Кабинет

Посты канала Dr. Ilillii Jemaal

сначала новые

#2558Фото
Просмотры9 2400%к среднему
Пересылки—
Реакции182
Комментарии—
#2557Фото
Просмотры22 300+141%к среднему
Пересылки—
Реакции209
Комментарии—
#2556Текст
Просмотры20 900+126%к среднему
Пересылки—
Реакции266
Комментарии—
#2554Фото
Просмотры26 900+191%к среднему
Пересылки—
Реакции217
Комментарии—
#2553Текст

MAALIIF NAMOONNI TOKKO TOKKO WALQUNNAMTII SAALAA HIN GAMMADNE? Walqunnamtiin saalaa gaa’ela keessatti qaama jaalalaa, walii dhiyoo fi gammachuu maatii keessaa isa tokko. Garuu yeroo tokko tokko namoonni hedduun walqunnamtii saalaa keessatti gammachuu dhabuu danda’u. Kun sababa malee ta'uu hin danda'u Sababoonni muraasni isaanii: JAALALA DHABUU Jaalalli miira walqunnamtii saalaa keessatti gahee guddaa qaba. Nama jaallattu waliin yeroo taatu qaamni fi sammuun kee ni boqota. Walqunnamtiin saalaa qaama qofa miti; walii dhiyenya fi miira wal hubannaati waan ta'eef. YAADA HEDDUU YAADUU Yeroo walqunnamtii saalaa yaada hojii, qarshii, rakkoo jireenyaa fi sodaa gara garaa keessa galuun gammachuu ni hir’isa. Sammuun boqonnaa yoo argate qaamnis ni gammada. WALBIRA QABUU Hariiroo kee kan namoota biroo waliin wal bira qabuu irraa of eegi. Walqunnamtiin saalaa nama hundaaf adda adda ta'us beeki. PORNOOGIRAAFII Filmiin walqunnamtii saalaa yeroo baay’ee yaada namaa ni jeeqa; nama akkaqta dhugaa hin taane akka eeguufi abdatu taasisa. Kunis walitti dhufeenya gaa’elaa keessatti rakkoo fiduu danda’a gammachuus hir’isu danda’a. NAMOOTA HEDDUU WAJJIIN CIISUU Hariiroo walqunnamtii saalaa jijjiiruun yeroo baay’ee sammuu fi miira namaa ni miidha. Amanamummaa fi waliif amanamummaan gammachuu ni dabala. SHAKKII Yoo hiriyaa kee irratti amanamummaa dhabde, qaamni kee of eeggannoo keessa gala. Kunis walqunnamtii saalaa irratti dhiibbaa qaba. WAL LOLUU FI WAL DHIIBUU Nama irratti dheekkamtetti gammaduun rakkisaadha. Rakkoo yeroo gabaabaa keessatti hiikuun barbaachisaadha. NAANNOO HIN MIJOOFNE Kutaan ciisichaa qulqulluu fi mijataa yoo ta’e miira gaarii uuma. Qulqullinni qaamaa fi uffannaanis murteessaadha. ARIITIIN HOJJACHUU Walqunnamtiin saalaa yeroo fi obsa barbaada. Walii hubachuuni fi yeroo kennuun gammachuu dabala.

Открыть в Telegram
Просмотры19 100+107%к среднему
Пересылки—
Реакции129
Комментарии—
#2549Фото
Просмотры17 300+87%к среднему
Пересылки—
Реакции108
Комментарии—
#2548Текст
Просмотры17 900+94%к среднему
Пересылки—
Реакции57
Комментарии—
#2547Фото
Просмотры16 600+80%к среднему
Пересылки—
Реакции111
Комментарии—
#2543Текст
Просмотры53 900+483%к среднему
Пересылки—
Реакции506
Комментарии—
#2541Текст

