𝗮?🐄 𝗦𝗼𝗼𝘀𝗵𝗮𝗮𝗹𝗶𝘇𝗶𝗺𝗶𝗶: Saawwa lama yoo qabaatte, tokko ollaa keef kennuu qabda. 🤝 𝗞𝗼𝗼𝗺𝗶𝘆𝘂𝗻𝗶𝘇𝗶𝗺𝗶𝗶: Saawwa lama qabda; mootummaan lachuu sirraa fudhatee, aannan siif kenna. 🥛 𝗙𝗮𝗮𝘀𝗵𝗶𝘇𝗶𝗺𝗶𝗶: Saawwa lama qabda; mootummaan lachuu sirraa fudhatee, aannan sitti gurgura! 💰 𝗡𝗮𝗮𝘀𝗶𝘇𝗶𝗺𝗶𝗶𝗶: Mootummaan saawwan kee lamanuu sirraa fudhatee, siinis si ajjeesa! ☠️ 𝗞𝗮𝗮𝗽𝗽𝗶𝘁𝗮𝗮𝗹𝗶𝘇𝗶𝗺𝗶𝗶: Saawwa lama qabdu keessaa tokko gurgurtee, jibicha bitatta. Loon kee baay'isuudhaan gurgurtee bu'aa argattuun jiraatta. 📈 𝗞𝗮𝗮𝗽𝗽𝗶𝘁𝗮𝗮𝗹𝗶𝘇𝗶𝗺𝗶𝗶 𝗔𝗺𝗺𝗮𝘆𝘆𝗮𝗮: Saawwa lamaan keessaa tokko gurgurtee jibicha bitattee loon kee horsiifatta. Qarshii argattuun saawwan ollaa keetii irraa bitta. Ollaa kee hojjetaa gootee mindeessita; ollaawwan kee kunis akkuma hiyyoomanitti hafu! 🏢 𝗛𝗮𝘄𝗮𝗮𝘀𝗮 𝗔𝗺𝗲𝗲𝗿𝗶𝗸𝗮𝗮: Saawwa lamaan kee keessaa tokko gurgurtee, sa'a aannan oomisha olaanaa qabdu bitta. Sa'i kun humnaa ol aannan kennuu irraa kan ka'e sijalaa duuti. Du’a sa'a keetiif abbaa qorichaas ta'e mootummaa himachuuf gorsaa seeraa (lawyer) mindeessita! ⚖️ 𝗛𝗮𝘄𝗮𝗮𝘀𝗮 𝗙𝗮𝗿𝗮𝗻𝘀𝗮𝗮𝘆: Saawwa lama qabda; sa'a sadaffaa yoo barbaadde gara daandii baate mootummaa irratti hiriira mormii baata! 🪧 𝗛𝗮𝘄𝗮𝗮𝘀𝗮 𝗝𝗮𝗮𝗿𝗺𝗮𝗻: Saawwa lamaan qabdu qorannoodhaan waggaa dhibba akka jiraatan, ji'atti al tokko qofa akka sooratan, garuu aannan saawwan kudhanii akka oomishan taasifta! ⚙️ 𝗛𝗮𝘄𝗮𝗮𝘀𝗮 𝗖𝗵𝗮𝗮𝘆𝗶𝗻𝗮𝗮: Aannan saawwa lamaan irraa argatte lammii keetiif dhiheessita; aannan plaastika yookiin daakuu irraa hojjetame immoo biyyoota alaatiif gurgurtee qabeenya kee ol kaafatta! 📦 𝗛𝗮𝘄𝗮𝗮𝘀𝗮 𝗔𝗳𝗿𝗶𝗸𝗮𝗮: Saawwa lamaan qabdu sana gurgurtee ykn qaltee yeroo muraasatti fixxa. Achi booda dhaabbanni gargaarsaa saawwa naaf kenna jettee eeggatta. Sun ta'uu yoo baate gara mana amantaa deemtee saawwan akka samii irraa siif roobaniif guyyaa fi halkan soomtee kadhatta. Osoo akkana jettuu garuu hiyyummaa dinagdeetiin addunyaa irraa dhabamta! 🌍 𝗛𝘂𝗯𝗮𝗰𝗵𝗶𝗶𝘀𝗮 💡 Aadaa, xinsammuufi ilaalcha keessatti dogoggorri keenya inni guddaan: boruu yaaduu dhiisuu, humna keenyaa fayyadamuu fi dinagdee tooftaan gaggeessuu dhabuudha. Ilaalcha keenya jijjiirree, wanta harkaa qabnutti fayyadamuu akka dandeenyu Waaqayyo hubannoo nuuf haa kennu! ✍🏿Mandara FB @baacoowwan
