Кабинет

Посты канала HOJII KEE

сначала новые

#1318Фото
Просмотры954×11к среднему
Пересылки—
Реакции2
Комментарии—
#1317Превью ссылки
Просмотры676+702%к среднему
Пересылки—
Реакции2
Комментарии—
#1316Текст

Переслано из 🔊KEYRAL-UMMA-TUBE

MALLATTOO LAAFINA IIMAANAA KUTAA 1️⃣4️⃣FFAA Kutaa 13ffaa dubbisuu Hubadhaa ❁ QABEENYA HAADHA MANAATIIFI ILMAAN QOFATTI SHAAGHALAMUU: ◉ Waa’ee fitnaa qabeenyaa ilaalchisee Ergamaan Rabbii ﷺ ni jedhan: ummanni hundinuu waan ittiin mokkoramte ni qabdi mokkoroon ummata kootii immoo qabeenya.” Tirmiziitu gabaase. Inni Sahiih Aljaami’iin keessas ni jira. • Qabeenya irratti bololuun (futunuun) hanga yeeyyiin inni busaa’ee lafa qonnaa irra jirtutti gadi dhiifame ishee balleessu irra diinii Islaamaa balleessa. Kun immoo hiika jecha Ergamaa Rabbiiti ﷺ: “hanga namni qabeenyaafi kabajaa irratti bololu amantii isaa balleessu tokko yeeyyiin bebbeela’oon lama kan busaa’ee irratti gadi dhiifaman ishee hin balleessanu.” Tirmiziitu gabaase. Inni Sahiih Aljaami’iin keessas ni jira. Kanaafuu Nabiyyiin ﷺ xiinxallaa qabaachuutti nu kaasan. • Rabbiin ol ta’es ni jedhe: “sana keessa ummata xiinxalanuuf mallattooleetu jira.” Kanaafuu Ergamaan Rabbii ﷺ qabeenya walitti funaannachuu keessatti bal’ifannaa zikrii Rabbii irraa nama shaagalu bal’ifachuu dhorganii jiru. Ergamaan Rabbii ﷺ ni jedhan: “qabeenya walitti qabuu irraa kan siif ga’u khaadimaafi geejjiba karaa Rabbii keessatti yaabbattu qofa.” Ahmadtu gabaase. Inni Sahiih Aljaami’iin keessas ni jira. Warra qabeenya walitti guuruu baay’isan Nabiyyiin ﷺ dinniinanii jiru; warra akkasuma sadaqaas baay’isu malee. • Ergamaan Rabbii ﷺ ni jedhan: “nama kallatti afraniin mirga isaatiin bitaa isaatiin fuuldura isaatiifi duuba isaatiin akkana akkana akkana akkana akkana jedhe malee warri qabeenya baay’isan salphataniiru.” Ibn Maajaahtu gabaase. Inni Sahiih Aljaami’iin keessas ni jira. Kan inni itti fedhe hulaalee sadaqaafi kallattii khayrii keessatti jechuudha. ◉ Hawwii dheerachuu: • Rabbiin ol ta’e ni jedhe:“Haa nyaatanii; Haa qanani’anii; hawwiin (sobaa) isaan haa daguu isaan dhiisi. (Itti gala isaaniis) fuula duratti ni beeku.” Alhijri:3. • Aliyyiin (ra) ni jedhe: ‘irra guddaan waan an isiniif sodaadhuu fedhii horofuufi hawwii dheerachuudha. Fedhii hordofuun haqa irraa nama deebisa. Hawwii dheerachuun immoo aakhiraa nama dagachiisa.’ Fat-hul Baarii keessa jira. Hadiisa keessatti immoo “waa afur goggogina irraayi: ijji imimmaan irraa goguu qalbiin goguun hawwiin dheerachuufi duuniyaa irratti bololuudha.“ Hawwii dheerachuu irraa kan argamu khayrii hojjachuu irraa nama taatiyeessa; tawbaa duubatti harkisiisa; kajeellaa duuniyaa baay’isa; aakhiraa dagachiisa; qalbii gogsa. Sababni isaas laafuufi qulqullaa’uun qalbii kan argamu du’a qabrii mindaa adabbiifi jabina aakhiraa yaadachuudhaan argama. Rabbiin ol ta’e ni jedhe: “barri isaan irratti dheeratee qalbiin isaanii gogde.” Jedhamee jira: ‘namni hawwiin isaa gabaabbate gaddi isaa xiqqaatee qalbiin isaa ife. Kunis waan du’a fuuldura isaatti dhiheessee ajaja Rabbii keessatti qabsaa’uuf.’ Fat-hul Baarii. • Nyaata dhugaatii hirriba gurjaa dubbiifi wal makannaanis sababa iimaanni dadhabuufi qalbiin goguuti: • Nyaata baay’isuun sammuu laaffisee qaama ajaja Rabbii irraa laaffisa; kallattii shayxaanni keessa yaa’us qaama keessatti qallaba. Jedhamee jira: ‘namni baay’ee nyaate baay’ee dhuge baay’ee rafee mindaa baay’ee hongaa’a.’ • Dubbii keessatti daangaa dabruun qalbii gogsa. Namootaan walitti makachuu baay’isuun immoo jidduu namichaafi lubbuu isaa qormaatuu ishee qofaan kophaa bahee waa’ee ishee to’achuu xiinxaluu irraa dhorga. Kofla baayyisuun immoo jiruu qalbii keessa jiru fixnaan du’a. Ergamaan Rabbii ﷺ hadiisa sahiiha keessatti ni jedhan: “kofla hin baay’isinaa; kofla baay’isuun qalbii ajjeesa.” Ibn Maajaahtu gabaase.Inni Sahiih Aljaami’iin keessas ni jira. • Akkasumas yeroon inni ajaja Rabbii keessatti hin dabarfamne qalbii gogaa dhorgaan Qur’aanaafi gorsi iimaanaa homaa isa hin fayyadne uuma. • Sababni dadhabina iimaanaa baay’eedha; ishee lakkaa’anii fixuun hin danda’amu.Garuu waanuma dubbatame qofaan waan hin dubbatminitti dhaqqabuun ni danda’ama.Namni sammuu qabu kana mata isaatiin itti dhaqqaba. Akka Rabbiin qalbii keenya qulqulleessuufi badii nafsii keenyaa irraa nu tiksu kadhanna. Kutaa 15ffaan itti fufa insha'allaah. https://t.me/keyralumma

