Gabatee Chaampiyoonsi liigii taphoota 5ffaan booda. Kilabiin keessan sadarkaa meeqaffaa irra jira? Join 👉t.me/kushelectronicsshop
Открыть в TelegramПосты канала T-ispoortii
Baarseloonaan goolii 4 fi 1 tiin Sabah injifateera. Sabah 1 - 4 Barcelona Join 👉t.me/kushelectronicsshop
Открыть в TelegramKylian Mbappe riikardii Kiristaanoo Roonaaldoo kana cbaseera. Real Madrid keessatti taphoota Chaampiyoonsi liigii 30 taphachuun Kiristaanoo Roonaaldoon goolii 27 galchee kan ture yoo ta'u Kylian Mbappen immoo goolii 28 galcheera. Fuulduratti Kylian Mbappen riikardii Kiristaanoo Roonaaldoo hafan kamfaa cabsuu mala jettu❓ Join 👉t.me/kushelectronicsshop
Открыть в TelegramTaohoota Chaampiyoonsi Liigii Roobii. ✔️Taphoonni jalqabaa lamaan Galgala sa'aatii⏰2:45 irratti eegalu. ✔️Taphoonni hafan marti Halkan sa'aatii⏰5:00 irratti eegalu Taphoota kamfaatu cima❓ Laaptooppii fi bilbiloota gaarii bitachuuf 👇t.me/kushelectronicsshop
Открыть в TelegramFirii Xumuraa FK Bodo Glimt 1 - 0 Lask Laaptooppii fi bilbiloota gaarii bitachuuf 👇t.me/kushelectronicsshop
Открыть в TelegramFirii Xumuraa Galatasary 1 - 0 Aston Villa Laaptooppii fi bilbiloota gaarii bitachuuf 👇t.me/kushelectronicsshop
Открыть в Telegram9️⃣8️⃣6️⃣ ➕ 1️⃣ 🟰 1️⃣3️⃣ qofatu isa hafe 🎯 Kiristaanoo Roonaladoon Har'as goolii 1 kan galche yoo ta'u 1000 guutuuf goolii 13 qofatu isa hafe🔥 Hanga ammaatti gooliin waliigalaasaa 𝟏𝟎𝟖𝟕 ✔️ Laaptooppii fi bilbiloota gaarii bitachuuf 👇t.me/kushelectronicsshop
Открыть в TelegramManni murtii ijibbaataa Senegaal Waancaa Afrikaa 2025 kaasuushee mirkaneessee jira. Maaltu ta'ee ture❓ ✔️Morookoon Waancaa Afrikaa 2025 qopheessite. ✔️Xumuraa waancaaf kan gahan Morookoo fi Senegaal ture. ✔️Wal dhabdee cimaa uumameen taphattoonni Senegaal marti daqiiqaa dheeraaf taphicha addan kutanii dirreedhaa bahan.(maddi rakkoo ishee kana). ✔️Sana booda garee san kan dursu taphataan urjii Senegaal amala qabeessaa fi arjummaan kan beekamu Sadio Maaneen sossobee taphattoota mara dirreetti deebise. ✔️Ergasii Senegal waancicha kan qopheessite Morookoo injifachuun waancaa kaastee galte. ✔️Ji'oota dheeraa booda Federeeshiniin kubbaa miilaa Afrikaa Senegaal🇸🇳 taphicha addan kutuusheef adabeeti waancicha Morookoof murteessee ture. ✔️Ta'us Senegaal🇸🇳 dhimmicha gara mana murtii ijibbaataa kubbaa miilaa addunyaatti ol iyyattee turte. ✔️Kunoo Har'a manni murtichaas Senegaal dhuguma shaampiyoonaa ta'uushee mirkaneesse. Isiniif eenyutu kaasuu qaba jettu❓ 👉t.me/kushelectronicsshop
Открыть в Telegram💻hp elitebook 840 G7 🔘core i5 🔘10th generation 🔘512gb ssd 🔘8GB/16 GB ram 🔘14 inch 💰60,000 birr for 8GB ram 💰68,000 birr for 16GB ram ☎️0911509907
Открыть в TelegramTaohoota Chaampiyoonsi Liigii Kibxataa. ✔️Taphoonni jalqabaa lamaan Galgala sa'aatii⏰2:45 irratti eegalu. ✔️Taphoonni hafan marti Halkan sa'aatii⏰5:00 irratti eegalu Taphoota kamfaatu cima❓ Laaptooppii fi bilbiloota gaarii bitachuuf 👇t.me/kushelectronicsshop
Открыть в TelegramGabatee Piriimarliigii Torbee 11ffaan kilabiin keessan sadarkaa meeqaffaa irra jira? Laaptooppii fi bilbiloota gaarii bitachuuf 👇t.me/kushelectronicsshop
Открыть в Telegram