الحمد لله الذي بلغنا هذا الطريق إلى مدينة رسول الله ﷺ 🤍 Gara Madiinatul Munawwarah imalli kho jalqabeera… Miilli khoo kharaa Madiinaa irra jira, onneen khoo garuu dursee magaalaa jaalala Nabiyyii ﷺ keessa jirti. Yaa Rabbi, imala kana imala barakaa, nagaa fi jaalala Ergamaa Kee ﷺ naaf godhi. اللهم ارزقنا زيارة مسجد نبيك ﷺ 🤲💚
Открыть в Telegram
MAHER AHMED☞ Official
Nashiidaa daعwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana🌴join🌴 godhaa jzk kheyran @Maherzain123 https://youtube.com/@maherahmedo?si=3DHEnmyT9SBpcCPd
Новые посты
❤️🙏 ALHAMDULILLAAH! 100K SUBSCRIBERS! 🎉❤️ Har’a gammachuun kiyya guddaadha! Gammachuun kiyya jecha qofaan ibsamu miti. ❤️✨ YouTube kiyya waggoota muraasa dura banadhee, deeggarsa Rabbii fi gargaarsa keessaniin har’a 100K SUBSCRIBERS gahee jira! 🎉❤️ Hunda keessan kan yeroo hunda nu cinaa dhaabbattan, nuu jajjabeessitan, nu deeggartan fi gargaarsa keessaniin hanga har’aatti nu geessan GALATOOMAA! 🙏❤️ Tokkoon tokkoon keessan kabajaa fi galata guddaa na biraa qabdu. Akkasumas obboloota kiyya dhiiraa fi dubartii, hiriyoota koo fi namoota maqaa isaanii hin dhahinillee, isin hundi keessan waan naaf gootaniif GALATOOMAA! 🫶❤️ Insha Allah, Silver Button yeroo YouTube irraa fudhannu waliin ni argina. 🙏❤️ Akkasumas sagantaa bareedaa fi hojiiwwan haaraa tokko lama isinitti fiduuf qophiirra jira. SURPRISE qaba! 😍🔥 🚀 Next Goal: 1 MILLION SUBSCRIBERS — INSHAA ALLAAH! ❤️🙏 Deeggarsi keessan humna kiyya. Jaalalli keessan immoo kaka’umsa kiyya. ❤️ THANK YOU FOR 100K SUBSCRIBERS! 🙏❤️
Открыть в TelegramNashiidaa Aruuza Guutun Isinif gad lakkifamte jirti seena Dawwadha obboleyyan 🥰 https://youtu.be/HoW9qnNzymI?si=PoYEQ16KqiddO-Ki https://youtu.be/HoW9qnNzymI?si=PoYEQ16KqiddO-Ki https://youtu.be/HoW9qnNzymI?si=PoYEQ16KqiddO-Ki
Открыть в Telegram👔✨ Mana Uffata Ammayaa Dhiiraa – ABAS VIP ✨👔 Teeysson (Taiwan), Dire Dawa keessatti, ABAS VIP bakka uffata dhiiraa ammayyaa fi bareedaa argattan keessaa isa addaati. 🧥 Uffata ammayyaa fi faashinii haaraya 👖 Surwaalota qulqulluu 👕 Tishertii 🎩 Uffata guyya ayyaanotaa Dhiirri uffata isaa bareechisee uffatu kabaja isaa olkaasa. ABAS VIP – Uffata kee, mallattoo kee! 📍 Teeysson (Taiwan), Dire Dawa Kottaa daawwadhaa, filadhaa, miidhagadhaa! 🔥 Lakkoofsa Bilbila 0907775555☎️ Lukman Ah 🎥
Открыть в TelegramСвязи
Похожие каналы
Yohannes Posts@brojects_and_resourcesМузыка1,23 тыс.
LEARN_GUITAR_GT@guitarlesson_channelМузыка8,11 тыс.
Wase Records ዋሴ ጋ@wase_tergum_film_ethМузыка15,5 тыс.
Веретёнце@veretenze_folkМузыка1,49 тыс.
BOSTON MG@boston_mgМузыка1,48 тыс.
What is that Sound: Заметки о музыке@whatisthatsoundМузыка1,48 тыс.
RUXSOR FM | ONLINE@radioruxsorfmМузыка1,48 тыс.
Lx24@lx24officialМузыка1,48 тыс.