Ahmedin Jebel - አሕመዲን ጀበል
ይህ ይፋዊ የአሕመዲን ጀበል የቴሌግራም ገፅ ነው!
Средние просмотры поста по дням
По дню публикации
Показать таблицей
| Дата | Просмотров на пост |
|---|---|
| 4 нояб. 2026 г. | 16 000 |
| 24 нояб. 2026 г. | 6 090 |
Новые посты
كُلُّ نَفۡسٖ ذَآئِقَةُ ٱلۡمَوۡتِۗ وَنَبۡلُوكُم بِٱلشَّرِّ وَٱلۡخَيۡرِ فِتۡنَةٗۖ وَإِلَيۡنَا تُرۡجَعُونَ "(ሰዎች ሆይ!) ነፍስ ሁሉ ሞትን ቀማሽ ናት:: ለመፈተንም በክፉም በበጎም እንሞክራችኋለን:: ወደ እኛም ትመለሳላችሁ::"(አል አንቢያ 21:35) ✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅ "Lubbuun hundi du’a dhandhamtuudha. Isin qormaatuuf hamtuufi gaariin isin mokkorra, Garuma keenyatti deebifamtu." (Al anbiya 21:35) 📶📶📶📶📶📶📶📶📶📶📶📶📶 "Naf walbaa waa tii dhadhamisa geeri, waxaana idinku imtixaani shar iyo khayrba kala saar darteed, Xaggayagaana la idiin soo celin." ( Al-Anbiya 21:35)
Открыть в Telegramرَبَّنَا ٱغۡفِرۡ لِي وَلِوَٰلِدَيَّ وَلِلۡمُؤۡمِنِينَ يَوۡمَ يَقُومُ ٱلۡحِسَابُ "Gooftaa keenya! naaf araarami, haadhaafi abbaa kiyyaafis mu’uminoota hundaafis guyyaa qormaanni godhamu (guyyaa qiyaamaa) san." (Suraa Ibraahim 14:41) 💥💥💥💥💥💥💥💥💥💥💥💥💥 فَتَبَسَّمَ ضَاحِكٗا مِّن قَوۡلِهَا وَقَالَ رَبِّ أَوۡزِعۡنِيٓ أَنۡ أَشۡكُرَ نِعۡمَتَكَ ٱلَّتِيٓ أَنۡعَمۡتَ عَلَيَّ وَعَلَىٰ وَٰلِدَيَّ وَأَنۡ أَعۡمَلَ صَٰلِحٗا تَرۡضَىٰهُ وَأَدۡخِلۡنِي بِرَحۡمَتِكَ فِي عِبَادِكَ ٱلصَّـٰلِحِينَ "Ni jedhes: “Yaa Gooftaa kiyya! Akkan ni’imaa kee ishee anaafi abbaa haadha kiyya qanansiifte galateeffadhuufi hojii gaarii ati jaalattu hojjadhu na barsiisi. Rahmata keetiinis gabroota kee gaggaarii keessa na seensisi.” (Suuraa Alnamel 27:19)
Открыть в TelegramDuuti maatiis ta'ee fira dhiyoo yookiin michuu nama gaddisiisus, duuti waan hin oolleef lubbuun osoo jiraniis kunuunsanii yeroo boqatan ammoo kabajaan geggeessuu danda'uun mataan isaa tola Rabbiiti. Alhamduliillaah! ✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅ Gadda du'a haadha keenyaatiin cinaa keenya kan dhaabbattan, qaamaan salaataa fi awwaalcha irratti argamtanii kan geggeessitan, qaamaan dhuftanii kan nu jajjabeessitan, bakkuma jirtan taatanii ergaa gaddaa kan nuuf ergitan, gadda ga'uuf kiiloo meetiroota hedduu qaxxaamurtanii kutaalee biyyaa adda addaarraa qaamaan kan dhuftan, du'aa'ii kan gootanii fi salaatal gaa'ibis kan dhiheessitan, keessummoota keessummeessuun cinaa keenya kan dhaabbattan (keessattuu Ustaaz Abubaker Ahmad Mahaammad fi obboleessa Kaalid) akkasumas kanneen biroo gumaacha Rabbii olitti beeku kan gootan hundi keessan "Jazaakumullaahu xayral jazaa'i" Rabbiin galata keessan haala gaariin isiniif haa deebisu. Rabbiin isiniif haa kennu; dalagaa keessan gaarii hunda irraa haa qeebalu. Akka barsiisa Islaamaatti gaddeeffannaan keenya kan guyyoota sadii kaleessa xumurameera. Gaddeeffannichi waan xumurameef namni kamiyyuu gadda ga'uuf jecha utuu of hin dadhabsin, bakkuma jirtan taatanii Rabbirraa haadha keenyaaf araarama kadhachuun du'aa'ii yoo gootan galata guddaa nuuf ooltaniiru. Jazaakumullaah. Gaaffii Dhiifamaa! ✅✅✅✅✅✅✅ Haati keenya nama waan taateef jireenya hawaasummaa keessatti karaa kamiinuu ishee waliin walitti bu'iinsi yookiin wal-dhabiinsi isin gidduutti uumamee kan ture yoo jiraate, Rabbiif jettanii "garaadhaa dhiifneerra" akka jettaniif isin kadhanna. Isheerraa liqaa/idaa hin kaffalamne kamiyyuu kan qabdan yoo jiraattan, nuti ijoolleen ishee kaffaluuf