Open in TelegramLakkoofsa hin qabamnee ilalaa qabadha carraa keessaan yaalaa yeroon isaxumuramaa jira
Open in TelegramMarsaa 2ffaa qabadhe isiniif dhufeen jira carraa keessan yaala milkii gaariin isiniif hawwa. Ammaa jalqabneera kootta yaala. Lakkoofsa qabadha Kafalttin kan raawatamu Cbe : 1000187685218 Telebirr :-0919500707 Namni isiin bilbilee qarshii erga jedhus hin jiru waan taa'eef haattoota irraa of Eegadhaa!!!! Hubaachiisaa:- Bilbillikoo isa group kana irraa jiru qofadha waan taa'eef kan biratin yoo isiinif bilbilamee of Eeggaadha. 1,👉0949070420✅✅ 2,👉0949070420✅✅ 3,👉0942183805✅✅ 4,👉0930722061✅✅ 5,👉+251922786876✅✅ 6,👉0925777685✅✅ 7, 8,👉+251935535238✅✅ 9,👉+251960753486✅✅ 10,👉0905663341✅✅ 11,👉0905663341✅✅ 12,👉0965040949✅✅ 13,👉0967167453✅✅ 14,👉+251941827282✅✅ 15,👉+251932212916✅✅ 16,👉0917206357✅✅ 17,👉+251947728232✅✅ 18, 19,👉+251935786692✅✅ 20, 21,👉 09 23 16 65 92✅✅ 22, 23,👉+251919515312✅✅ 24, 25,👉+251941827282✅✅ 26, 27, 28,👉+251902173917✅✅ 29,👉0965040949✅✅ 30, 31,👉+251941827282✅✅ 32, 33, 34, 35,👉+251901127408✅✅ 36,👉+251917091132✅✅ 37, 38,👉+251941827282✅✅ 39, 40,👉+251947245619✅✅ 41, 42,👉+251915882344✅✅ 43,👉+251915882344✅✅ 44,👉0968187174✅✅ 45,👉0921655404✅✅ 46,👉+251967344095✅✅ 47,👉+251967344095✅✅ 48,👉+251917810708✅✅ 49,👉0965040949✅✅ 50,👉+251922786876✅✅ 51, 52, 53,👉0965040949✅✅ 54,👉+251912886883✅✅ 55, 56,👉+251927163787✅✅ 57, 58, 59,👉+251913031237✅✅ 60, 61, 62,👉+251932957215✅✅ 63,👉+251922786876✅✅ 64,👉+251917401555✅✅ 65,👉0965040949✅✅ 66,👉+251940119541✅✅ 67,👉+251912024150✅✅ 68,👉+251932956022✅✅ 69,👉0965040949✅✅ 70,👉0979274019✅✅ 71,👉+251937766739✅✅ 72, 73,👉+251912886883✅✅ 74,👉+251934021655✅✅ 75,👉+251919515312✅✅ 76, 77,👉+251913031237✅✅ 78,👉0917059986✅✅ 79,👉0937766739✅✅ 80, 81,👉0932964969✅✅ 82, 83,👉+251917812107✅✅ 84,👉Lataa✅✅ 85,👉+251934021655✅✅ 86, 87,👉+251942744305✅✅ 88,👉0949188837✅✅ 89,👉+251937766739✅✅ 90,+251929507148✅✅ 91,👉+251917812107✅✅ 92, 93, 94,👉+251917810708✅✅ 95,👉+251938815806✅✅ 96,👉0917669696✅✅ 97,👉 98,👉+251922786876✅✅ 99,👉+251913031237✅✅ 100,👉+251912886883✅✅
