Hubadhu Namni har’a si tuffatu bor milkaa’ina kee seenaa godhee dubbata Sanyii har’a facaasi gaaddisa isaa bor argatta.🌱💯 𝐉𝐎𝐈𝐍 𝐀𝐍𝐃 🔗𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ╔════════════╗ 📚𝐉𝐎𝐈𝐍: @Jechahayyoota7 📚𝐉𝐎𝐈𝐍: @Jechahayyoota7 ╚════════════╝ ⇲
Открыть в TelegramПосты канала 𝐉𝐄𝐂𝐇𝐎𝐎𝐓𝐀 𝐇𝐀𝐘𝐘𝐎𝐎𝐓𝐀𝐀™...
𝐇𝐮𝐛𝐚𝐝𝐡𝐮 Humni homaa miti, yoo of to'achuu hin dandeenye. Waan hundumaaf deebii kennuun kee goota ta'uu kee hin agarsiisu; waan tokko tokko callisanii dhiisuun kee immoo dadhabaa ta'uu kee hin agarsiisu. Waraana hundumaa keessatti loluun injifataa si hin taasisu. Yeroo tokko tokko, nagaa qabaachuun sirrii ta'uu caalaa wayya. Namni tokko akka yeroo hunda callistu si dirqisiisuuf si hin doorsisin; garuu yeroo jecha dhabdu, callisuun filadhu. Namoonni gaaffii gowwummaa si gaafatan, deebii kennuu yoo hin barbaanne, isaanitti seeqiitii irraa deemi. Yeroo tokko tokko, callisuun dha'aa caalaa nama miidha.🤍 𝐉𝐎𝐈𝐍 𝐀𝐍𝐃 🔗𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ╔════════════╗ 📚𝐉𝐎𝐈𝐍: @Jechahayyoota7 📚𝐉𝐎𝐈𝐍: @Jechahayyoota7 ╚════════════╝ ⇲