qophiidha. Firoottaan fi Michoota Magaalaa Jimmaatiif 📶📶📶📶📶📶📶📶📶 Firoonni, michoonnii fi ollaan haadha keenya Aadde Sharafee Abbaadigaa Abbaacabsaa gadda ga'uuf Jimmaarraa gara Finfinnee dhufaniiru. Warri biraas dhufuuf qophii irra jiraachuu waan dhageenyeef ergaa kana dabarsuun barbaachisaa ta'e. Gaddeeffannaan guyyoota sadiif ture xumurameera. Rabbiin yoo jaalate Kamisaa fi Jumu'aa dhufu magaalaa Jimmaatti fira, michuu fi ollaan bakka argamanitti haadha keenyaaf sadaqaa kan goonu waan ta'eef, namni kamiyyuu gadda ga'uuf jedhee gara Finfinnee akka hin dhufne kabajaan beeksifna. ⭕⭕⭕⭕⭕⭕⭕⭕⭕⭕⭕⭕⭕ Haati keenya dhukkubsattee kan turte isinitti fakkaatee "dhukkubsachuu ishee maaliif nutti hin himne?" kan jettaniif: Haati keenya guyyuma Umraarraa deebite sana (sa'aatii Asrii irraa hanga sa'aatii Ishaa'iitti) sa'aatii muraasa qofaaf kan ture dhukkubbii tasaa qofatu ishee mudate. Yeroo Umraa irraa deebitus haala gaarii fi fayyummaa guutuu irra turte. Viidiyoon asirraa argitan kun osoo addunyaarraa hin boqatin sa'aatii 48 dura magaalaa "Madiinatal Munawwaraatti", bakka awwaalcha wareegamtoota duula Uhud kan Sayyidinaa Hamzaa dabalatu ziyaaruun gugeewwan achi jiraniif midhaan yeroo bittinneessituuf kan waraabamedha. Akkuma viidiyoo kanarratti mul'atutti fayyummaa guutuu fi gammachuu keessa turte. اللَّهُمَّ اغْفِرْ لَهَا وَارْحَمْهَا، وَعَافِهَا وَاعْفُ عَنْهَا، وَأَكْرِمْ نُزُلَهَا، وَوَسِّعْ مُدْخَلَهَا، وَاغْسِلْهَا بِالْمَاءِ وَالثَّلْجِ وَالْبَرَدِ، وَاجْعَلْ قَبْرَهَا رَوْضَةً مِنْ رِيَاضِ الْجَنَّةِ.. اللَّهُمَّ اجْعَلْ عُمْرَتَهَا مَبْرُورَةً وَسَعْيَهَا مَشْكُورًا وَتَقَبَّلْهَا فِي الصَّالِحِينَ. "Yaa Rabbii! Isheedhaaf araarami; rahmata kee buusiif; dhiifama godhiif; dhiphinaa fi adabbii qabriirraas ishee tiysi. Bakka qubannaa ishee kabajamaa godhiif; qabrii ishees bal'isiif. Bishaaniin, cabbiin fi qorraan badii fi balleessaa irraa ishee qulqulleessi; qabrii ishees ashaakiltii Jannataa keessaa ashaakiltii tokko godhiif. Yaa Rabbii! Umraa ishee qeebalamaa, dadhabbii fi tattaaffii ishees galata kan qabu godhiif; warra qajeeloo ta'an wajjiinis ishee qeebali." "Maa fa'alal Jaliilu fahuwal Jamiil" Wanti Rabbii olta'aan hojjete hundi gaariidha. Rabbiin xumura keenya haa bareechu. Aamiin! 🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴 Waggaa 5 dura du'aan kan nu biraa boqatan abbaa koos Rabbiin rahmata isaatiin haa ilaalu; Jannataan haa qananiisu!
Открыть в Telegramአመሰግናለሁ! Galatooma! 📶📶📶📶📶📶📶📶📶 እናታችን ወይዘሮ ሸረፌ አባዲጋ አባጨብሳ እንደ ኢትዮጵያ አቆጣጠር በነሐሴ 29 ቀን 2018 ከምሽቱ 1:45 ገደማ ከዚህ ዓለም በ75 ዓመት እድሜ በሞት መለየቷ ይታወሳል። የእናቴ የትውልድ ሥፍራ በጅማ ዞን ከጂማ ከተማ 30 ኪሎ ሜትር ገደማ በሚርቀው በሶምቦ(ሸቤ ሶምቦ ወረዳ) ሲሆን በ1943 ተወለደች።ከ12 ዓመት እድሜዋ ጀምሮ በጅማ ከተማ ስትኖር በ22 ዓመቷ በ1965 ከአባቴ አቶ ጀበል ሙሐመድ ጋር ጋብቻ ፈጸሙ።ከጋብቻቸው 3 ወንዶችና 3 ሴት ልጆችን ያፈሩ ሲሆን እኔ 4ኛ ልጅ ነኝ።በአላህ ቸርበት ስድስታችንም በሕይወት ኖረን በአካል በእናታችን ሽኝት ላይ መገኘት ተሳክቶልናል። የወላጅም ሆነ የቅርብ ዘመድ ወይም ወዳጅ ሞት አሳዛኝ ቢሆንም ሞት አይቀሬ በመሆኑ በህይወት እያሉ ተንከባክቦ ሲሞቱ በክብር ቆሞ መሸት መቻል በራሱ ጸጋ ነው። አልሀምዱ ሊላህ! ✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅ በእናታችን ሞት ኀዘን ከጎናችን የቆማችሁ፣በአካል በሰላትና በቀብር ላይ ተገኝታችሁ የሸኛችሁ፣ በአካል በመምጣት ያጽናናችሁ፣ በያላችሁበት ሆናች የኀዘን መልዕክት የላካችሁ፣ብዙ ኪሎ ሜትሮችን አቋርጣችሁ ከየክፍለ ሀገሩ በአካል ለቅሶ ለመድረስ የመጣችሁ፣ ዱዓ ያደረጋችሁና ሰላቱል ጋኢብ ጭምር የሰገዳችሁ፣እንግዶችን በማስተናገድ ከጎናችን የቆማችሁ (በተለይም ወንድሜ ኡስታዝ አቡበከር አሕመድ ሙሐመድ፣ ወንድም ካሊድ) እና ሌሎች አላህ ብቻ በሚያውቀው የራሳችሁን አስተዋጽኦ ያበረከታችሁ ሁላችሁም "ጀዛኩሙላህ ከይረል ጀዛእ" አላህ ምንዳችሁን በመልካሙ ይመልስላችሁ። አላህ ይስጥልኝ።