Open in Telegram#Kana_Beektuu_laata? 1.Gosti midhaanii dursee beekame atara. 2.Kibba chaayinatti shaayii mi'eessuuf sukkaara osoo hin taane soogidda fayyadama. 3.halluun #Coca_cola magariisa yoo tahu erga keemikaalli itti dabalameen booda gurraacha'a. 4.Jaarman keessatti sareen hundi taargaa(lakkoofsa gabatee) qabdi. 5.Addunyaa irraa biyyi mana poostaa baay'ee qabdu hindiidha. 6.Maallaqni kan tolfamu waraqaa osoo hin taane jirbii fi naayiloonii irraayyu. 7.Waraana addunyaa 2ffaa irratti biyyoota 52tu hirmaate. 8.Rifeensi namaa bona caala waqtii gannaa daddafee guddata. 9.Giriikonni jecha dimookiraasii jedhu waggaa 2500 dura fayyadamuu jalqaban.Ta'uus Biyyoota dimookiraasii dhabuun rakkatan keessaa Giriikiin ishee tokko. 10.Dubartoonni Gibtsii durii uumrii isaanii tokko jedhanii kan lakkoowwatan gaafa heerumanii ka'aniiti. 11.Namoota lootoriin baheef ulfaatinni isaanii sa'aatii 24 keessatti dabala. 12.Dooniin Faardinaand Maajelaan ittiin lafatti naanna'e #Viktooriyaa jedhamti. 13.Addunyaa irraa guyyaatti namoota 259,200tu du'a. 14.Namni makiinaa uffataa uume,uffataa dhabee du'e. 15.Daadhiin wayiinii xiqqeessanii yoo dhugan dhukkuba onnee fi ujummoo dhiigaa ni ittisa. 16.Namoonni hedduun kan du'an naannawaa guyyaa dhaloota isaaniiti. 17.Xiyyaarri Booyingii 787 yeroo jalqabaaf kan balali'uu eegale 7/8/2007 ykn 7/8/07ture. 18.Jechi ingiliffaa #set jedhu hiikaw 463 ol qaba. 19.Mootummoonni Ameerikaa harka namaatti ajjeefaman hundi guyyaa jimaataa ajjeefaman. 20.qorattoonni xiinsammuu akka jedhanitti namni yeroo sobu fuula gara bitaatti naanneessa ykn gara samii ilaala. #kanan_dubbiserraa @baacoowwan
Open in Telegramhttps://t.me/mrgminerbot/app?startapp=ref_DENU5VJV Join my MRG Miner Squad on Telegram! Mine free crypto, unlock TH/s hashrates, and earn together!