Открыть в TelegramHubadhu Amanamummaan haaromfamuu danda'a, garuu gonkumaa akka duraatti hin ta'u.💔✨ 𝐉𝐎𝐈𝐍 𝐀𝐍𝐃 🔗𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ╔════════════╗ 📚𝐉𝐎𝐈𝐍: @Jechahayyoota7 📚𝐉𝐎𝐈𝐍: @Jechahayyoota7 ╚════════════╝ ⇲
Открыть в TelegramHordoftoota chaanaalii keenya ❤️ Duraan dursee dhiifama gaafachuu barbaada. Ji'oota hedduu irraa badee turuu koo nan beeka — kun sirrii hin turre 📉🤝 Amma qulqullina fooyya'aadhaan gara keessanitti deebi'eera ✨📈 Odeeffannoo fi barumsa gaarii qabannee isiniif dhiyaanna 📚📢 Nu waliin ta'uu keessaniif galatoomaa 🙏💙 𝐉𝐎𝐈𝐍 𝐀𝐍𝐃 🔗𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ╔════════════╗ 📚𝐉𝐎𝐈𝐍: @Jechahayyoota7 📚𝐉𝐎𝐈𝐍: @Jechahayyoota7 ╚════════════╝ ⇲
Открыть в Telegram🌸 تقبل الله منا ومنكم صالح الأعمال 人 ★* 。 • ˚* ˚ 🌙 . (_ _) * Eid * ★ . ┃口┃ * mubark * . ┃口┃★ * ***. . *˛• . ┃口┃★ * •★ 。•˛˚˛* . ┃口┃ •˛˚˛* 人 •˛˚ * . ┃口┃ .-:'''"''''"''.-. . ┃口┃ (_(_(_()_)_)_) ┃口┃_┃∩∩∩∩∩∩┃ . ┃. ┃_┃∩∩∩∩∩∩┃ . 三_三三三三三 • 𝗕𝗮𝗴𝗮 𝗝𝗮𝗹𝗮 𝗯𝘂𝗹𝘁𝗶𝗶 𝗕𝗮𝗴𝗮 𝗘𝗶𝗱 𝗔𝗹-𝗔𝗱𝗵𝗮 𝗯𝗮𝗿𝗮 1446 𝗜𝘁𝘁𝗶𝗶𝗻 𝗜𝘀𝗶𝗻 𝗚𝗮𝗵𝗲𝗲, 𝗪𝗮𝗿𝗿𝗮 𝗯𝗮𝗿𝗮𝗻𝗮𝗮 𝗸𝗮𝗻 𝗯𝗮𝗿𝗮 𝗵𝗲𝗱𝗱𝘂𝘂 𝗥𝗮𝗯𝗯𝗶 𝗻𝘂𝘂𝗻 𝗵𝗮𝗮 𝗷𝗲𝗱𝗵𝘂. ♡ ㅤ ❍ㅤ ⎙ㅤ ⌲ ˡᶦᵏᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ 𝐉𝐎𝐈𝐍 𝐀𝐍𝐃 🔗𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ╔════════════╗ 📚𝐉𝐎𝐈𝐍: @Jechahayyoota7 📚𝐉𝐎𝐈𝐍: @Jechahayyoota7 ╚════════════╝ ⇲