አላህ መልካም ሥራችሁን ይቀበላችሁ። በኢስላማዉ አስተምህሮ መሠረት ለሦስት ቀናት የነበረን ለቅሶ ትናንት ተጠናቋል። ለቅሶው ስለተጠናቀቀ ማንም ሰው ለቅሶ ልድረስ ብሎ ሳይደክም መድረስ ያልቻለም ሰው በያለበት ሆኖ ዱዓ በማድረግ ከአላህ ለእናታችን ምህረትን ከጠየቀ ትልቅ ዉለታ ዉሎልናል። ጀዛኩሙላህ። የዉለታ ጥያቄ! ✅✅✅✅✅ እናታችን ሰው በመሆኗ በማህበራዊ ሕይወትም ሆነ በማንኛውም መልኩ ከርሷ ጋር ቅራኔም ሆነ አለመግባባት የነበራችሁ ካላችሁ ለአላህ ብላችሁ "ከልብ ይቅር ብለናል" እንድትሏት እንለምናችኋለን። በርሷ ላይ ማንኛውም ዓይነት ያልተከፈለ እዳ ያላችሁ ካላችሁ እኛ ልጆችዋ ለመክፈል ዝግጁ ነን። ለጅማ ከተማ ዘመድና ወዳጆች 📶📶📶📶📶📶📶📶📶 የእናታችን ወይዘሮ ሸረፌ አባዲጋ አባጨብሳ ዘመዶች፣ ወዳጆችና ጎረቤቶች ለቅሶ ለመድረስ ከጅማ ወደ አዲስ አበባ መጥተዋል።ሌሎችም ሊመጡ መሆኑን በመስማታችን ይህን መልዕክት ማስተላለፍ አስፈላጊ ሆኗል። ለሦስት ቀናት የነበረው ለቅሶ ተጠናቋል።አላህ ካለ የፊታችን ሀሙስና ጁምዓ እለት በጅማ ከተማ ዘመድ ፣ወዳጅና ጎረቤት በተገኘበት ለእናታችን ሰደቃ የምናደርግ በመሆኑ ማንም ሰው ለቅሶ ለመድረስ ብሎ ወደ አዲስ አበባ እንዳይመጣ ጥሪ እናስተላልፋለን። ⭕⭕⭕⭕⭕⭕⭕⭕⭕⭕⭕⭕⭕ እናታችን ታማ የቆየች መስሏችሁ "መታሟን ለምን አልነገራችሁንም?" ላላችሁ እናታችን ከዑምራ በተመለሰችበት በተመሳሳይ እለት (ከአስር ሰዓት እስከ ኢሻ ሰዓት) ለጥቂት ሰዓታት ብቻ የቆየ ድንገተኛ ህመም ብቻ ነበር ያስተናገደችው። በዑምራ ቆይታዋም ሆነ ስትመለስ በጥሩ ሁኔታ ላይ ነበረች። ይህ ከሥር የምትመለከቱት ቪዲዮ ከህልፈተ ሕይወቷ 48 ሰዓታት በፊት በ"መዲነተል ሙነወራ" ከተማ(መዲና) ላይ በሚገኘው ሐምዛ ኢብኑ ዐብዱልሙጠሊብን ጨምሮ የእሁድ ዘመቻ ሰማዕታት መካነ መቃብር ዚያራ በማድረግ በዚያ ለሚገኙ እርግቦችን ለመመገብ እናቴ እህል ስትበትንላቸው የተቀረጸችው ቪዲዮ ነው። በቪዲዮው እንደሚታየው በፍጹም ጤንነትና ደስታ ላይ ነበረች። اللَّهُمَّ اغْفِرْ لَهَا وَارْحَمْهَا، وَعَافِهَا وَاعْفُ عَنْهَا، وَأَكْرِمْ نُزُلَهَا، وَوَسِّعْ مُدْخَلَهَا، وَاغْسِلْهَا بِالْمَاءِ وَالثَّلْجِ وَالْبَرَدِ، وَاجْعَلْ قَبْرَهَا رَوْضَةً مِنْ رِيَاضِ الْجَنَّةِ.. اللَّهُمَّ اجْعَلْ عُمْرَتَهَا مَبْرُورَةً وَسَعْيَهَا مَشْكُورًا وَتَقَبَّلْهَا فِي الصَّالِحِينَ. "ያ አላህ! ማራት፤ እዘንላት፤ ይቅር በላት፤ ከመከራና ከቅጣትም ጠብቃት። ማረፊያዋን አልቅላት(አክብርላት) ፤ መቃብሯንም አስፋላት። በውሃ፣ በበረዶና በውርጭ ከኃጢአት አጥራት፤ ቀብሯንም ከጀነት ጨፌዎች አድርግላት። ያ አላህ! ዑምራዋን ተቀባይነት ያለው፣ ልፋቷንም የተመሰገነ አድርግላት፤ ከመልካሞቹ ቅን ባሮችህም ጎራ ተቀበላት።" "ማ ፈዐለል ጀሊሉ ፈሁወል ጀሚል" አላህ የሠራው ሁሉ መልካም ነው። አላህ መጨረሻችንን ያሳምርልን። አሚን! 🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴 የዛሬ 5 ዓመት በሞት የተለውን አባቴንም አላህ በምህረቱ ይመልከተው።ጀነትን ይመንዳው! رَبَّنَا ٱغۡفِرۡ لِي وَلِوَٰلِدَيَّ وَلِلۡمُؤۡمِنِينَ يَوۡمَ يَقُومُ ٱلۡحِسَابُ "ጌታችን ሆይ! ለእኔም ለወላጆቼም ለአማኞችም ሁሉ ምርመራ በሚደረግበት ቀን ማረን።" ( ኢብራሂም 14:41) 💥💥💥💥💥💥💥💥💥💥💥💥💥 وَقَالَ رَبِّ أَوۡزِعۡنِيٓ أَنۡ أَشۡكُرَ نِعۡمَتَكَ ٱلَّتِيٓ أَنۡعَمۡتَ عَلَيَّ وَعَلَىٰ وَٰلِدَيَّ وَأَنۡ أَعۡمَلَ صَٰلِحٗا تَرۡضَىٰهُ وَأَدۡخِلۡنِي بِرَحۡمَتِكَ فِي عِبَادِكَ ٱلصَّـٰلِحِينَ "«ጌታዬ ሆይ! ያቺን በእኔና በወላጆቼ ላይ የለገስካትን ጸጋህን እንዳመሰግን የምትወደውንም በጎ ሥራ እንድሠራ ምራኝ፤ በችሮታህም በመልካሞቹ ባሮችህ ውስጥ አስገባኝ።» አለ።" ( አን ነምል 27:19) ♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥ Galatooma! 📶📶📶📶📶 Haati keenya Aadde Sharafee Abbaadigaa Abbaacabsaa akka lakkoofsa Itoophiyaatti Hagayya 29 bara 2018 galgala naannoo sa'aatii 1:45tti umrii waggaa 75ffaa isheetti addunyaa kanarraa du'aan boqachuun ishee ni yaadatama. Bakki dhaloota haadha kootii Godina Jimmaa, magaalaa Jimmaarraa gara kiiloo meetira 30 fagaattee kan argamtu Somboo (Aanaa Sheebee Somboo) yoo ta'u, bara 1943 dhalatte. Umrii ishee waggaa 12 irraa kaasee magaalaa Jimmaa keessa kan jiraatte yoo ta'u, bara 1965 yeroo umriin ishee waggaa 22 ta'u abbaa koo Obbo Jebel Mahaammad waliin gaa'ila godhatte. Gaa'ila isaaniitiin ilmaan dhiiraa 3 fi durbaa 3 kan godhatan yoo ta'u, ani mucaa 4ffaadha. Tola Rabbii fi jaalala isaatiin jahan keenyahuu lubbuun jiraannee qaamaan haadha keenya dhihaachuun geggeessuu danda'uun galata guddaadha.