✴️GORSA GABAABAA Ilmi namaa du'ee * Guyyaa 3ffaatti qeensi isaa irraa bubuqqa'uu jalqaba. *Guyyaa 4ffaatti rifeensi irraa harca'ee dhuma. *Guyyaa 5ffaatti sammuun isaa akka dhadhaa baquu jalqaba. *Guyyaa 6ffaatti gogaan qaama isaa gurraacha'ee irraa qunca'uu jalqaba. *Guyyaa 7ffaatti foon isaa akka malee tortoree foolii ajaa'aa garmalee kenna. *Guyyaa 60 booda ykn ji'a lama booda foon kan jedhamu bososee irraa dhumee lafee qofaan kophaatti hafa. *Argitee jireenyi addunyaa kanaa amma isheen tiqqoo taate. Yeroo amma lubbuudhaan jirru waan cimaa ofitti fakkaanna; akkasumas 👉 Of tuullummaa 👉 Hammina 👉 Soba 👉 Ofittummaa 👉 Jal'ina. 👉 Ammeenya 👉 Albaadhummaa fi k.k.f irraa bilisa of gochuu dadhabna. Dhiqannee, dibannee, uffannee, bareennee, barannee, qabeenyas mana gaarii, konkolaataa baay'ee qaalii qabannee, waan hundumaan of gaa'aa fakkaannee, Beekumsa, beekamtii, fudhatamuummaa guddaa argannee, waltajjiwwan garaagaraa irratti argamnee harki nuuf rukutamee, nama addaa jedhamnee beekaaf wallaalaan nu jajee. Ykn immoo bareedina addaa qabannee hundumtuu iddoo deemnu hundumaatti nu hawwee Hawwamnee.Sababa kana hundumaaf waan adda taaneef waanti addaa nuuf ta'eedhaaf du'a hin oollu. Gaafa duunu akkuma warra kaanii ajoofnee tortorree, Biyyee ta'uuf jirra. kanaaf jettee obboleessa, obboleettii waan addaa gootee of hin ilaaliin. hiyyeessa oollaa kee jiru hin tuffatiin, qaba jettees ilmaan namaa miidhuuf hin kaayyeeffatiin dhiisi. jireenyi lafa kana irraa baay'ee xiqqoodha. Amma dandeessetti gaarummaa hojjedhu. hin Jibbiin hin miidhiin, hin xiqqeessiin, hin tuffatiin, bifaaf qabeenyaanis itti hin booniin gaafa duutu atis sanuma innis sanuma. Yoo gaarii hojjette ati du'uu dandeessa. 🫴 Waan dubbistaanif galatoma follow like and share 🙏

Открыть в Telegram
Просмотры42 200+357%к среднему
Пересылки—
Реакции339
Комментарии—
#2539Текст

Wantoota hanga ammaatti Post goone keessaa biqiltuun kun sadarkaa tokkoffaadha Biqiltuun kun qofaa isaatti bu'aa qabatamaa fi Amansiisaa ta'e qaba, addatti dhukkuba ujummoo qilleensaa biroonkaayitii yeroo dheeraa, dhukkuba asmii, qufaa gogaa yeroo dheeraa, Dhukkuba onnee hafuura nama kutuu fi dhiphisuu fi dhukkuboota tiruu fi Rajaajjiif bu'aa ajaaibsiisaa ta'e qaba! Kana yeroo jennu ofii keenyaafis waan ijaan Argineef malee lafaa fuune himaa hin jirru. Naannolee Oromiyaa kan akka Wallaggaa fi Iluu Abbaabooraa bosona keessatti ofiin biqila, Ethiopia keessatti gabaa hunda irratti gurgurama Afaan Amhara (Timiz) jedhamuun kan beekamu, yoo ta'u mi'eessituu nyaataa Beekamaadha, Oomishni isaa adda durummaan naannoolee kibba dhiha Itoophiyaa keessatti argama. Ha ta'u malee Mi'eessituu yokan qimamii Nyaata Itoophiyaa keessatti hedduu beekamaa waan ta'eef gabaa Itoophiyaa hunduma keessatti Wantoota akka akka Berbaree fi kkf wajjin gurguramaa yeroo hedduu warra Amharaa fi Tigiree itti fayyadamu. Akkuma Beekamu Yeroo Biqiltuu Tokko Dawaadha Jenne faayidaalee isaa fi Itti Fayyadama isaa post goonu, waa'ee biqiltuu tokko Dawummaa isaa barreessinu, bu'aa isaa sirnaan hubachiishuuf: Jalqaba irratti Seenaa itti Fayyadama isaa yaala Uumamaa (Traditional Use) irratti hundaa'uun Ibsina, kanaan alattis Qabiyyeewwan akka albuudotaa fi vaayitaaminootaa, Qabiyyee Keemikaalotaa (Phytochemistry) akka alkaloids, flavonoids, saponins, fi kkf Sochii Pharmacology inni qaama namaa irratti qabuu fi itti fayyadama sirna yaala aadaa addunyaa keessatti biyyoota itti fayyadaman ibsuu wajjiin gadi fageenyaan barreessinaa. 🌱 Haata’u malee, yeroo tokko tokko biqiltoota ofumaan itti fayyadamnee bu’aa isaa qabatamaa argine post goona isaan kana keessaa biqiltuu Suuraa irratti argitanu kun isa ijoodha!

Открыть в Telegram
Просмотры32 900+256%к среднему
Пересылки—
Реакции82
Комментарии—