Открыть в TelegramHubadhu Namni gonkumaa hin dogoggorre nama gonkumaa homaa hin hojjenne qofa. 𝐉𝐎𝐈𝐍 𝐀𝐍𝐃 🔗𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ╔════════════╗ 📚𝐉𝐎𝐈𝐍: @Jechahayyoota7 📚𝐉𝐎𝐈𝐍: @Jechahayyoota7 ╚════════════╝ ⇲
Открыть в TelegramBaga Geessan!❤️ Eid Al Faxir guyyaa boruu Sanbata Guddaa Ni Kabajama. Id Al-Fixrii kan bara 1446 ALH/2025 guyyaa boruu ni kabajama. Maatii Channel keenyaa kanneen Hordoftoota amantaa Islaamaa hundaan baga Ayyaana Iid Alfaxir kan bara 1446ffaa nagaan isin gahe jechaa ayyaanni kun kan Nagaa,kan Jaalalaa fi kan Barakaa akka isiniif tahu hawwina!❤️ Isin Jaallanna! Ayyaana Gaarii! EID MUBAARAK!!! 𝐉𝐎𝐈𝐍 𝐀𝐍𝐃 🔗𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ╔════════════╗ 📚𝐉𝐎𝐈𝐍: @Jechahayyoota7 📚𝐉𝐎𝐈𝐍: @Jechahayyoota7 ╚════════════╝ ⇲
Открыть в TelegramHubadhu "𝑲𝒂𝒏𝒂 𝒃𝒐𝒐𝒅𝒂 𝒅𝒖'𝒖𝒖 𝒐𝒔𝒐𝒐 𝒉𝒊𝒏 𝒕𝒂𝒂𝒏𝒆 𝒋𝒊𝒓𝒂𝒂𝒄𝒉𝒖𝒖 𝒕𝒖 𝒏𝒂𝒎𝒂 𝒔𝒐𝒅𝒂𝒂𝒄𝒉𝒊𝒔𝒂'' 𝐉𝐎𝐈𝐍 𝐀𝐍𝐃 🔗𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ╔════════════╗ 📚𝐉𝐎𝐈𝐍: @Jechahayyoota7 📚𝐉𝐎𝐈𝐍: @Jechahayyoota7 ╚════════════╝ ⇲