Открыть в Telegramኢናሊላሂ ወኢናኢለይሂ ራጁዑን 📶📶📶📶📶📶📶📶📶 Innaa lillaahi wa innaa ilayhi raaji'uun 🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺 እናቴ ወይዘሮ ሸረፌ አባዲጋ አባጨብሳ ዛሬ ምሽት ወደ አኺራ አቀናች።አላህ ፍላጎቷን ሞላ።አላህ ታምሜ በሰው እጅ አስገብተህ አትግደለኝ እና ከዑምራ መልስ ወደ አንተ ዉሰደኝ ትል ነበር። ከሁለት ሳምንት በፊት ከቤተሰብ ጋር ዑምራ ልትሄድ ሰተነሳ "ያ አላህ አትመልሰኝ" ዱዓ ስታደርግ እንደልጅ "እንደዚህ አትበይ።አላህ በመኖሬ ዉስጥ መልካም ነገር ካለ አኑረኝ። በመሞቴ ዉስጥ መልካም ነገር ካለ አኑረኝ ነው የሚባለው" አልኳት። ዑምራ አደርገው ጨረሱ። ትናንት መዲና ላይ "አላህ ሆይ! ወደ ሀገር አትመልሰኝ ብዬህ ዝም አልከኝ" ብላ ተከዘች። ትናንት ማታ ወደ አዲስ አበባ ጉዞ ጀመሩ።ዛሬ ሌሊት በሱብሂ ሰላት ላይ አዲስ አበባ ደረሱ። ዛሬ እስከ አስር ሰዓት ያለአንዳች ህመም በጥሩ ሁኔታ ቆየች። አስር ላይ በድንገት አደገኛ ራስ ምታት ተሰማት። ወዲያውም ተውከት፣ራስ መሳት ተከተለ። መታመሟ ሲነገረኝ።ደረስኩ።ጥልቅ እንቅልፍ ይሁን ራስ መሳት ግራ በሚያጋባ ሁኔታ ዉስጥ አገኘዃት።የተስተዋሉ ምልክቶችን ይዤ በኢንተርኔት ላይ ማንበብ ጀመርኩ።ምልክቶቹ ሁሉ በአንጎል ዉስጥ የደም መድፍሰስ እንደሆነ ተረዳሁ።ወደ ሲኤምሲ የስትሮክ ማዕከል እስክንደርስ እየደከመች ሄደች። ሐኪሞች የቻሉትን ጣሩ።የርሷ ፍላጎትና የአላህ ዉሳኔ ተገጣጥሞ ወደ ቀጣይ ዓለም ተሸጋገረች። وَلِكُلِّ أُمَّةٍ أَجَلٞۖ فَإِذَا جَآءَ أَجَلُهُمۡ لَا يَسۡتَأۡخِرُونَ سَاعَةٗ وَلَا يَسۡتَقۡدِمُونَ — سورة الأعراف (7:34) "ለህዝቦች ሁሉ የተወሰነ ጊዜ አላቸው። እናም ጊዜያቸው በደረሰ ወቅት አንዲትንም ሰዓት አይዘገዩም። ከጊዜያቱም አይቀድሙም::" ( አል-አዕራፍ 7:34) 💢💢💢💢💢💢💢💢💢💢💢💢💢 وَٱخۡفِضۡ لَهُمَا جَنَاحَ ٱلذُّلِّ مِنَ ٱلرَّحۡمَةِ وَقُل رَّبِّ ٱرۡحَمۡهُمَا كَمَا رَبَّيَانِي صَغِيرٗا — سورة الإسراء (17:24) " «ጌታዬ ሆይ! በሕጻንነቴ በርህራሄ እንዳሳደጉኝ ሁሉ ለእነርሱም እዘንላቸው።» በልም።"( አል ኢስራዕ 17:24) ✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅ ይህ መልክት የደረሳችሁ ሁሉ ለእናቴ ምህረትን ከአላህ ለምኑልኝ። 🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺 Innaa lillaahi wa innaa ilayhi raaji'uun 🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺 Haati koo Aadde Sharafee Abbaadiigaa Abbaacabsaa galgala kana gara Aakhiraatti boqottee jirti. Rabbiin fedhii ishee guuteeraaf. "Yaa Allaah osoon nama harka hin galin, akkuma Umraa irraa galeen gara keetti na fudhadhu" jettee du'aa'ii gochuu hin dhiiftu turte. Torban lama dura wayita maatii wajjin gara Umraatti qajeellu, "Yaa Allaah na hin deebisin" jettee yeroo kadhattu, akkuma mucaa tokkootti "Akkas hin jedhin; 'Yaa Rabbii, jiraachuun koo gaarii yoo ta'e na jiraachisi, duuti koo gaarii yoo ta'emmoo gara keetti na fudhadhu' jedhama" jedheen gorse. Hojiilee Umraa sirnaan xumuratan. Kaleessa Madiinaa keessatti "Yaa Allaah, gara biyyaa na hin deebisin saniin jennaan caldhifteemoo?" jettee yaaddoon guutamte. Kaleessa halkan gara Finfinneetti qajeelan. Har'a barii sa'aa subhii Finfinnee gahan. Hangasaa asriitti haala gaariirra turte, homaa hin himanne. Garuu akkuma sa'aan asrii gaheen, tasa mataa bowwuu hamaatu itti ka'e. Itti fufeetiis ol deebisaafi ofirraa baruu dhabuun itti dhufe. Waan tahe akkuma dhagaheen bira gahe. Hirriba cimaa keessa jirtimoo of wallaalte, adda baafachuun nama rakkisa ture. Mallattoolee sana hordofee akkuma intarneetarraa ilaaleen, sammuu keessatti dhiigni dhangala'uu (stroke) ta'uu isaa hubadhe. Hatattamaan gara Giddugala Istirookii CMCtti osoo firaa jirruu humna dhabdee dadhabaa deemte. Doktaroonnis waan danda'an hunda taasisaniiru. Haa ta'u malee, fedhiin isheetiifi murtiin Rabbii wal simatee gara aakhiraatti dabarte. فَإِذَا جَآءَ أَجَلُهُمۡ لَا يَسۡتَأۡخِرُونَ سَاعَةٗ وَلَا يَسۡتَقۡدِمُونَ " Yeroo beellamni isaanii dhufe sa’aatii tokko booda hin aanfamanu; duras hin dabranu." (Al aeraaf 7:34) 💢💢💢💢💢💢💢💢💢💢💢💢💢 وَٱخۡفِضۡ لَهُمَا جَنَاحَ ٱلذُّلِّ مِنَ ٱلرَّحۡمَةِ وَقُل رَّبِّ ٱرۡحَمۡهُمَا كَمَا رَبَّيَانِي صَغِيرٗا "«Yaa Rabbii koo! Akkuma isaan daa'imummaa kootti na mararsifatanii na guddifatan, atis isaaniif marradhu» jedhi." (Al-Israa' 17:24) ✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅ Ergaan kun kan isin gahe hunduu, haadha kootiif Rabbi biraa araarama akka kadhattaniifin isin gaafadha.
