(MAIN CAMPUS)
Beeksisa Gamtaa Barattootaa Yuunivarsiitii Amboo – Seektara Tajaajila Waliigalaa (General Service Sector) 📢
Kabajamtoota barattoota keenya,
Gamtaa Barattootaa keessatti Seektarri Tajaajila Waliigalaa (General Service Sector) hojiilee tajaajila waliigalaa barattootaa fooyyessuu irratti xiyyeeffatan hojjechaa jira.
Haaluma kanaan:
1️⃣ Digital Library: Digital Library isa duraa irra sirreeffamee, kompiitaroonni 75 p
Ol haala gaariin tajaajila kennaa jiru.
2️⃣ Haala Naannoo Doormii: Naannoo doormiitti bakka uffata hafatan kan duraanii hanqina qabu sirreessuu fi kan dabalataas hojjechuun dabalameera. Akkasumas, shaaworii, ibsaa fi tajaajiloonni kana fakkaatan sirreeffamaa jiru. Hanqinoota biroos qaama dhimmi ilaallatu waliin ta'uun furuuf hojjechaa jirra.
📌 Waamicha Miseensotaa fi Barattootaaf:
• Barattoonni kanaan dura miseensa Gamtaa barattootaa(General service Sector)galmooftanii turtan garee Telegram keenyaa join godhaa.
• Akkasumas, barattoonni komii fi hanqina tajaajila waliigalaa irratti qabdani fo akka zirratu barbaaddan garee Telegram keenyaa join gochuun nuun gahaa.
👉 Liinkii kanaan join godhaa:
https://t.me/+2hxLZs6E7MpmNjVk
Update from the Ambo University Students’ Union – General Service Sector 📢
Dear Students,
The General Service Sector of the Students’ Union has been actively working to improve campus facilities and student services. Here are our latest updates:
1. Digital Library Upgrade: The Digital Library has been renovated, and 75 computers are now fully operational and serving students.
2. Dormitory & Facility Improvements: Around the dormitories, we have repaired damaged clotheslines and installed additional new ones. We are also fixing showers, lighting, and related utilities, while continuing to work closely with the university administration to resolve other ongoing service issues.
Join Our Telegram Group:
• If you previously registered as a member of the Students’ Union General Service Sector, please join our official group to stay connected.
• If you have any complaints, feedback, or service issues you would like us to address, feel free to join and share your concerns with us directly.
👉 Join here:https://t.me/+2hxLZs6E7MpmNjVk