Открыть в TelegramHubadhu 🥀°•𝒀𝒆𝒓𝒐𝒐 𝒕𝒐𝒌𝒌𝒐 𝒕𝒐𝒌𝒌𝒐 𝒅𝒉𝒊𝒊𝒇𝒂𝒎𝒂 𝒋𝒆𝒄𝒉𝒖𝒖 𝒅𝒉𝒊𝒊𝒔𝒕𝒆𝒆 𝒆𝒆𝒚𝒚𝒆𝒆 𝒃𝒂𝒈𝒂 𝒈𝒐𝒅𝒉𝒆. 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝒎𝒂𝒂𝒍 𝒕𝒂𝒂𝒕𝒂? 𝑱𝒆𝒄𝒉𝒖𝒖 𝒋𝒂𝒍𝒒𝒂𝒃𝒖𝒖 𝒒𝒂𝒃𝒅𝒂 𝐉𝐎𝐈𝐍 𝐀𝐍𝐃 🔗𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ╔════════════╗ 📚𝐉𝐎𝐈𝐍: @Jechahayyoota7 📚𝐉𝐎𝐈𝐍: @Jechahayyoota7 ╚════════════╝ ⇲
Открыть в TelegramHubadhu 𝑇𝑜𝑟𝑏𝑎𝑛 𝒉𝑢𝑛𝑑𝑎 𝑘𝑒𝑒𝑠𝑠𝑎 𝑔𝑢𝑦𝑦𝑎𝑎 𝑙𝑎𝑚𝑎𝑡𝑢 𝑗𝑖𝑟𝑎 𝑘𝑎𝑛 𝑎𝑡𝑖 𝑦𝑎𝑎𝑑𝑑𝑎'𝑢𝑢𝑓𝑖𝑖 𝒉𝑖𝑛 𝑑𝑎𝑛𝑑𝑒𝑒𝑛𝑦𝑒. 𝐾𝐴𝐿𝐸𝑆𝑆𝐴𝐴 𝑓𝑖 𝐵𝑂𝑅𝑈. 𝑊𝑎𝑎𝑛 𝑘𝑎𝑙𝑒𝑒𝑠𝑠𝑎 𝑡𝑎'𝑒 𝑗𝑖𝑗𝑗𝑖𝑖𝑟𝑢𝑢 𝒉𝑖𝑛 𝑑𝑎𝑛𝑑𝑒𝑒𝑠𝑠𝑢, 𝑤𝑎𝑎𝑛 𝑏𝑜𝑟𝑢 𝑡𝑎'𝑢𝑠 𝑡𝑜'𝑎𝑐𝒉𝑢𝑢 𝒉𝑖𝑛 𝑑𝑎𝑛𝑑𝑒𝑒𝑠𝑠𝑢. 𝐾𝐴𝑁𝐴𝐴𝐹 𝐻𝐴𝑅'𝐴𝐴𝐹 𝐽𝐼𝑅𝐴𝐴𝐷𝐻𝑈!! 𝐉𝐎𝐈𝐍 𝐀𝐍𝐃 🔗𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ╔════════════╗ 📚𝐉𝐎𝐈𝐍: @Jechahayyoota7 📚𝐉𝐎𝐈𝐍: @Jechahayyoota7 ╚════════════╝ ⇲
Открыть в Telegram𝙵𝚄𝚄𝙻𝙰 𝙱𝙰𝚁𝙴𝙴𝙳𝙰𝙰 𝙷𝙸𝙽 𝙱𝙰𝚁𝙱𝙰𝙰𝙳𝙸𝙽.🙅 𝙶𝚊𝚊𝚏 𝚝𝚘𝚔𝚔𝚘 𝚗𝚒 𝚍𝚞𝚕𝚕𝚘𝚘𝚖𝚝𝚒. 𝙶𝚘𝚐𝚊𝚊 𝚕𝚊𝚕𝚕𝚊𝚊𝚏𝚊𝚊 𝚑𝚒𝚗 𝚋𝚊𝚛𝚋𝚊𝚊𝚍𝚒𝚗, 𝚐𝚊𝚊𝚏 𝚝𝚘𝚔𝚔𝚘 𝚗𝚒 𝚌𝚊𝚋𝚋𝚊𝚋𝚊𝚊. 𝙶𝚊𝚛𝚞𝚞 𝙾𝚗𝚗𝚎𝚎 𝚊𝚖𝚊𝚗𝚊𝚖𝚊𝚊 𝚐𝚞𝚢𝚢𝚊𝚊 𝚐𝚞𝚢𝚢𝚊𝚊𝚗 𝚜𝚒 𝚋𝚊𝚛𝚋𝚊𝚊𝚍𝚞 𝚋𝚊𝚛𝚊 𝚋𝚊𝚛𝚊𝚊𝚗 𝚜𝚒 𝚓𝚊𝚊𝚕𝚊𝚝𝚞 𝚋𝚊𝚛𝚋𝚊𝚊𝚍𝚒.🫰 𝐉𝐎𝐈𝐍 𝐀𝐍𝐃 🔗𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ╔════════════╗ 📚𝐉𝐎𝐈𝐍: @Jechahayyoota7 📚𝐉𝐎𝐈𝐍: @Jechahayyoota7 ╚════════════╝ ⇲
Открыть в Telegram𝑵𝒂𝒎𝒂 𝒔𝒊𝒊𝒇 𝒚𝒂𝒂𝒅𝒖 𝒈𝒐𝒏𝒌𝒖𝒎𝒂𝒂 𝒉𝒊𝒏 𝒕𝒖𝒇𝒇𝒂𝒕𝒊𝒊𝒏. 𝑺𝒂𝒃𝒂𝒃𝒏𝒊 𝒊𝒔𝒂𝒂𝒔 𝒈𝒂𝒂𝒇 𝒕𝒐𝒌𝒌𝒐 𝒅𝒊𝒚𝒂𝒂𝒎𝒂𝒏𝒅𝒊𝒊 𝒂𝒌𝒌𝒂 𝒅𝒉𝒂𝒃𝒅𝒆 𝒏𝒊 𝒉𝒖𝒃𝒂𝒕𝒕𝒂, 𝒐𝒔𝒐𝒐 𝒅𝒉𝒂𝒈𝒂𝒂 𝒘𝒂𝒍𝒊𝒕𝒕𝒊 𝒒𝒂𝒃𝒖𝒖𝒕𝒕𝒊 𝒒𝒂𝒃𝒂𝒎𝒕𝒆𝒆 𝒋𝒊𝒓𝒕𝒖𝒖. 𝐉𝐎𝐈𝐍 𝐀𝐍𝐃 🔗𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ╔════════════╗ 📚𝐉𝐎𝐈𝐍: @Jechahayyoota7 📚𝐉𝐎𝐈𝐍: @Jechahayyoota7 ╚════════════╝ ⇲