Открыть в Telegram"Waliiyyummaa isaatiin achi taa'ee qabeenya dhokate argee, qadaada itti cufame buqqisee shittoo Baalee addunyaatti urgeessaa jira..." jedhan. Wanti dubbatame kun hiika akkamiiyyuu kennuuf yoo yaalame dubbatamuu kan hin qabne ta'uu isaa, burjaajii fi hanqina ibsaa fiduu danda'u akkuman hubadheen kabajamoo Pirezidaantiitiif akka ilmaatti gorsa fi yaadachiisa barbaachisaa dhuunfaan kenneeraaf. Isaaniis gorsicha fudhataniiru. Amaloota gaarii Sheekh Haajii keessaa tokko yeroo baay'ee akkan hubadhetti, dogoggorri isaanii yoo itti himame dafanii fudhachuu isaaniiti. Hojiilee misoomaa mootummaa dinqisiifachuun akkuma jirutti ta'ee; akka 'nabiyyii' fi 'waliiyyee' yaadrimeewwan amantii gadi fagoo fi maqaalee kabajaa hafuuraa faaruu siyaasaatiif oolchuun gonkumaa fudhatama hin qabu. Keessattuu warra biraatti jechi kabajamaa 'nabiyyii' jedhu akkuma lafatti gatii dhabee yeroo afaaniin darbamutti, nuti muslimoota biratti nabiyyii, waliiyyee fi jechoota amantii kanneen biroo akkuma kabajametti eeguu fi eegsisuudhaan dirqama amantii keenyaa ba'uu qabna. Gama diiniitiin yoo ilaalle, Muummichi Ministeeraa keenya dhiisii nama amantii biraa hordofu ta'uu, muslimayyuu osoo ta'anii 'nabiyyii' jechuun hin danda'amu. Sheekha biraa kan amantiidhaan daran beekamaadha jennuufillee 'nabiyyii' jechuu hin dandeenyu; nabiyyummaan muudama namaatiin osoo hin taane filannoo Allaah qofaan kan argamu waan ta'eef. Akka aadaatti namoota gaggaariidhaan "waliiyyee" yoo jennes, waan alaan mul'atu irra darbee waliiyyee dhugaa Allaah ta'uu isaa dhugaan kan beeku Allaah qofa. Gara fuulduraatti dogoggorri akkasii akka hin deddeebineef furmaanni guddaan hoggantoonni dhimmoota Islaamummaa waltajjii irratti ba'uun dura ergaa isaanii sirriitti qorachuu ykn barreeffamaan qopheeffatanii dhiyaachuudha. Jechoonni waltajjiiwwan hafuuraa eeggannoo cimaa barbaadu; hanqina mul'ate ifatti amanuun sirreessuun ammoo bilchina malee kufaatii miti. "Dogoggoraniiru" 🔥🔥🔥🔥🔥🔥 Sheekh Haajii Ibraahim Muummicha Ministeeraa Doktar Abiyyiin "waliiyyee" jechuun isaanii sirrii miti. Haasaa kanaan dogoggoraniiru. Maddi dogoggorichaas akka hubannaa kiyyaatti gammachuu daangaa dhabeedha. Ilmi namaa humna gammachuu irraa kan ka'e dogoggoruu fi wanta hin malle dubbachuu akka danda'u Ergamaan Allaah (SAW) hadiisa isaanii keessatti nutti himaniiru. Anas Ibn Maalik (RA) hadiisa gabaasaniin Ergamaan Allaah (SAW) akkas jedhan፦ عَنْ أَنَسِ بْنِ مَالِكٍ رَضِيَ اللَّهُ عَنْهُ قَالَ: قَالَ رَسُولُ اللَّهِ صَلَّى اللَّهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ: «لَلَّهُ أَشَدُّ فَرَحًا بِتَوْبَةِ عَبْدِهِ حِينَ يَتُوبُ إِلَيْهِ، مِنْ أَحَدِكُمْ كَانَ عَلَى رَاحِلَتِهِ بِأَرْضِ فَلَاةٍ، فَانْفَلَتَتْ مِنْهُ وَعَلَيْهَا طَعَامُهُ وَشَرَابُهُ، فَأَيِسَ مِنْهَا، فَأَتَى شَجَرَةً فَاضْطَجَعَ فِي ظِلِّهَا، قَدْ أَيِسَ مِنْ رَاحِلَتِهِ، فَبَيْنَا هُوَ كَذَلِكَ إِذَا هُوَ بِهَا قَائِمَةً عِنْدَهُ، فَأَخَذَ بِخِطَامِهَا، ثُمَّ قَالَ مِنْ شِدَّةِ الْفَرَحِ: اللَّهُمَّ أَنْتَ عَبْدِي وَأَنَا رَبُّكَ، أَخْطَأَ مِنْ شِدَّةِ الْفَرَحِ». «Allaahn tawbaa gabricha isaa yeroo inni gara Isaatti deebi'u fudhachuutti gammaduun isaa; tokkoon keessan gaala isaa kan nyaataa fi dhugaatiin isaa irra jiru lafa onaa keessatti jalaa badee, barbaadee abdii erga kutee booda gaaddisa muka tokkoo jala ciisee osoo jiruu, akkuma tasaa gaallan isaa fa'aa ishee waliin achuma bira dhaabbattee argeeti gammachuu guddaa isatti dhaga'amu caala. Namichis gammachuu guddaa qabame sana irraa kan ka'e fuula ishee qabatee: 'Yaa Allaah! Ati gabricha kiyya; anis Gooftaa keeti!' jedhe; gammachuu guddaa sanarraan kan ka'es arrabni isaa jalaa dogoggore.» (Muslim gabaasan) Ilma namaa ta'ee kan hin dogoggorre hin jiru. Wanti hunda caalu dogoggora ofii beekanii fi amananii sirreeffachuudha. Allaahnis gabroonni isaa yeroo tawbatan ni gammada. Xumureera. Nagaan turaa!