Открыть в Telegram
Просмотры559+563%к среднему
Пересылки—
Реакции3
Комментарии—
#1313Превью ссылки
Просмотры429+409%к среднему
Пересылки—
Реакции—
Комментарии—
#1312Превью ссылки

Переслано из 𝐀𝐁𝐃𝐈𝐈 𝑶𝑭𝑭𝑰𝑪𝑰𝑨𝑳 𝐏𝐀𝐆𝐄

BARNOOTA بسم الله الرحيما الرحيم🫰 🆉ɪɴᴀᴀ 🅸ʀʀᴀᴀ 🅰ᴋᴋᴀᴍɪᴛᴛɪ ᴏғ 🅴ᴇɢᴀɴɪɪ???? ᴋᴜᴛᴀᴀ 1⃣ғғᴀᴀ Jireenya dhala namaa keessatti qormaanni karaalee adda addaatin nama qunnama. Addunyaan tuni iddoo qormaataa waan taatef, wantoonni nama qoran guyya guyyaan dabalaa adeemu. Zinaan hojii fokkuu ta’uu waliin wanta guddaa namoonni ittiin qoramaniidha. Keessumaayyu, marsaa dargaggummaa fi shamarrummaatti umriin 15-25 jiru umrii baay’ee ulfaata namni qormaata kanaan itti qoramuudha. Kaayyoon guddaan qormaata kana keessa jiru: nama Rabbiif jedhe of qabu fi nama badii kanarraa of hin qabne adda baasun ergasii jazaa isaaniif kafaluudha. Qormaata booda namni wanta hojjateef jazaa ni argata. Kanaafu, namni takkaa qormaata zinaa kana darbuun mindaa guddaa argata, takkaa immoo qormaata kana kufuun adabbii guddaaf of saaxila. Zinaan (sagaagalummaan) qormaata keessaa qormaata tokko erga ta’ee, namni akkamitti qormaata kana darbuu danda’aa? Mee gargaarsa Rabbii olta’aatin haa tarreessinu: 1-Wantoota gara Zinaatti nama fudhatan irraa fagaachuun tarkaanfiin jalqabaa zinaatti nama fudhatu, wantoota zinatti nama geessan hojjachuudha. Wantoota kanniin haala kanaan guduunfu dandeenya: ilaalu, yaadu, waliin haasawuu, walitti makamuu, ergasii badii zinaatti kufuudha. Mee wantoota zinaatti nama geessan armaan olitti kaasne muraasa isaanii haa ilaallu: Ilaalcha- kana jechuun ijaan wantoota baditti nama harkisan ilaaludha. Ilaalun tarkaanfi jalqabaa gara zinaatti nama fudhatuudha. Rabbiin subhaanahu wa ta’aalaa namni tarkaanfi dhumaa irra gahee akka baditti hin kufneef, tarkaanfiwwan jalqabaa irraa akka fagaatan akkana jechuun ajaje: ﴿َوََل َتۡقَرُبواْ ٱلزِّ َنَىإِّنَُّهۥ ََك َن َفَٰ ِّح َشةٗ َوَسآءَ َسبِّيٗل٣٢﴾ Sagaagalummattis hin dhihaatinaa. Dhugummatti inni hojii fokkataa fi karaa hamaa ta’ee jira.” Suuratu Al-Isra 17:32 🫰🤌Itti FUFA إنشاء الله🥰 🌸Hiriyoota...Akkasuma Namoota ni fayyada jettanii yaaddaniif share...Godhaa.....Qooddattoota ajrii irraa haa taanuun dhaamsa kooti☺️ 🤌🫰Share🌸🌸👇 https://t.me/abdii940