Открыть в Telegram①: 𝙽𝙾𝙱𝙾𝙳𝚈 𝙸𝚂 𝚁𝙴𝙰𝙻 𝙸𝙽 𝚃𝙷𝙸𝚂 𝚆𝙾𝚁𝙻𝙳 𝙴𝚇𝙲𝙴𝙿𝚃 𝚈𝙾𝚄𝚁 𝙿𝙰𝚁𝙴𝙽𝚃𝚂! — 𝐀𝐝𝐝𝐮𝐧𝐲𝐚𝐚 𝐤𝐚𝐧𝐚 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐦𝐚𝐚𝐭𝐢𝐢 𝐤𝐞𝐞 𝐦𝐚𝐥𝐞𝐞 𝐧𝐚𝐦𝐧𝐢 𝐝𝐡𝐮𝐠𝐚𝐚 𝐭𝐚'𝐞 𝐡𝐢𝐧 𝐣𝐢𝐫𝐮! ②: 𝙰 𝙿𝙾𝙾𝚁 𝙿𝙴𝚁𝚂𝙾𝙽 𝙷𝙰𝚂 𝙽𝙾 𝙵𝚁𝙸𝙴𝙽𝙳𝚂 𝙴𝚇𝙲𝙴𝙿𝚃 𝙶𝙾𝙳! — 𝐇𝐢𝐲𝐲𝐞𝐞𝐬𝐬𝐢 𝗐𝖺𝖺𝗊𝖺 𝗆𝖺𝗅𝖾𝖾 𝐡𝐢𝐫𝐢𝐲𝐲𝐚𝐚 𝐡𝐢𝐧 𝐪𝐚𝐛𝐮! ③: 𝙿𝙴𝙾𝙿𝙻𝙴 𝙳𝙾 𝙽𝙾𝚃 𝙻𝙸𝙺𝙴 𝙶𝙾𝙾𝙳 𝚃𝙷𝙾𝚄𝙶𝙷𝚃𝚂, 𝚃𝙷𝙴𝚈 𝙻𝙸𝙺𝙴 𝙶𝙾𝙾𝙳 𝙻𝙾𝙾𝙺𝚂! — 𝐍𝐚𝐦𝐨𝐨𝐧𝐧𝐢 𝐲𝐚𝐚𝐝𝐚 𝐠𝐚𝐚𝐫𝐢𝐢 𝐡𝐢𝐧 𝐣𝐚𝐚𝐥𝐥𝐚𝐭𝐚𝐧, 𝐛𝐢𝐟𝐚 𝐠𝐚𝐚𝐫𝐢𝐢 𝐣𝐚𝐚𝐥𝐥𝐚𝐭𝐮! ④: 𝙿𝙴𝙾𝙿𝙻𝙴 𝚁𝙴𝚂𝙿𝙴𝙲𝚃 𝙼𝙾𝙽𝙴𝚈, 𝙱𝚄𝚃 𝙽𝙾𝚃 𝚃𝙷𝙴 𝙿𝙴𝚁𝚂𝙾𝙽! — 𝐍𝐚𝐦𝐨𝐨𝐧𝐧𝐢 𝐪𝐚𝐫𝐬𝐡𝐢𝐢 𝐤𝐚𝐛𝐚𝐣𝐮 𝐦𝐚𝐥𝐞𝐞 𝐧𝐚𝐦𝐚 𝐦𝐢𝐭𝐢! ⑤: 𝚃𝙷𝙴 𝙿𝙴𝚁𝚂𝙾𝙽 𝚈𝙾𝚄 𝙻𝙾𝚅𝙴 𝚃𝙷𝙴 𝙼𝙾𝚂𝚃 𝚆𝙸𝙻𝙻 𝙷𝚄𝚁𝚃 𝚈𝙾𝚄 𝚃𝙷𝙴 𝙼𝙾𝚂𝚃! — 𝐍𝐚𝐦𝐧𝐢 𝐛𝐚𝐚𝐲'𝐞𝐞 𝐣𝐚𝐚𝐥𝐥𝐚𝐭𝐭𝐮 𝐡𝐮𝐧𝐝𝐚 𝐜𝐚𝐚𝐥𝐚𝐚 𝐬𝐢 𝐦𝐢𝐢𝐝𝐡𝐚! Hiriyootaaf share godhi! 𝐉𝐎𝐈𝐍 𝐀𝐍𝐃 🔗𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ╔════════════╗ 📚𝐉𝐎𝐈𝐍: @Jechahayyoota7 📚𝐉𝐎𝐈𝐍: @Jechahayyoota7 ╚════════════╝ ⇲
Открыть в TelegramJECHOOTA BEEKTOTAA! ▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ■ "Hiyyeessa taatee yoo dhalatte balleessaa kee miti, hiyyeessa taatee yoo duute garuu balleessaa keeti." — (Biilii Giraam) ■ "Maatii irraa dhalatte filachuu hin dandeessu ijoollee sirraa dhalataniif garuu haala mijeessuu ni dandeessa." — (Biilii Giraam) @jechahayyoota7 @jechahayyoota7