Открыть в Telegramሰውየው ከደስታው ብዛት የተነሳ ልጓሟን እንደያዘ ‘አላህ ሆይ! አንተ ባሪያዬ ነህ፤ እኔም ጌታህ ነኝ!’ አለ፤ ከደስታው ከደስታው ብርቱነት የተነሳም አንደበቱ ተሳሳተ።»(ሙስሊም የዘገቡት) የሰው ልጅ ሆኖ ስህተት የማይሰራ የለም።ዋናው ነገር ስህተትን አውቆና አምኖ ማረም ነው።አላህም ባረያዎቹ ንሰሐ ሲገቡ ይደሰታል። አበቃሁ።ቸር እንሰንበት! "Yaa Allaah! Ati gabricha kiyya! Ani ammoo Gooftaa keeti!" ✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅ Ahmedin Jebel-አሕመዲን ጀበል 🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴 Kabajamoo Doktar Sheekh Haajii Ibraahim dabalatee daa'iwwan, manguddoonni amantii (mashāyikh), ustaazonni, daldaltoonnii fi dargaggoonni naannolee fi kutaalee biyyattii adda addaa irraa walitti dhufe gara namoota 60 taanu Baalee geenyee jirra. Kaayyoon gurguddaan tokko ijaarsa gamoo Waajjira Dhimmoota Islaamummaa Zoonii Baalee fi ijaarsa madrasaatiif galii walitti qabuu fi dhagaa bu'uuraa kaa'uudha. Akkasumas baay'annee achitti argamuun keenya, kutaalee fi naannolee biyyattii mara irraa walitti dhufuun fageenya da'awaa fi dhimma dhuunfaatiin jiru dhiphisuudhaan obbolummaa keenya jabeessuuf. Haaluma kanaan gariin keenya guyyaa Kamisaa, nuyi ammoo Jimaata ganama Baalee geenye. Bulchiinsaa fi ummata Zoonii Baaleetiin simannaa ho'aan nuuf godhameera. Qabeenya biyyaa kan dagatamee fi gatamee ture addunyaatti agarsiisuuf Holqa Soof Umar fi Soof Umar Loodjii irratti hojiilee Kabajamoo Muummicha Ministeeraa Doktar Abiy Ahmediin hojjetaman, ammayyuu eebbifamanii hin xumuramne ta'us daawwachuuf carraa arganneerra. Waan arginettis gammanneerra. Holqa Soof Umar fi magaalaa Roobeetti qaamaan argamuun lammiilee kiyya kanneen Baalee irraa akkuman dhaga'etti, uummanni Baalee misooma naannoo isaaniitti hojjetamaa jiru kanaan hedduu gammadoota. Miirri "Kana dura eenyutu nu yaadata ture?" jedhu isaan keessatti mul'ata. Isaan keessaa tokko tokko anumaan "Doktar Abiy kan keessan kan Jimmaa osoo hin taane, mucaa keenyaati" naan jechaa turan. Haasaa fi dinqisiifannaa isaanii irraa akkan hubadhetti, hojiileen misoomaa jalqabaman cichoominaan akka itti fufan hawwii guddaa qabu. Anis akkuma nama duraan magaalaa Roobee beeku tokkootti jijjiirama magaalaa Roobee Baaleetiin hedduun dinqisiifadhe. Waan Holqa Uumamaa Suufii Umar keessatti arkeen ajaa'ibsiifadhe. Dinqisiifannaa koos suuraa waliin fuula Feesbuukii kiyya irratti ibseera. Mootummaan naannicha misoomsurrayyuu darbee holqichi daawwattootaaf mijataa akka ta'uuf waan hojjechaa jiruun gammaddeera. Hojii gaarii dinqisiifachuu fi hanqinoota agarsiisuun amala nama dhuunfaa qofa osoo hin taane dirqama. "Ani deeggaraadha" jechuun wantoota dogoggoraa ilaalaa bira darbuu fi akka callifamu barbaaduun gonkumaa sirrii miti. Faallaa kanaatiin ammoo "mormituudha" jechuun wantoota gaggaarii hojjetaman dhabamsiisuu fi salphisuun sirrii miti. Madaallii qabaachuun daran barbaachisaadha. Magaalaa Baaleetti dhihoo kan taate Arsiitti akkuma dhalatee guddate tokkootti, kabajamoo Doktar Sheekh Haajii Ibraahimis waan arganitti gammachuu guddaatu isaanitti dhaga'ame. Gammachuu isaaniis magaalaa Soof Umaritti salaata Juma'aa erga geggeessanii booda, mootummaan Muummicha Ministeeraa Doktar Abiy Ahmed Soof Umar addunyaatti akka beekamuuf bifa kanaan misooma hojjechaa jiraachuu isaa dinqisiifannaan ibsanii, "Anis ammoo akka hoggana Majliisaatti magaalaa kanatti masjiidaa fi madrasaa nan ijaara" jechuun ummataaf waadaa galaniiru. Waliiyye, Nabiyyii ⭕⭕⭕⭕⭕⭕⭕ Pirezidaantiin Majliisaa Sheekh Haajii Ibraahim Tufaa qophii Baalee Roobeerratti: "Muummichi Ministeeraa Abiy Ahmed achi fagootti Finfinnee taa'ee qabeenya calaqqisaa Baalee Soof Umar keessatti dhokatee ture beekee haaromsuudhaan addunyaatti calaqqisiise. Abiyyiin 'nabiyyii' kan jedhan karaa kanaan akka ta'e beektaa ati? Nabiyyii keenya Muhammad (SAW) booda nabiyyiin biraa hin dhufu. (Waanan jedhu) siif gala mitii? Akkasitti rakkanne. 'Waliiyyee' yoon jedhehoo maal jetta?" jedhan. (Hirmaattonni sagantichaas "Allaahu Akbar!" jechuun takbiiraa godhan.)