Открыть в Telegram
Просмотры472+460%к среднему
Пересылки—
Реакции2
Комментарии—
#1309Превью ссылки
Просмотры392+365%к среднему
Пересылки—
Реакции—
Комментарии—
#1308Превью ссылки

Переслано из 🔊KEYRAL-UMMA-TUBE

Kan itti fufe✨✨✨✨👆 -Kan biroo hafee dhoorginsa fayyadamuuf yaada dhiheessite...💔 -Miiraan waan marfameef...siif hin dhagahamne😨 -Diraamaanis sitti tole...! -Bishaan isa barbaaddu dhugde...' -kabajni sitti agarsiifamu daran sitti tole😲 -ofii kee akka  carra qabeettiitti Lakkoofte🫩 -uffata kee uffatte... -imala keetiif qarshii fuudhee harkaan si cabbaxe🥱 -Qalbii kee irraa sitti tolee...bor wal haa agarru jetteen🫤 -inni garuu deebii siif hin deebisne.🥴 -Gammadaa gama mana keetti deebite😮‍💨 -Nagaan akka mana geette text barreessiteef 😧 -Deebiin hin jiru😑 -Ammas deebitee barreessiteef😪 -Deebiin hin jiru😑 -Daqiiqaa muraasa booda yoo laaltu BLOCK🚫Taateeti jirta🥴 -Ni beektes -guyyaan,jiini,ni lakkaa'ame 😶 -Yeroo booda dhukkubbiin sitti dhagahame....🤕 -Gara mana yaalaa deemte...🤔 -HIV..akkasumas ulfooftee akka jirtu sitti himame.💔💔 Ni Gaabbite...Garuu maal bu'aa qaba... Yeroon isaa dabreeti jira...💔 © Obboleewwan ofii keessan,kabaja keessan eeggadhaa... Isin jaalladha❤️‍🩹🥰afuwan lillah Obboleewwan koo dhiiraa🥹🥹Adaraa natti hin Aarinaa....ani gorsumaafi malee isin hundi akkana jechuu miti....dhiiras ta'ee shamarran waa'ee keessan yoon dubbadhu...hunda walitti qabeeti miti....abbaan of beeka waan ta'eef keessatti of haa ilaallu... DHIIFAMA NAAF GODHAA🥹🥹🤎🙌  Du'aahii keessan Gaariin na hin irraanfatinaa💞? ? Wassalam aleykum warahmatullaahi wabarakaatuhuu🤎? ?🤎 https://t.me/keyralumma

Открыть в Telegram
Просмотры560+564%к среднему
Пересылки—
Реакции1
Комментарии—
#1307Превью ссылки
Просмотры585+594%к среднему
Пересылки—
Реакции2
Комментарии—
#1306Фото
Просмотры205+143%к среднему
Пересылки—
Реакции—
Комментарии—