Открыть в TelegramHubadhu 𝙂𝙤𝙣𝙠𝙪𝙢𝙖𝙖 𝙣𝙖𝙢𝙖 𝙗𝙞𝙧𝙖𝙖𝙩𝙞𝙞𝙛 𝙟𝙚𝙩𝙩𝙚𝙚 𝙉𝙖𝙢𝙪𝙪𝙢𝙢𝙖𝙖 𝙠𝙚𝙚 𝙝𝙞𝙣 𝙟𝙞𝙟𝙟𝙞𝙞𝙧𝙞𝙣. 𝙎𝙖𝙗𝙖𝙗𝙣𝙞 𝙞𝙨𝙖𝙖𝙨 𝙣𝙖𝙢𝙣𝙞 𝙜𝙖𝙝𝙚𝙚 𝙠𝙚𝙚 𝙨𝙞 𝙘𝙖𝙖𝙡𝙖𝙖 𝙗𝙖𝙝𝙪𝙪 𝙝𝙞𝙣 𝙙𝙖𝙣𝙙𝙖'𝙪. 𝙆𝙖𝙣𝙖𝙖𝙛 𝙤𝙛 𝙩𝙖'𝙞. 𝘼𝙩𝙞 𝙝𝙪𝙣𝙙𝙖 𝙘𝙖𝙖𝙡𝙩𝙖. 𝐉𝐎𝐈𝐍 𝐀𝐍𝐃 🔗𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ╔════════════╗ 📚𝐉𝐎𝐈𝐍: @jechahayyoota7 📚𝐉𝐎𝐈𝐍: @jechahayyoota7 ╚════════════╝ ⇲
Открыть в TelegramHubadhu 𝑺𝒆𝒆𝒓𝒂 𝒕𝒂𝒑𝒉𝒊𝒄𝒉𝒂𝒂 𝒃𝒂𝒓𝒂𝒄𝒉𝒖𝒖 𝒒𝒂𝒃𝒅𝒂. 𝑺𝒂𝒏𝒂 𝒃𝒐𝒐𝒅𝒂 𝒏𝒂𝒎𝒂 𝒌𝒂𝒎𝒊𝒚𝒚𝒖𝒖 𝒄𝒂𝒂𝒍𝒂𝒂 𝒕𝒂𝒑𝒉𝒂𝒄𝒉𝒖𝒖 𝒅𝒂𝒏𝒅𝒆𝒆𝒔𝒔𝒂. ~𝑨𝒍𝒃𝒆𝒓𝒕 𝑬𝒊𝒏𝒔𝒕𝒆𝒊𝒏 𝐉𝐎𝐈𝐍 𝐀𝐍𝐃 🔗𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ╔════════════╗ 📚𝐉𝐎𝐈𝐍: @jechahayyoota7 📚𝐉𝐎𝐈𝐍: @jechahayyoota7 ╚════════════╝ ⇲
Открыть в TelegramHubadhu "𝑂𝑛𝑛𝑒𝑒 𝑘𝑒𝑒 𝒉𝑜𝑟𝑑𝑜𝑓𝑖. 𝐽𝑖𝑟𝑒𝑒𝑛𝑦𝑖 𝑔𝑎𝑏𝑎𝑎𝑏𝑑𝑢𝑢𝑑𝒉𝑎 𝑤𝑎𝑛𝑡𝑜𝑜𝑡𝑎 𝑛𝑎𝑚𝑛𝑖 𝑎𝑘𝑘𝑎 𝒉𝑜𝑗𝑗𝑒𝑡𝑡𝑢 𝑏𝑎𝑟𝑏𝑎𝑎𝑑𝑢𝑢𝑛 𝒉𝑖𝑛 𝑠𝑜𝑏𝑎𝑚𝑖𝑛". 𝐉𝐎𝐈𝐍 𝐀𝐍𝐃 🔗𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ╔════════════╗ 📚𝐉𝐎𝐈𝐍: @jechahayyoota7 📚𝐉𝐎𝐈𝐍: @jechahayyoota7 ╚════════════╝ ⇲
Открыть в TelegramHubadhu 𝒀𝒆𝒓𝒐𝒐 𝒈𝒖𝒅𝒅𝒂𝒄𝒉𝒂𝒂 𝒅𝒆𝒆𝒎𝒕𝒖 𝒉𝒂𝒓𝒌𝒂 𝒍𝒂𝒎𝒂 𝒂𝒌𝒌𝒂 𝒒𝒂𝒃𝒅𝒖 𝒏𝒊 𝒉𝒖𝒃𝒂𝒕𝒕𝒂: 𝒕𝒐𝒌𝒌𝒐 𝒐𝒇𝒊𝒊𝒏 𝒈𝒂𝒓𝒈𝒂𝒂𝒓𝒖𝒖𝒇, 𝒌𝒂𝒂𝒏 𝒊𝒎𝒎𝒐𝒐 𝒏𝒂𝒎𝒂𝒂𝒏 𝒊𝒕𝒕𝒊𝒊𝒏 𝒈𝒂𝒓𝒈𝒂𝒂𝒓𝒖𝒖𝒇. —𝑨𝒖𝒅𝒓𝒆𝒚 𝑯𝒆𝒑𝒃𝒖𝒓𝒏 𝐉𝐎𝐈𝐍 𝐀𝐍𝐃 🔗𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ╔════════════╗ 📚𝐉𝐎𝐈𝐍: @jechahayyoota7 📚𝐉𝐎𝐈𝐍: @jechahayyoota7 ╚════════════╝ ⇲
Открыть в Telegram