Открыть в Telegram"አላህ ሆይ አንተ ባረያዬ ነህ! እኔም ጌታህ ነኝ!" "Yaa Allaah! Ati gabricha kiyya! Ani ammoo Gooftaa keeti!" ✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅ በAhmedin Jebel-አሕመዲን ጀበል 🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴 የተከበሩ ዶክተር ሼህ ሐጂ ኢብራሂምን ጨምሮ ወደ 60 የምንሆን ዳኢዎች፣ መሻይኮች፣ ኡስታዞች፣ ነጋዴዎች እና ወጣቶች ከተለያዩ የሀገሪቱ ክልሎችና ክፍሎች በባሌ ተገኝተናል። በባሌ ዞን ለሚገነባው የዞኑ እስልምና ጉዳዮች ጽህፈት ቤት ሕንፃና የመድረሳ ግንባታ ገቢ ማሰባሰብና የመሠረተ ድንጋይ ማስቀመጥ አንዱ ዓላማው ነው። በዛ ብለን የመሰባሰባች ዓላማው ደግሞ ከመላ ሀገሪቱ ክልሎችና አከባቢዎች የተውጣጣን በዳዕዋና የግል ሁኔታ መራራቅን በመቀነስ ወንድማማችነት ለማጠናከር ማገናኘት ነው። በዚህ መሠረት ከፊሎቹ በእለተ ሀሙስ እኛ ደግሞ ጁምዓ ጠዋት ባሌ ደረስን።በባሌ ዞን አስተዳደርና ሕዝብ መልካም አቀባበል ተደረገልን። ተረስቶና ተጥሎ የነበረው የሀገር ሀብትን ለዓለም ለማሳየት በሶፍ ዑመር ዋሻና በሶፍ ዑመር ሎጅ በተከበሩት ጠቅላይ ሚኒስተር ዶክተር አብይ አሕመድ በተሰሩት ሥራዎች ገና ባይመረቁም የመጎብኘት እድል አገኘን።ባየነውም ተደሰትን። በሶፍ ዑመርና በሮቤ ከተማ በአካል ተገኝቼ ከባሌ ወገኖቼ እንደሰማሁት የባሌ ሰዎች በአከባቢያቸው እየተደረገ ባለው ልማት እጅግ ደስተኖች ናቸው። "ከዚህ በፊት ማን ዞር ብሎ አይቶን ያውቅ ነበር?" የሚል ስሜት አላቸው። እንዲያው አንዳንዶቼ ለኔ ራሱ "ዶክተር አብይ የናንተ የጅማዎች ሳይሆን የኛ ልጅ ነው።" ብለውኛል። ከንግግራቸውና አድናቆታቸው እንደተረዳሁት የተጀመሩት የልማት ሥራዎች ተጠናክረው እንዲቀጥሎ ከፍተኛ ጉጉትና ፍላጎት አላቸው። እኔም እንደ አንድ ከዚህ በፊት የሮቤ ከተማን እንደሚያውቅ ዜጋ በባሌ ሮቤ ከተማ መለወጥ ተደምሜያለሁ። በተፍጥሯዊው የሱፊ ዑመር ዋሻ ባየሁት ነገር ተደንቄያለሁ። መገረሜንም ከፎቶ ጋር በማስደገፍ በፌስቡክ ገጼ ገልጫለሁ። መንግሥት አከባቢውን ከማልማት ባሻገር ዋሻው ለጎብኚዎች ምቹ እንዲሆን እየሰራ ባለው ነገርም ተደስቻለሁ። መልካም ተግባራትን ማድነቅ፣ ጉድለቶችን መጠቆም ተገቢ ነው።እኔ ቋሚ ደጋፊም ነኝ በሚል የተሳሳቱ ነገሮችን እያዩ ማለፍና ዝም እንዲባል መፈለግ ተገቢ አይደለም ብዬ አምናለሁ። በተቃራኒውም ተቃዋሚም ነኝ በሚል የሚሰሩ መልካም ነገሮችን መካድና ማጣጣል ትክክል አይደለም። ሚዛናዊነት እጅግ ጠቃሚ ነው። በባሌ አቅራቢያ በአርሲ እንደተወለደና እንዳደገ ሰው የተከበሩ ዶክተር ሼህ ሐጂ ኢብራሂምም ባዩት ነገር ተደስተዋል። ደስታቸውንም በሶፍ ዑመር ከተማ የጁምዓ ሰላት ካሰገዱ በኋላ በጠቅላይ ሚኒስተር ዶክተር አብይ አሕመድ መንግስት ሶፍ ዑመር ለዓለም እንዲታይ በዚህ መልኩ ልማት እየሰራ መሆኑን በአድናቆት በመግለጽ "እኔ ደግሞ እንደ መጅሊስ መሪነቴ በዚህ ከተማ መስጂድና መደረሳ እሰራለሁ" ብለው ለህዝቡ ቃል ገብተዋል። ወልይ፣ነብይ ⭕⭕⭕⭕ የመጅሊስ ፕሬዝዳንት ሼህ ሀጂ ኢብራሂም ቱፋ በባሌ ሮቤ ዝግጅት ላይ "ጠቅላይ ሚኒስተር አብይ አህመድ እዛ ሩቅ አዲስ አበባ ሆነው በባሌ ሶፍ ዑመር የተደበቀውን የሀገር እንቁ ሀብት አውቆ በማደስ ለዓለም ገለጠው። አብይ ነብይ የተባለው በዚህ በጎሮ መሆኑን ታውቃለህ አንተ? ከነቢ ሙሐመድ(ሰ.ዐ.ወ) በኋላ ሌላ ነብይ አይመጣም ። (የምለው) ይገበሃል አይደል? እንዲህ ተቸገርን ። ወልይ ካልኩትስ ምን ትላለህ? (የዝግጅቱ ታዳሚውም "አላሁ አክበር!'' በማለት ተክቢራ አደረገ።) በወልይነቱ እዚያ ተቀምጦ የተደበቀውን እንቁ አይቶ የተቆለፈበትን ክዳን ነቅሎ የባሌ ሽቶ ለዓለም እየሸተተ ነው።... " አሉ። የተናገሩት ነገር ምንም አይነት ትርጉም ልንሰጠው ብንሞክር መባል የሌለበት መሆኑን፣ ሊፈጥር የሚችለውን ውዥንብርና የአገላለጽ ክፍተትን እንዳስተዋልኩ ለክቡር ፕሬዝዳንቱ በግል ተገቢውን ማሳሰቢያና ምክር እንደልጅ ሰጥቻለሁ። እርሳቸውም ምክሩን ተቀብለዋል። አንዱ የሸይክ ሐጅ መልካም ጎንም በተደጋጋሚ እንዳስተዋልኩት