Open in TelegramLakkoofsa hafee 6 7 13 18 20 22 24-27 30 32-34 37_39 41-43 51 52 55 57 58 60 61 64 70 72 76 80 86 87 90 92 93 97
Open in Telegram#Aaga Dhaga'aa Hospitaala Keeniyaa keessatti argamu tokko keessatti, dubartiin ciniinsuu irra turte takka wanta murteessaa Abbaa Manaa (dhiirsa) isheetti himuuf akka barbaaddu ibsuudhaan, gurraan akka itti gadi jedhu gaafatte. Sana booda humnaan gurra isaa ciniinuun midhaa cimaa irraan gahuu isheettu gabaafame😆 Abbaan manaa ishee ajaja ishee hordofuun wanta isheen jettu dhaga'uuf hawwiidhaan fi dhiphinaan eegee ture. Haa ta'u garuu cininnaa tasaa hin eegamne kanaan iyyee, boo'aa akka ture ibsameera. Abbaan manaa dhukkubbiifi gaabbiidhaan boo'aa ture kun, "maaliif gocha kana raawwatte?" jedhee yoo ishee gaafatu, "Halkanoota ulfa kana fiduuf waliin hirmaanne sana keessatti gammachuu mi'aawaa sana akkuma waliin qooddannetti, ammas dhukkubbii sa'aatii ciniinsuu kanaatti natti dhagahamaa jiru kana akka na waliin qooddattu fedheet" jechuun deebii kenniteetti. 😆 Gocha kana akkamitti ilaaltan? Via Fb @baacoowwan
Open in TelegramKana dhageessanii? Biyyi keenya Itoophiyaan hoo eessa jirti? Biyyoota Afrikaa Barsiisotaaf Mindaa Ji'aa Olaanaa Kaffalan! 1-15 🇪🇬 Gibxii — $1,600 = Birrii 259,696 ji'aan 🇩🇿 Aljeeriyaa — $1,500 = Birrii 243,465 ji'aan 🇹🇳 Tuuniiziyaa — $1,500 = Birrii 243,465 ji'aan 🇱🇾 Liibiyaa — $1,200 = Birrii 194,772 ji'aan 🇸🇨 Siisheels — $1,200 = Birrii 194,772 ji'aan 🇿🇦 Afrikaa Kibbaa — $1,180 = Birrii 191,126 ji'aan 🇳🇦 Naamiibiyaa — $900 = Birrii 146,079 ji'aan 🇲🇺 Moorishaas — $900 = Birrii 146,079 ji'aan 🇿🇲 Zaambiyaa — $850 = Birrii 137,964 ji'aan 🇧🇼 Bootiswaanaa — $833 = Birrii 135,206 ji'aan 🇲🇦 Morookoo — $800 = Birrii 129,845 ji'aan 🇦🇴 Angoolaa — $800 = Birrii 129,845 ji'aan 🇬🇶 Giinii Ikwaatoriyaal — $800 = Birrii 129,845 ji'aan 🇰🇪 Keeniyaa — $775 = Birrii 125,787 ji'aan 🇬🇦 Gaaboon — $700 = Birrii 113,614 ji'aan Kanan dubbiserraa @baacoowwan
Open in TelegramEeyyeen Galata waaqayyoo❗️ Kuunnoon kunoo yaadni gochatti Namoota Gaarii yaadaniifi laphee gaarummaa qabaniin Sochii irra kan ture Account garee gargaarsa Harka qalleeyyii Jimmaa raaree Sosochii barattoota harka qalleeyyii sababa barruuleefi qalamaan mana barnootaa irraa hafan gara barnootaatti haa deebisnu jedhuun eegalamee amma hojii eegaleera kunoo Dabtarri banameera Warreen Laphee gaarummaa qabdaniifi harka qalleeyyii gargaaruuf fedhii qabdan Account Awash bank 👉👉013200539846300 maqaa nama sadiin banamee jiru irra galchuun Screenshot ykn nagahee baankii Comment jala akka keessan nagaafi jaalala waaqayyoon isin gaafanna
Open in TelegramMarsaa 2ffaa Nama muraasa kan hafee carraa keessaan yaala badhaafamaa Ayyaana kana ta'aa carraa gaarii Ayyaana gaarii isinin jenna!!