መሳሳታቸው ሲነገራቸው ቶሎ የመቀበላቸው ሁኔታ ነው። የመንግስትን የልማት ስራዎች ማድነቅ እንዳለ ሆኖ፤ እንደ ‘ነብይ’ እና ‘ወልይ’ ያሉ ጥልቅ እምነታዊ ፅንሰ-ሀሳቦችንና መንፈሳዊ ማዕረጎችን ለፖለቲካ ውዳሴ መጠቀም ፈጽሞ ተገቢ አይደለም። በተለይ ሌሎች ዘንድ ነብይ የሚለው የተከበረ ቃል እንደተራ ቃል በረከሰበት ዘመን በኛ በሙስሊሞች ዘንድ ነብይ፣ወልይ ወይም ሌላ መሰል ሃይማኖታዊ ቃላት እንደተከበሩ በመጠበቅ እና በማስጠበቅ ሃይማኖታዊ ግዴታችን መወጣት ይገባናል። በዲን አንጻር ካየነው ጠቅላይ ሚኒስተራችን እንኳንስ ሙስሊም ሳይሆኑ ቀርቶ ሙስሊም ቢሆኑ እንኳ ነብይ ማለት አይፈቀድም። ሌላ በሃይማኖቱ የመጠቀ ነው የምንለውን ሼህም ቢሆን ነብይ ማለት አንችልም።ነብይነት የሰው ሹመት ሳይሆን የአላህ ምርጫ ነውና። በተለምዶ ደጋግ ሰዎችን "ወልይ" ብንላቸውም እንኳ ከውጭ ከምናየው ባሻገር እውነተኛ የአላህን ወልይ አላህ ብቻ ነው እርግጡን የሚያውቀው። ወደፊት እንዲህ አይነት ስህተቶች እንዳይደገሙ ትልቁ መፍትሄ የእስልምና ጉዳዮች አመራሮች መድረክ ላይ ከመውጣታቸው በፊት መልእክታቸውን በሚገባ መቃኘት ወይም በጽሑፍ አዘጋጅተው መቅረብ ነው። የመንፈሳዊ መድረኮች አገላለጽ ከፍተኛ ጥንቃቄ ይፈልጋል፤ የታየውን ክፍተት በግልጽ አምኖ ማረምና ማስተካከል ደግሞ የብስለት እንጂ የድክመት ምልክት አይደለም። "ተሳስተዋል" 🔥🔥🔥🔥 ሼህ ሀጂ ኢብራሂም ጠቅላይ ሚኒስተር ዶክተር አብይን "ወሊይ" ማለታቸው ትክክል አይደለም። በዚህ ንግግራቸው ሥህተት ሰርተዋል። የስህተቱ ምንጭም በኔ መረዳት ደስታ ነው።የሰው ልጅ ከደስታው ብርቱነት ሊሳሳትና አደገኛ ንግግር ሊናገር እንደሚችል የአላህ መልዕክተኛ (ሰ.ዐ.ወ) በሀዲሳቸው ጠቅሰዋል። አነስ ኢብኑ ማሊክ (ረ.ዐ) ባስተላለፉት ሐዲሥ የአላህ መልእክተኛ (ሰ.ዐ.ወ) እንዲህ ብለዋል፦ عَنْ أَنَسِ بْنِ مَالِكٍ رَضِيَ اللَّهُ عَنْهُ قَالَ: قَالَ رَسُولُ اللَّهِ صَلَّى اللَّهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ: «لَلَّهُ أَشَدُّ فَرَحًا بِتَوْبَةِ عَبْدِهِ حِينَ يَتُوبُ إِلَيْهِ، مِنْ أَحَدِكُمْ كَانَ عَلَى رَاحِلَتِهِ بِأَرْضِ فَلَاةٍ، فَانْفَلَتَتْ مِنْهُ وَعَلَيْهَا طَعَامُهُ وَشَرَابُهُ، فَأَيِسَ مِنْهَا، فَأَتَى شَجَرَةً فَاضْطَجَعَ فِي ظِلِّهَا، قَدْ أَيِسَ مِنْ رَاحِلَتِهِ، فَبَيْنَا هُوَ كَذَلِكَ إِذَا هُوَ بِهَا قَائِمَةً عِنْدَهُ، فَأَخَذَ بِخِطَامِهَا، ثُمَّ قَالَ مِنْ شِدَّةِ الْفَرَحِ: اللَّهُمَّ أَنْتَ عَبْدِي وَأَنَا رَبُّكَ، أَخْطَأَ مِنْ شِدَّةِ الْفَرَحِ». «አላህ የአንድ ባሪያውን ተውበት (ንስሓ) በመቀበል የሚደሰተው፤ ከእናንተ አንዱ ምግብና መጠጡን የጫነችበት ግመሉ ምድረ በዳ ላይ ጠፍታበት፣ ፍለጋ ደክሞትና ተስፋ ቆርጦ የአንድ ዛፍ ጥላ ስር ተኝቶ ሳለ፣ ድንገት ከነጭነቷ አጠገቡ ቆማ ሲያገኛት ከሚሰማው ደስታ በላይ ነው።
Открыть в TelegramСвязи
Похожие каналы
✞ ተዋሕዶ ✞ 🇹 🇪 🇼 🇦 🇭 🇪 🇩 🇴@tewahedo12Религия54,7 тыс.
ማኅበረ ቅዱሳን ዋናው ማእከል@mkpublicrelationРелигия54,9 тыс.
ዝክረ ቅዱሳን ማኅበረ ቅዱስ ዳዊት - ዘብሔረ ጎንደር (ዲ/ዮርዳኖስ አበበ)@zikirekdusnРелигия53,2 тыс.
ወሒድ የዕቅበተ ኢሥላም መጣጥፍት"Wahid Articles of Islamic Apologetics"@wahidcomРелигия61,9 тыс.
Minber TV@minbertvРелигия43,7 тыс.
ሐዋርያዊ መልሶች@apostolic_answersРелигия75,4 тыс.
Christian Mezmur - ክርስቲያን መዝሙር@christian_mezmurРелигия80,2 тыс.
የኦርቶዶክስ አስተምህሮዎች@ethiopian_orthodoxРелигия33,6 тыс.