Open in TelegramMarsaa 2ffaa qabadhe isiniif dhufeen jira carraa keessan yaala milkii gaariin isiniif hawwa. Ammaa jalqabneera kootta yaala. Lakkoofsa qabadha Kafalttin kan raawatamu Cbe : 1000187685218 Telebirr :-0919500707 Namni isiin bilbilee qarshii erga jedhus hin jiru waan taa'eef haattoota irraa of Eegadhaa!!!! Hubaachiisaa:- Bilbillikoo isa group kana irraa jiru qofadha waan taa'eef kan biratin yoo isiinif bilbilamee of Eeggaadha. 1,👉0949070420✅✅ 2,👉0949070420✅✅ 3,👉0942183805✅✅ 4, 5,👉+251922786876✅✅ 6,👉 7, 8,👉+251935535238✅✅ 9,👉+251960753486✅✅ 10,👉0905663341✅✅ 11,👉0905663341✅✅ 12,👉0965040949✅✅ 13, 14,👉+251941827282✅✅ 15,👉+251932212916✅✅ 16,👉0917206357✅✅ 17, 18, 19,👉+251935786692✅✅ 20, 21,👉 09 23 16 65 92✅✅ 22, 23,👉+251919515312✅✅ 24, 25, 26, 27, 28,👉+251902173917✅✅ 29,👉0965040949✅✅ 30, 31,👉+251941827282✅✅ 32, 33, 34, 35, 36,👉+251917091132✅✅ 37, 38, 39, 40,👉+251947245619✅✅ 41, 42, 43, 44,👉0968187174✅✅ 45, 46,👉+251967344095✅✅ 47,👉+251967344095✅✅ 48,👉+251917810708✅✅ 49,👉0965040949✅✅ 50,👉+251922786876✅✅ 51, 52, 53,👉0965040949✅✅ 54,👉+251912886883✅✅ 55, 56,👉+251927163787✅✅ 57, 58, 59,👉+251913031237✅✅ 60, 61, 62,👉+251932957215✅✅ 63,👉+251922786876✅✅ 64, 65,👉0965040949✅✅ 66,👉+251940119541✅✅ 67,👉+251912024150✅✅ 68,👉+251932956022✅✅ 69,👉0965040949✅✅ 70, 71,👉+251937766739✅✅ 72, 73,👉+251912886883✅✅ 74, 75,👉+251919515312✅✅ 76, 77,👉+251913031237✅✅ 78, 79,👉0937766739✅✅ 80, 81,👉0932964969✅✅ 82, 83,👉+251917812107✅✅ 84,👉Lataa✅✅ 85, 86, 87, 88,👉0949188837✅✅ 89,👉+251937766739✅✅ 90, 91,👉+251917812107✅✅ 92, 93, 94,👉+251917810708✅✅ 95,👉+251938815806✅✅ 96,👉0917669696✅✅ 97, 98,👉+251922786876✅✅ 99,👉+251913031237✅✅ 100,👉+251912886883✅✅
Open in Telegram✍🏿Kana-beektuu-laata? 🇨🇳 Chaayinaa keessatti qotee bulaan tokko osoo hojjetuu bofaan ciniiname. Summiin sun dafee qaama isaa guutuutti akka hin babal’anneef yaadee sodaachuun quba agarsiistuu isaa kute. Boodarra Yeroo hospitaala gahu doktorichi bofti sun summii akka hin qabne mirkaneesseef.🙄 Kan olitti argitan kun suuraa raajii namichaati. Kunis saffisni konkolaachistootaaf qofa osoo hin taane, namootaaf balaa akka qabu nu barsiisa. #kana_beektuu_laata @baacoowwan
Open in Telegram#Kana Beektuu❓ ✍🏿Gammoojjii Chaayinaa keessatti argaman afran keessaa tokko %93.24 lafa lalisaa ta'ee jira, sababni isaas namoonni Chaayinaa waggoota 60 darbaniif biqiltuu dhaabuu isaaniiti 👏❤ @baacoowwan
Open in Telegram#makmaaksa_Oromoo ✍🏿"Waaqatu nu eega" jedhanii balbala banaa hin bulan. ✍🏼"Hin ta’a jennee sagannee homaa waan ta’u dhabne. ✍️"Hin taane kiristinnaan Badhaasaa itti deebi'aa kaasaa #Mammaaka_Oromoo @makmaaksa
Open in Telegram